Oromiyaanaa post

Oromiyaanaa post its to provides information about Qube generation

Facts about African cities.  1. Johannesburg, South Africa is the richest city in Africa 2. Kigali, Rwanda is the cleane...
23/08/2024

Facts about African cities.

1. Johannesburg, South Africa is the richest city in Africa

2. Kigali, Rwanda is the cleanest city in Africa

3. Cape town is said to be the most beautiful city in Africa.

4. Nairobi, Kenya is Africa's leading business destination.

5. Addis Ababa, Ethiopia houses the headquarters of the African Union.

6. Port Louis, Mauritius is the most livable city in Africa.

7. Accra, Ghana is the fastest growing city in Africa.

8. Luanda Angola is the fastest developing city in Africa.

9. Abuja, Nigeria is Africa's first purpose planned capital city.

10. Gaborone, Botswana and Kigali, Rwanda are the safest cities in Africa.

11. Lagos, Nigeria is the most populous city in Africa.

12. Johannesburg, South Africa has highest number of US Dollar Millionaires in Africa.

13. Cairo, Egypt is the city with the richest history in Africa..

Photo: Cape Town, South Africa 🇿🇦

21/08/2024
05/08/2024

Namni tokko dulloome kan jedhamu gaafa abjuun isaa hundi gaabbiidhaa bakka buuteedha."

05/08/2024

Gaafa tokko abbaa qabeenyaa tokko namoota ganda isaa yaame akka du'aa'i(waaqa kadhataniif) ajaje..akkana jechuun"ani har'a akka naf kadhattaniif osoo hin taanee akka waan kadhattan naaf fuutanif malee uustanitumaa jecha hiikaa hin qabne tarreesitaniifi mit"jedhe jala muure.wanti isin barbaaddan hundi guutuudha.warra qamma'uuf jimaa harwaaccee...mana itti aanuutu immoo dibicha qaleefi...kan nyaachuu feetan mana san dhayxani nyaatuu jedheni....jarri mirqaanu eegalan

Duuba eenyuu akka dhugaadhaan isaaf kadhatu fi eenyuu akka ifirraa baasii kadhattu baruu barbaadee...gara jaraa ablee ajaaibaa tan qabaate dhaqe"mee isin keessaa eenyuutuu dhugaan if naa qabe? Kaniin ablee tanaan mataa irra kutuu ?"jedhen yeroo kana manni guutuun guumgumuu eegale.garuu jidduutti ana jedhe harka baase...kootu jedheeni mana itti aanuu geesse.namichaan akkana "mana guutuu keessaa atumaan qofti yoo naf kadhate na ga'a..kunoo wanti qophaa'ee hundi keeti nyaadhuu dhugii,jimaas qamma'i mirqaanni....ani du'aai hiika hin qabneef nama amiin ja'uu miti.."jedheni ablee harkaa qabuun tuumaaleeysa ra'ee mataa irraa muure.ablee dhiiga qabdu harkatti qabatte gara jaraa deebi'ee dhaqe"mee kan biraa kan if na qabe.kaniin qalee itti aansu ni jiraa?"jedhe ablee dhiigaan cuuphamte ol qabe agarsiise...yeroo kana manni guutuun ooriisaa huulaa irratti wal qaban...waaywaachuu eegalan.innis kijibduu hunda manguddoo maal nyaannaa....ka'aati narraa deemaa jedhe gaggeeyse jedhama.

Waa kadhachuun dura maal eenyuu akka kadhatu beeki.waan kadhatees akka waan argateeti yaadi.malee uusanituma waan waywaachuu miti.
kan kadhachaa jirtuu malee namaa miti.namni fuula waaqayyoo jiruu akkamitti nama akka isaa uudaan garaa qabuu fi ablee sodaata....rabbiirraa ableen caalteeti moo?...kanaafuu "

"waan jaallannuu tokkoof gochaan hin dhaabbannu taanaan duruumanuu jaallachuu dhiisuu wayya"
post

  BadhaadhummaaKitaaba 'Think and Grow Rich' kan Napoleon Hill barreesse Hinseenee Makuriyaa gara Afaan Oromootti hiike....
05/08/2024

Badhaadhummaa

Kitaaba 'Think and Grow Rich' kan Napoleon Hill barreesse Hinseenee Makuriyaa gara Afaan Oromootti hiike.Kitaaba Ajaa'ibaati ;barbaada dubbisaa

