Aadam dimmaa

Aadam dimmaa "Gammachuu dhuunfaa keetiif, jette
Qalbii fi jireenya nama biraa Summeessuun Ofittummaadha."

Kemarsan Adem
25/02/2025

Kemarsan Adem

Yaadatamtukoo 😭😭😭
08/11/2024

Yaadatamtukoo 😭😭😭

10/08/2024
08/08/2024

Mindaan akka dabalamu dhaga'een jireenyi hamma yoonaa Prank natti fakkaataa jira!😂

31/07/2024

Qulqullinni yaada kheetii qulqullina jireenya kheetii murteeysa!

👉 👉Sagantaa fi Saa'atii Atileetonni Itoophiyaa Dorgommii Olompikii   Irratti Dorgomanii Ifoomeeti Jira👇👇👉Kamisa Adoolees...
30/07/2024

👉

👉Sagantaa fi Saa'atii Atileetonni Itoophiyaa Dorgommii Olompikii Irratti Dorgomanii Ifoomeeti Jira👇👇

👉Kamisa Adooleessa 25
-Xumura 20000m dhiirota -ganama saa'atii 2:30

👉Jimaata Adoolessa 26
-Gulaallii 1500m dhiira -guyyaa saa'atii 6:05

-Gulaallii 5000m dubara -galgala 1:10

-Gulaallii 800m dubara -galgala 2:45

-Xumura 10,000 km -halkan 4:20

👉Sambata Adoolessa 27
-Gulaallii marsaa 2ffaa 800m dubara -guyyaa saa'atii 6:10

-Gulaallii 1500m dhiira -galgala 2:15

👉Dilbata Adoolessa 28
-Gulaallii 3000m dubara -guyyaa 5:05

-Walakkaa xumuraa 800m dubara -galgala 3:35

-Walakkaa xumuraa 1500m dhiira -galgala 4:10

👉Wiixata Adoolessa 29
-Gulaallii 3000m dhiira -galgala 2:04

-Xumura 5000m dubara -galgala 4:10

-Xumura 800m dubara -galgala 4:45

👉Kibxata Adoolessa 30
-Gulaallii 1500m dubara -guyyaa 5:05

-Xumura 1500m dhiira -galgala 3:50

-Xumura 3000m gufachiisa dubara -galgala 4:10

👉Roobii Hagayya 1
-Gulaallii 5000m dhiira -guyyaa 6:10

-Gulaallii 800m dhiira -guyyaa 6:55

-Gulaallii 1500m dubara -guyyaa 7:45

-Xumura 3000m gufachiisa -galgala 4:40

👉Kamisa Hagayya 2
Gulaallii 800m dhiira -guyyaa 7:00

-Walakkaa xumuraa 1500m dubara -galgala 2:35

👉Jimaata Hagayya 3
-Walakkaa xumura 800m dhiira -guyyaa 6:30

-Xumura 10,000m -galgala 3:55

👉Sambata Hagayya 4
-Maaratoonii dhiira -ganama 3:00

-Xumura 800m dhiira -galgala 2:25

-Xumura 5000,dhiira -galgala 3:00

-Xumura 1500m dubara -galgala 3:25

👉Dilbata Hagayya 5
-Maaratoonii dubara -ganama 3:00

👉Sagantaan Atileetota Itoophiyaa kan armaan oliiti.

👉Olompikii Paaris.....2024👌

👉Carraa Gaarii Atileetoota Keenyaaf 🇪🇹Aadam dimma.

30/07/2024

With Kedir Mertu – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

25/07/2024

Peace has no alternative

Let us never consider ourselves finished nurses. We must be learning all of our lives.
25/07/2024

Let us never consider ourselves finished nurses. We must be learning all of our lives.

Gurbaan Qaxaleen kun Daddaraaroo bara 2016  irratti sagaleen 1ffaa bahuun badhaafamaa qarshii kuma 300 ta'eera. Singitan...
09/06/2024

Gurbaan Qaxaleen kun Daddaraaroo bara 2016 irratti sagaleen 1ffaa bahuun badhaafamaa qarshii kuma 300 ta'eera. Singitan Tammiraat Baga gammadde👏

Yoom as genyee salphatii🎓🎓🎓🎓🎓
29/02/2024

Yoom as genyee salphatii🎓🎓🎓🎓🎓

Address

Mechara
Harerge

Telephone

+251902260540

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aadam dimmaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Aadam dimmaa:

Share