As-haabot motii gaara

As-haabot motii gaara I need Allah in my life I'm oromo first No Galte As-haabot mooti gaara 🇪🇹

24/05/2025

'Allaahaan malee hin Kakatinaa ammas Haala isin Dhugaa Dubbatoo taatan maleettis hin Kakatinaa' Je'an Nabiin ﷺ
📚 صحيح الجامع 7249

Allaahu Akbar!Muftii guddaa Biyya teenyaa Kan tahe Dr. Jeeylaan khadiir Gammadaa itti aanaa Presidentii gamtaa Ulamaa'ii...
28/04/2025

Allaahu Akbar!
Muftii guddaa Biyya teenyaa Kan tahe Dr. Jeeylaan khadiir Gammadaa itti aanaa Presidentii gamtaa Ulamaa'ii Afrikaa tahuun filamaniiru.

Filannoon Kun Kan tahe konfaransii Ulamaa'ii Afrikaa, Senegal, Magaalaa Daakaritti guyyaa lamaaf deemaa ture irratti. Ummanni Islaamaa hundi Baga gammaddan, Baga gammanne!

27/04/2025

""Yaqiina qabachuu..""
Seenaa ajaiba tana dhagefadhu 👂laali Tafakkura rabbii kenya....

Qur'aanni ni mi'aawaIttiin jiraannee mi'aa san haa dhandhamnu
25/04/2025

Qur'aanni ni mi'aawa

Ittiin jiraannee mi'aa san haa dhandhamnu

21/04/2025

"Du'aa'iin Nama 3hi Qeebalamtuu dha
1. Nama Zikrii Heddummessuu
2. Nama Miidhame
3. Imaam Haqa Dalagu." Jecha Nabiiti ﷺ

21/04/2025

Osoo Ati Gammaadee Haadhaa Fi Abbaake Hin Gammaachiisin Rabbiin Sin Fudhaatin🤲🤲

Ulamaan akka motii kannisati ja'an kannisni yoo motii qabane hin jiratu ni faca'aa  Rabbii umrii teysan kesa baraka ha k...
02/03/2025

Ulamaan akka motii kannisati ja'an kannisni yoo motii qabane hin jiratu ni faca'aa

Rabbii umrii teysan kesa baraka ha kayu 🥰

03/10/2024

Milkii boodaan fashalli hin jirreen
RABBIIN kiyya isin haa milkeessu

Beekumsa!beekumsi ulfina. Qomaafi sammuu namaa bal'isa. Qajeelumaaf sababa guddaa taha. Rabbiitti nama dhiheessa. Beekum...
26/05/2024

Beekumsa!

beekumsi ulfina. Qomaafi sammuu namaa bal'isa. Qajeelumaaf sababa guddaa taha. Rabbiitti nama dhiheessa. Beekumsi hunda caalu beekumsa diiniiti. Haguma diinii kee beektun ibaadaan kee bareeda. Haguma Beekumsa Rabbiif qabduu dabalaa dhufeen sodaan Rabbiif qabdu dabalaa dhufa. Haguma Rabbiin sodaatten daangaa isaa eggatta, badii irraa fagaatta, ajajawwan isaa raawwatta.

Beekaa ykn hayyu jedhamuuf hin baratiin. Akka beektu namoonni haa beekaniif beeksiisuuf hin cinqamiin. Beekumsi tokko haga hojirra olutti beekumsa hin jedhamu!

Beekumsi Rabbiin biratti ragaa sif taha akkasumas ragaa sirratti taha. Yoo wanta beektun hojjatte beekumsi kee sif ragaa taha. Yoo wanta beektun hojjachu baatte beekumsi kee sirratti ragaa taha. Kanaaf hojjachuudhaaf male beekumsa kusachuudhaaf qofa hin baratiin.

يَرْفَعِ ٱللهُ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ مِنكُمْ وَٱلَّذِينَ أُوتُوا۟ ٱلْعِلْمَ دَرَجَٰتٍۢ ۚ وَٱللهُ بِمَا تَعْمَلُونَ خَبِيرٌۭ
Rabbiin isin irraa warra amananiifi isaan beekumsi kennameef sadarkaa baay’ee isaan ol kaasaRabbiinis waan isin hojjattan keessa Beekaadha.

📨 -haabot motii gaara

09/04/2024

🤲

25/03/2024
11/12/2023

Address

Miesso
Harerge

Telephone

+251961604490

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when As-haabot motii gaara posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to As-haabot motii gaara:

Share