Qajeelfamoota' Napoleon Hiil' 13n.(13 principles of Think and Grow Rich by Napoleon Hill)
1.Dharraa/desire
2. Amantii/faith
3.Sammuu leenjisuu/auto
suggestion
4.Beekumsa addaa/
specialised knowledge
5.Nuura/imagination
6.Karoora qindaa'aa/
organized planning
7.murtee/decision making
8. persistence /kutannoo
9.Humna Gamtaadhan
hojjachuu/power of
Master mind
10.Dharraa wal qunnamtii
saalaa to'achuu/
The mystery of s*x
11. Yaad-qalbii duubee /the
subconscious mind
12.Sammuu/the brain
13. Qaama miiraa 6ffaa/the
sixth sense
Follow me Muftish Sultan

  Ministirri Muummee Baanglaadeesh Sheik Hasinaan  mormii uummataa  itti fufee gaggeeffameen aangoo gadi dhiisuudhaan bi...
05/08/2024



Ministirri Muummee Baanglaadeesh Sheik Hasinaan mormii uummataa itti fufee gaggeeffameen aangoo gadi dhiisuudhaan biyyaa baqachuun dhaga'ameera. Xumurri sirna mootummaa gabroomsaa salphina tahuun Itti fufeera.

:

Namicha barnootaan sadarkaa Piroofeesara jedhan irra ga'eera garuu,hiika jireenya hanga nama kutaa tokko baratee waan hu...
02/08/2024

Namicha barnootaan sadarkaa Piroofeesara jedhan irra ga'eera garuu,hiika jireenya hanga nama kutaa tokko baratee waan hubate natti hin fakkaatu.guyyaa tokko namichi baayyee barate kun barataa isaa tokkoof qabxii "F" kenneef.barataan kun abdii kuttachuu irraa kan ka'e guyyaa tokko haala mijataa ilaallatee biiroo namicha piroofeeseera jedhamu kana seenuun har'a asumattan si ajjeesa jechuun itti dhaaddate.

Piroofeeserichis itti kolfuun deebii isa irraa hin eegamne akkas jechuun dubbate." natti toluene jiraachaa jira sitti fakkaatee,yoo onee qabaatte na ajjeesi" jedhe jedhama.
?namichi kun during nama isa ajjeesu dhabe malee du'a eeggataa ture jechuudha.
jiraanii du'uun akkasi. akka warra kaanii hin dhalatiin hin du'iin!!!

siif galeeraa? Fuula-57-56tti jiruu irraa fudhatame...

Ni mo'e utuu hin taane record cabse warra har'a mo'ame keessaan warri kaleessaa mo'aman,mo'amuu qofaa utuu hin taane cab...
02/08/2024

Ni mo'e utuu hin taane record cabse warra har'a mo'ame keessaan warri kaleessaa mo'aman,mo'amuu qofaa utuu hin taane cabani warra bor mo'uuf record cabsu nu haa taasisu.

በኦሎምፒክ 10 ሺህ ታሪክ ፈጣኑ ሰአት በተመዘገበበት ውድድር በሪሁ አረጋዊ የብር ሜዳልያ አግኝቷል። አንበሳ!
02/08/2024

በኦሎምፒክ 10 ሺህ ታሪክ ፈጣኑ ሰአት በተመዘገበበት ውድድር በሪሁ አረጋዊ የብር ሜዳልያ አግኝቷል።

አንበሳ!

Hojjattoota Mootummaa mindaa gadi’aanaa argataniif daballiin miindaa taasifame ‼️============================="Miidhamaa...
02/08/2024

Hojjattoota Mootummaa mindaa gadi’aanaa argataniif daballiin miindaa taasifame ‼️
=============================
"Miidhamaan tokko hojjetaa mootummaati. Hojjetaan mootummaa miindaa ji’aa 1500 argatu jira. Haaromsi kun baay’ee waan isaan miidhuu danda’uuf hojjettoota mootummaa miindaa gadaanaa argataniif daballii miindaa taasifneerra. Hojjetaa mootummaa miindaa xiqqaa argatuuf miindaa argataa turan irratti %300 daballe. Kun argamee hin beeku. Warra miindaa ji’aa Birrii 25,000 ol argatan ammoo yeroof nuuf turaa! Kanaaf baajata dabalataa Birrii biliyoona 90 ol nu gaafata.
Baga gammaddan ‼️

02/08/2024

waaddii nyaatu har'a ammo waadaa nyaatu!....

  jechuun gabaabumatti akkana.Abbaatu ilmaan dubartiin ani ani sif laalee fuuta jedheen.ilmi,"lakki hin ta'u'jedheen.yer...
02/08/2024

jechuun gabaabumatti akkana.

