Engr. Najjaash Ibraahim

Engr. Najjaash Ibraahim Don’t stop when you’re tired. Stop when you’re done.

12/10/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdulaziz Mohammed, Abdulwasi Adem, Ahmed Kelifa AbaGodu, Hamid Ahimed, Tiki SB, Hafiz Ababiya, Abdulmenan Temam, Firomsa Kasim Ahmed, Ibsa Wan Ofii, Bule Horaa, SHallamaa Dirribaa Firrisa, Kebede Megersa, Makki Chora, Abduraman Ahmed Coomaa, Awel Kalifa, Jamil Mohammednur Hasan, Amanuel Tadese, Farhan Admasu, Jamaal Fatoo Aloo, Êbä M Ümëtã, Chala Abduraman Umer, Keresa Edosa, Reshid Sultan, Amin Mohammed, Feyisa Abate, Belisa Abdi, Anasee Ammee, Milkii Hamzaa, Zakire Abdulhi, Ißšæ Mûķțãř Ælî, Mohammed Shukri Mohammed, Dursa Saad Awal, Rebira Getachew Yadeta, Yomiiyuu Tanan Kun Anuma, Morketa Gelchu Adola, Dima Katelo, Feizal Jemal Bakar, Nan Gafatiin Wahyuu, Temesgen Mosisa, Sena Birhanu, Bedri Yusuf, Dabbal Oro Watar, Jamal Husen, Megersa Yedin Mume, Muradi Basha, Faana Kaayyoo, Abba Xuuyye Wish, Xasan Xaliye Axmed Nuur, Diriba Kumsa, Oromiya Lubbuu Totii

Mee bilbila kee ofirraa achi siqsi lakkoofsota sitti mullatan barreessi.
10/10/2025

Mee bilbila kee ofirraa achi siqsi lakkoofsota sitti mullatan barreessi.

Ministeerri Barnootaa waggoota ittaananitti ramaddii barattootaa nidhaaba.Fulbaana 30/2018 Ministeerri Barnootaa waggoot...
10/10/2025

Ministeerri Barnootaa waggoota ittaananitti ramaddii barattootaa nidhaaba.

Fulbaana 30/2018 Ministeerri Barnootaa waggoota ittaananitti ramaddii barattootaa akka dhaabu Ministirri Barnootaa Pirofeesar Biraanuu Naggaa beeksisan.

Ministeerri Barnootaa yunivarsitiiwwan mootummaa waliin har’a sirna mallatteessuun gochoota ijoo bara barnootaa 2018 kan mallatteesse yoo ta'u, Ministirri Barnootaa Pirofeesar Biraanuu Naggaa kallattii hojii cimaa kaa'aniiru.

Wayita kana Pirofeesar Biraanuun akka ibsanitti; waggoota ittaananitti Ministeerri Barnootaa ramaddii barattootaa kan dhaabu yoo ta’u, barattoonni qabxii darbiinsaa galmeessan yunivarsiitiiwwaniifi damee barnootaa barbaadanitti akka iyyatan taasifama.

Barnoonni yunivarsiitii akka kanaan duraa Ministeera Barnootaatiin kan ramadamu otoo hintaane, filannoo barattootaan ta'a jedhaniiru.

Brattoonni yunivarsiitii itti baratan yeroo filatan sababaawaa ta’uun yunivarsitii kamitti damee barnootaa fooyya'aa, beekumsaafi carraa hojii gaarii argachuu danda’a jechuu filachuu akka qaban hubachiisaniiru.

💙Oromia Education Bureau 💠
💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠

| |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |

Barsiisaan gara daree seene, kursiin isaa tan irra taaʼuu haadaan gaaratti fannifamtee arge. Barsiisaan barattoota laale...
08/10/2025

Barsiisaan gara daree seene, kursiin isaa tan irra taaʼuu haadaan gaaratti fannifamtee arge. Barsiisaan barattoota laalee itti seeqee, waan takka osoon ja’in, gara gabatee achi dhiyaatee barreesse…

Qormaata – daqiiqaa 15ni, markiin ammoo 30mii

Gaaffiin 1ffaa. Fageenyi kursii fi lafa jidduu jiru centmeter meeqa herrega, kun (Markii 1).

