Ugas Koshin Page

Ugas Koshin Page Please pages follow me 🙏

Maqa gootota oromo
26/09/2026

Maqa gootota oromo

Ameerikaan dhuguma Dr. Lammaa Magarsaa Muummicha Ministeeraa Itoophiyaa ta'ee akka muudamuuf giddu-seentummaa uumaa jirt...
25/09/2026

Ameerikaan dhuguma Dr. Lammaa Magarsaa Muummicha Ministeeraa Itoophiyaa ta'ee akka muudamuuf giddu-seentummaa uumaa jirtii?

Ugas Qøɲdàla Hararge,Fulbaana 25, 2026:

Torban kana bal'inaan odeessi "Ameerikaan Doktar Lammaa Magarsaa Muummee Ministiraa Itoophiyaa ta'ee akka muudamuuf Xaaliyaanii irra gara Yuunaayitid Isteetisitti fudhattee torbee muraasa booda, Masrii Kaayirootti ergiteetti" jedhu akkaan afarfamaa jira.

Kana duras, odeessi Doktar Lammaa Magarsaa irratti qorannoon taassifame WBO/Shanee deeggaruun isaa erga irra gahamee booda, Dippilomaasii Doktar Abiy Ahimad hoggantoota Xaaliyaanii waliin gaggeesseen Doktar Lammaan hojii dhaabbata Faayoo waliin hojjetaa turerraa akka hari'atamu taassifameera jedhamaa ture.

Haa ta’u malee, odeessa amma afarfamaa jiru kana kan " Ameerikaan Dr. Lammaa Magarsaa Muummicha Ministeeraa Itoophiyaa ta'ee akka muudamuuf giddu-seentummaa yookaan dhiibbaa uumaa jirti " jedhu Dhugaa Miidiyaan addatti Doktar Lammaa fi maatii isaaniirraa qulqulleeffachuuf ammaaf yaaliin taasifne hin milkoofne.

Dhimma kanarratti hanga gabaasi kun qindaayettis Doktar Lammaa irraas ta'e qaama walabaa irraas ibsa ifaa kenname hin jiru.
🫴maddi oduu dhugaa media irra

15/09/2026

“Filannee osoo hin taane filatamnee muslima taane”🍀
☝️Alhamdulillah ❤️ﷺ🤍

The 2026 Ballon D'Or winner Lamine Yamal 😃
14/09/2026

The 2026 Ballon D'Or winner Lamine Yamal 😃

04/09/2026
02/09/2026

02/09/2026

Haadhaf Abbatti Tola Oolun Walakka Hulaale Jannataati jedhan ﷺ

28/08/2026

Wanta qarshi malee tolaan fayyadamu dandeenyu tokko barresi?

28/08/2026

Gadda qalbii nama cabsuu nama wahii fudhee jadhaan mee numa sattara 🙆‍♀️😭

Address

Meyu
Harerge

Telephone

+251941581624

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ugas Koshin Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ugas Koshin Page:

Shortcuts

Share