Jiivox uke mãn

Jiivox uke mãn Jaallala male hin qabanu jibba
jaallalan jirran hanga jiruu tenya
wal malee maal qaban
(1)

08/07/2025

Shaa shaaba❤😁

20/11/2024
Jiraa jiraa jachumafiNagaan Ooluu kana Caalaa WantiGatii Qabu hin jiru Alhamdulillaah 🙏🥰
13/11/2024

Jiraa jiraa jachumafi
Nagaan Ooluu kana Caalaa Wanti
Gatii Qabu hin jiru Alhamdulillaah 🙏🥰

02/10/2024

Shaa shaa❤

14/06/2024

.......

Gaafa gaddaaf gammachuu
Yoo hirmaatte Na faana
Aniif Atii Yoomiyyu
Waliif gaachana taana

Gaafani madaa baadhee
Qofaa koo kulkulffadhu
Akkan miidhamee jiruu
Natti hiiqii naaf hubadhuu

Malee natti hin murteessin
Murtoo Halaaf halaalaa
Waaqni bifa oso hin taane
Yaada garaa ke ilalaa

Arrabaan nattii kuulaa
Dudduubaan Na hamatte
Balbalan seenuu malee
Ofii hin seenin banatte

Yeroo na bira jirtuu
Harka keen na hammatte
Yoo narra hiiqxe garuu
Hin cabsiin na hamattee

Yoo ofii nyaachuu deemtuu
Mana laazanyaaf keekii
Akkan daadii gubbaarra
Beela'a jirus beekii

Summii waliif bituurra
Yoo waliif taanee dawaa
Arraba qofaa mitii
Hojiinis taanee cawwaa

Maqaa koo gurguruudhaaf
Yoo fuutee deemte gabaa
Anuma qofaa hin se'iin
Situu na waliin cabaa


Naaf Atii waliif luka
Wal faana waliif tolla
Dhiibbaas ta'e dhiibamuu
Wal faana waliif lollaa

Ati erga nama taatee
Namatuu namaaf fala
Waliin keesaa darbina
Malee hin darbinu wal jala

shaa Reduwan

02/05/2024

i will follow up

06/02/2023

Dhufee dhufee kuno yoo
Na qebaltan

14/10/2022

Kaayyoof mul’ata qabaannaan wanti si daangessu hin jiru!
Mucaan kun harka hin qabdu!. Harka ittiin nyaattuufi barreesitu dhabdus miila qabdu akka harkaatti fayyadamtee qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachaa jirti!
Waan qabdutti gammadii jiraadhu!
Fayyaa hin dhabinaa!

Address

Harer
Harar

Telephone

+251940855161

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jiivox uke mãn posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share