Gaaffii 2ffaa. Roga madaallii (angle of inclination) kursii fi foddaa jidduu jiru herregi, hojii kee agarsiisi ( Markii 1).

Gaaffii 3ffaa. Maqaa barataa kursii gaaratti rarraase fi hiriyoota isa gargaaran barreessi kun (Markii 28).

Akkam irraa laalta fatanaa tana?

🌸   🌸Obboleettiin keenya  , hooggantuun Buufata Fayyaa Jimmaa turte,Itti Gaafatamtuu Waajjira Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa...
08/10/2025

🌸 🌸

Obboleettiin keenya , hooggantuun Buufata Fayyaa Jimmaa turte,
Itti Gaafatamtuu Waajjira Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa ta’uun muudamteetti.

Dubartii jabduu fi fakkeenya gaarii!
Bara hojii milkaa’aa haa qabaattu 🙏💐

dardarri akkasitti nyaatee beela bonaa jalaa baha.
07/10/2025

dardarri akkasitti nyaatee beela bonaa jalaa baha.

'Namootni milkaa'an baayyeen, milkoomina isaanii isa guddaa, mo'amanii harka kennuuf erga jedhanii booda tarkaanfii tokk...
07/10/2025

'Namootni milkaa'an baayyeen, milkoomina isaanii isa guddaa, mo'amanii harka kennuuf erga jedhanii booda tarkaanfii tokko qofa tarkaanfatanii akka gonfatan natti himaniiru!''

=> Qabxiin ati irra geessee, ''Yaaleen dadhabe. Kana booda nan dhiisa!'' jettee galuuf jettu sun, tarkaanfii xinnoo tokko qofa utuu itti siqxee yaaltee qabxii irratti milkoomina keen wal argattu ta'uu mala! Hedduu dadhabdee, baayyee yaaltee, bira geessee hin deebi'in!

Haadha manaa fi abbaa manaatu dabareedhaan qaama dhiqatu turan. Guyyaa tokko haati manaa dursitee dhiqattee abbaan warra...
07/10/2025

Haadha manaa fi abbaa manaatu dabareedhaan qaama dhiqatu turan. Guyyaa tokko haati manaa dursitee dhiqattee abbaan warraa ishee dabaree isaa dhiqachuuf seene. Gidduudhaan ulaan rukutamnaan haati manaa dalga marxifattee ulaa banuuf deemte. Yeroo isheen bantu miiltoo hojii abbaa warraa isheeti. "Abbaa manaa kee barbaadeen ture" jedheen.
"Qaama dhiqachaa jira" yeroo isheen jettuun, akka nama ofirra deebi'ee deemuuf jedhuu achi deemee of duuba gara galee, "Harma kee natti agarsiisi qarshii 100n sif kennaa" jedhee gaafate. Isheenis xiqqoo akka yaaduu taatee, "Ilaaluu qofaa?" Jetteen. "Eeyyeen" jedhee deebisaaf. Adda bantee itti agarsiiste. Qarshii 100 kenneefii ammas akka nama gara dhufetti adeemuuf yaadee fuula naanneffatee of duuba deebi'ee, "Yoo harma kee na tuqsiiste qarshii 200 siifan kenna" jedheen. Isheenis qarshii 200tti garaa jabaachuu waan dadhabdeef xiqqoo yaaddee, "Tuquu qofaa?" Jetteen. "eeyyeen tuquu qofa" jennaan, ammas huccuu irraa saaqxee xuqsiiste. Xiqqoo susukkuumee qarshii 200 kenneefii ulaa banatee gara dhufetti deebi'e. Isheenis "ergaan kee maal ture?" Jennaan, "Hiriyaan kee dhufee ture qofa jedhii itti himi" jedhee deeme. Abbaan manaa ishees dhiqatee yeroo ba'u, "eenyu ture kan ulaa rukute?" Jennaan, "Hiriyaa bakka hojii keetiiti. " jetteen. Abbaan manaas xiqqoo seeqqatee "meerreree amma?" Jedhee gaafate. " Qaama dhiqachaa jira jennaan deebi'ee deeme" jetteen. Abbaan manaas nyaara walitti guduunfee," Qarshii 300 sitti kenneeraa?" Jedhee gaafate. Haati manaas baay'ee rifattee "Eeyyeen akkamitti barte garuu?" Jettee gaafatte.