Abbaatu ilmaan dubartiin ani ani sif laalee fuuta jedheen.ilmi,"lakki hin ta'u'jedheen.yeroo kana abbaan ammo "bar intala geetii "jedhen ...mucaan tole.
Itti aansuun immoo abbaan geet bira bilbilee "intala tee akka gurbaa kiyyaatti heerumsiiftun barbaadda"jedheen.biil geet,"lakkii hin ta'u"jedheen abbaan deebisee "bar gurbaan kiyya.daareektara olaanaa Baankii addunyaatti"jedheen.

San booda abbaan baankii addunyaa bira bilbilee....mucaa kiyyaa akka daareektara baankii addunyaa goote muuduun barbaadda"jedheen. "lakki"jedhen.abbaan deebisee "bar mucaan kiyya soddaa geetii"jedheenii jara sadeenuu amansiisee jedhama....siyaasaa jechuun gabaabumatti akkana jechuudha.

25/07/2024

Yaada tokko hamaa yookis gaarii godhu maalummaa yaadichaa osoo hin taanee eenyummaa abbicha yaadicha yaaduuti

17/07/2024

Wadaajni amaaraa dhufa malee gala hin toluu Jedha abbaan koo

13/07/2024

Dalaalli harree gatii harree malee gatii namaa hin beeku.....

09/07/2024

Osoo nama hin ta'in namaaf ta'uun hin jiru..

ABBICHUU *************Abbaan Abbichuu, ilmii isaa baratee sadarkaa guddaa akka gahu barbaada. Akka isaa qonnaan bulaa ta...
24/06/2024

ABBICHUU
*************
Abbaan Abbichuu, ilmii isaa baratee sadarkaa guddaa akka gahu barbaada. Akka isaa qonnaan bulaa ta’ee, sangaa leenjisaa, lafa qotaa haa jiraatuu hin hawwuuf ture. Ilmi isaa Abbichuun baratee iddoo guddaa haa gahuu hawwii qabu irraa ka’ee, Finfinnee geesseenii akka barnoota hammayyaa jalqabu godhe.

Abbichuunis barnoota isaa cimee hordofuun barachuu itti fuufe. Kanaanis, carraa barnoota ol’aanoo argatee, bara itti aanee jiru, gara Faransaay deemuuf qophii irra ture. Barris bara 1935 ALA (1928 ALI) ture. Abbichuunis reef mucaa umrii woggaa kudha jahaa ta’a.

****
Baruma kana (1935/1928) Xaaliyaaniin Benitoo Mosolooniin hogganamtu, Itoophiyaa weeerartee koloneeffachuuf dhaadannoo fi qophii guddaa irra turte. Haloo woggaa afurtama dura Adawaa irratti mohataman bahuuf, Xaaliyaanonni, dhaadannoo fi agarsiisaa woraanaa garagara muldhisuu bira darbanii, loltoota isaanii laakkofsaan heddu ta’anii fi meeshaa woraanaa yeroo sanitti hammayyaa ta’e balbala galaanaa Mitsiwaatiin gara kolaanii isaanii Eertiraatti yeroo geejjibsiisaa turaniidha.

Itoophiyaa yeroo san kan bulchaa ture, Mootichi Haayilasillaaseen (Jaanoy) gara Liigii Mootummootaa (League of Nations) deemuun Xaaliyaaniin akka irraa dhoorkan worwaachaa fi iyyataa ture. Garuu Liigiin Mootummootaas abdii sirraa dhoorkina jedhu waan hin kennineefiif, dalgumaan biyyi woraana kana akka ofi irraa qolachuuf yaaltu socho’aa turan.

Namni yeroo san Salaaleen bulchu Dajjazmaach Aberra jedhama. Ilma Raas Kaasaa Haileeti. Raas Kaasaan kun ammoo yeroo sanitti mootichatti aanee nama dhageettii fi angoo guddaa qabuudha. Bulchaa Bejamidir (Gondar) fi Lasta ture. Aanga’oota gurguddoo (Raasota) Itoophiyaa sadi kan weerara Xaaliyaan kana ittisuuf ummataa fi loltoota duulchisan keessaa Raas Kaasaa Haile kun nama tokko. Jaanoyis Raas Kaasaadhaaf gorsitu woraanaa kan ta’an faranjii lammii Czechoslovakia Adolf Parlesak jedhamuu fi hiriyyaa isaa Colonel Konavanov jedhamu akka gargaaraniin ergaafi

Address

Deder
Harerge

Telephone

+251921852910

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiyaanaa post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share