Ali Usman

Ali Usman Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ali Usman, Digital creator, Melka Jebdu, Harerge.

10/04/2026

Hanga Ammaatti Filattoonni Miliyoona 42 Ol Galmaa'an.
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa hanga ammaatti filannoo waliigalaa 7ffaa gaggeeffamuuf filattootni miiliyoona 42 ol galmaa’uu beeksise.

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoo waliigalaa 7ffaaf sochiiwwan gaggeeffamaa jiran ilaalchisee odeeffannoo haaraa baase.

Akka odeeffannoon boordii kun baaseetti hanga Ebla 1, 2018tti walumaa galatti filattootni 42,167,911 galmaa’aniiru.

Filattoota galmaa’an keessaa 22,746,079 dhiirota yoo ta’an, kanneen hafan 19,421,832 ammoo dubartoota.

Hirmaannaa qaama miidhamtootaa ilaalchisee, filattoonni qaama miidhamtoota dhiiraa 96,274 fi dubraa 67,978 filannoo kanaaf galmaa’uu isaanii odeeffannoon boordichi baase ni mul’isa.

08/04/2026

Boqonnaa Haarawa Itoophiyaati.

Bitootessi 24
Guyyaa Ijaarsi Sirna Dimokraasii Dhugaan Itoophiyaa Keessatti Itti Mirkanaa'eedha!

መጋቢት 24
በኢትዮጵያ የእውነተኛ ዲሞክራሲ ግንባታ የተረጋገጠበት ቀን ነው።

Filannoo Biyyaalessaa fi Naannoo 7ffaa irratti kaadhimamtoota Paartii Badhaadhinaa bakka bu’an beeksisuudhaaf waltajjiin...
07/04/2026

Filannoo Biyyaalessaa fi Naannoo 7ffaa irratti kaadhimamtoota Paartii Badhaadhinaa bakka bu’an beeksisuudhaaf waltajjiin Kilaastara Hassalisootti gaggeeffameera.

Bitoteessa 29, 2018 Dirree Dhawaa

Waltajjii Araddoota kilaastara Hassaliso 9nan Adigaa Felema, Hula Hulul, Hassaliso, Gadansaar, Gola Adeg, Boren, Ganda Rigee, Laga Harree, Laga Dool/ irratti kaadhimamtoonni dhaabicha bakka bu’an itti dhiyaatan irratti, Afyaa’ii Itti Aantuun Mana Maree Bulchiinsa Dirree Dhawaa Aadde , filannoo bara kanaa irratti Paartiin Badhaadhina kaadhimamaa beekumsa, barnootaa fi dandeettii hooggansa fooyya'aa bulchiinsa keenya keessatti qaban dhiyeessee, naamusaa fi raawwiin isaaniis haala koorniyaa wal hin qabneen dhaabichaan ilaalameera.

Duudhaalee tokkummaa fi obbolummaa waggoota saddeettan darban bulchiinsatti calaqisab kun waggoota shanan dhufan keessatti diriirfame akka itti fufu eeguuf sagaleen uummataa murteessaa ta’uu ibsuun, paartiin akkuma kanaan dura hojjete humna, beekumsa, fi muuxannoo keenya invast gochuun Dirree Dhawaa gara iddoo fooyya’aa ta’etti jijjiiruuf uummata waliin ni hojjata jedhaniiru.

06/04/2026
06/04/2026

Imalli bayyanachuu Itoophiyaa mirkanaa'a jira !

Itoophiyaan kufaatirra gara bayyanachuutti,
Sodaa irra gara abdiitti,
Dukkana irra gara ifaatti,
Gadi bu'uurra gara olka'iinsatti,
Duigumsarra gara sirna mootummaa cimaa ijaarachuutti, Ce'umsa hundagaleessaan ol baatee mul'acha jirti.

yeroo galmee hanga Ebla 14 dheerate
04/04/2026

yeroo galmee hanga Ebla 14 dheerate

30/03/2026
29/03/2026

የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ ግንቦት 24 ቀን 2018 ዓ.ም. ለሚያስፈጽመው የ7ኛው ጠቅላላ ምርጫ “ለምርጫው ቀን” በሁሉም ጣቢያዎች ላይ ተጨማሪ አስፈጻሚዎችን ገለልተኝነታቸውንና መሥፈርቱን ማማላታቸውን አረጋግጦ በጊዜያዊነት ለመቅጠር ይፈልጋል። በመሆኑም መሥፈርቱን የምታሟሉ አመልካቾች የተያያዘውን ማስፈንጠሪያ https://url-shortener.me/IUTH በመጠቀም ከዛሬ መጋቢት 20 ቀን 2018 ዓ.ም. ጀምሮ ለተከታታይ 10 ቀናት እንድታመለክቱ ቦርዱ ያሳውቃል።

የምልመላ መሥፈርት፡-
• ዕድሜው/ዋ ከ18 ዓመት በላይ የሆነ/ች፣
• የማንኛውም የፖለቲካ ፓርቲ አባል ያልሆነ/ች፣
• የትምህርት ዝግጅት፦ 12ኛ እና ከዚያ በላይ የሆነ/ች፣
• የሥራ ቦታ፦ ቦርዱ ባቋቋማቸው የምርጫ ጣቢያዎች፣
• የክልሉን የሥራ ቋንቋ መናገር እና መጻፍ የሚችል/ምትችል፣
• የሥራ ቆይታ ፦ ለሰባት ቀን፣
(ሴት አመልካቾች ይበረታታሉ)

በምርጫዬ የሞባይል መተግበሪያ ባሉበት ሆነው ራስዎን ለመራጭነት ይመዝግቡ!

ምርጫዬ ለአንድሮይድ ፦ https://play.google.com/store/apps/details...

ምርጫዬ ለአፕስቶር፦ https://apps.apple.com/us/app/mirchaye/id6756587049

ምርጫዬ ለድረ-ገጽ :- https://mirchaye.portal.nebe.org.et/

#እመዘገባለሁ #እሣተፋለሁ

Oomishtummaa baadiyyaa guddisuun baasii jireenyaa magaalattii hir’isuuf filannoo qofaadha. Walitti dhufeenyi magaalaa fi...
25/03/2026

Oomishtummaa baadiyyaa guddisuun baasii jireenyaa magaalattii hir’isuuf filannoo qofaadha. Walitti dhufeenyi magaalaa fi baadiyyaa kun cimee itti fufuu qaba.

Address

Melka Jebdu
Harerge

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ali Usman posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ali Usman:

Share