"Lakki... Waajjira yeroo jirru Dhimma ariifachiisaafan barbaade jedhee narraa liqeeffatee ture " jedheen.

07/10/2025

Big shout out to my newest top fans! Ammar Amiir, Ahmed Husen, Abdalaqqii Barkalle, Asledin Awel Abdurezak, Hamdii Ahmad, Ukash Ebrahim, Dachaas Jamaal Ahmed

Jechoota_Hayyootaa================= 1. Farda lagaan ga’uu ni dandeessa; garuu obaasuu hin dandeeessu (Ingilizoota). 2. S...
05/10/2025

Jechoota_Hayyootaa
=================
1. Farda lagaan ga’uu ni dandeessa; garuu obaasuu hin dandeeessu (Ingilizoota).
2. Saroonni lama; lafee tokko irratti, waliif galanii hinbeekani! (Faraansayota)
3.Kan arrabni yaabee dhalchu, kormi yaabee hin dhalchu! (Oromoota)
4. Miilli sochoonaan afaan agabuu hin bulu! Afrikaanota)
5. Bareedinni fuudhaa fi heerumaaf wabii hin ta’u! (Ariyaanota)
6. Iddoo yeroo dulloomtu teessu, iddoo yeroo dargaggummaa kee turte agarsiisa (Gaa’elikaanota)
7. Osuma barnoonni galaana ta’uuyyuu, harroonni garuu daakuu hin danda’an (Gaa’elikaanota)
8. Eenyummaa akaakayyuu kootii hin beeku; ilm ilmasaa garuu maal ta’uuf akka jiru beekuuf nan dhama’a. (Abraham Linkon)
9. Kan abbaan of hin gargaarre carraan isa hin gargaaru. (Oromoota)
10. Kan dhaggeeffatu hubachuuf, jechoota muraasatu isa ga’a (Afrikaa kibbaa)
11. Kan hiriyaa isaarra harka kaa’atee deemu fageenyi karaa itti hin beekamu (Nayijeeriyaanota)
12. Qalqalloon duwwaa jirtu dhaabbachuu hin dandeessu! (Taanzaniyaa)
13. Bareeda kan jennuun bareedinaan osoo hin taane, kan nu gammachiisaniini (Xaaliyaanota)
14. Kan carraa qabu galaanatti osoo darbattanillee qurxummiitu afaanitti qabatee baha! (Araboota)
15. Karaa si baasu osoo hin beekiin, deemsa hin eegalin. (Ingilizoota)
16. Kan fedhu, kan raawwatu nama cimaadha; kan hawwu kan argachuu danda’u immoo, nama abshaala! (Ayerlaandota)
17. Dhugaan lubbuu magarsiti; sobni garuu ni tortorsiti. (Oromoota)

18.Akka ganamaa seetee, galgalas narra ejjadhukaa jette kosorruun Oromoota)
19.Taa’umsi dhagaa fi jechi haadha ormaa suuta lafee nama lixa! (Oromoota)
20.Yaanni bilchaataan balbala cufamaa ni saaqa! (Africaanota)

Address

Burk'A
Harerge

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Engr. Najjaash Ibraahim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Engr. Najjaash Ibraahim:

Share