Roba Abdella

Roba Abdella Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Roba Abdella, Digital creator, Kombolcha, Harerge.

HIJAABNI QAROOMA --------- -----------Dur gaafa gad buune   Jannatarraa baaneeHubannoo dhabarraa   Baalaan sattaranneEeg...
15/05/2025

HIJAABNI QAROOMA
--------- -----------
Dur gaafa gad buune
Jannatarraa baanee
Hubannoo dhabarraa
Baalaan sattaranne
Eegasii qaroomnee
Huccuus tottolfannee
Adaduma bulluun
If sattaraa dhufne
Gaafa seerri rabbii
Hunda nu caalchisee
Hijaabaan if dhoysaa
Jechuun nu qaroomsee
Qaama kheenya qaalii
Daranuu qaaleyse
Jaahiliyyaan jaamaan
Arra lafaa khaatee
Aadaa arabaati
Jechuudhaan gad baate

Deebisaan nu jennuun
---------- -- --------
Abshir qullaa deemaa
Eentu sini dubbate
Jaldeeysaan qixxaachuun
Mirga abbaan filate
Nuti ammoo qaroomneeti
Sattarachaa jirra
Akka isinis qaroomsu
Abdanna rabbirraa
Mirga dhabaaf miti
Khan nu sattarannu
Qaamni kheenya qaalii dha
Magaalaan hin baanu
Kha beekhu isa beekhee
Bakka barbaaddataa
Warra magaalaa dhabetu
Namayyuun khadhata

Rabbi biyya lachuutti nu haa sattaru

15/05/2025

DUKKANAA’EE HIN HAFU

Jireenyi Duniyaa heddummaatus gufuu
Gaaf tokko bari’a dukkanaa’ee hin hafu

 Guyyaan Boruu Ramadaana tahuun isaa bekkame jira Warra Amanni nyaatumi,warra amata nyaatu nuhaa godhu ilaahin
28/02/2025


Guyyaan Boruu Ramadaana tahuun isaa bekkame jira Warra Amanni nyaatumi,warra amata nyaatu nuhaa godhu ilaahin

Yaa RABBI rakkoo ummata Keenya kanaa quba qabaadhuHarka ummata Keenya kana miidhe qabaa keetiin qabi.
21/11/2024

Yaa RABBI rakkoo ummata Keenya kanaa quba qabaadhu

Harka ummata Keenya kana miidhe
qabaa keetiin qabi.

06/11/2024

Rabbiin nuhaa sattaru jannatarrahiis firdooysi nuf haa kannu

05/11/2024

Yaa RABBI
Cinqachuu, Rakkachuu, Xiqqaachuu, Salphachuu, Dhiphachuu,
Iddoo hin taane dhaabbachuu
Qooda keenya hin taasisin

31/10/2024

Ergamaa Rahmata
Nabi_Mohammed irratti
♣Halkan Jumma♣
salawaata haa Bufnuu
ﷺ ﷴ ﷺ

Abbaan Qabeenyaa Obbo Yaadataa Juneydii hojii fakkeenya guddaa namaaf tahu hojjate. Magaalaa baddannootti million 60 oli...
23/10/2024

Abbaan Qabeenyaa Obbo Yaadataa Juneydii hojii fakkeenya guddaa namaaf tahu hojjate.
Magaalaa baddannootti million 60 oliin mana barumsaa ijaarsisaa ture guyyaa har'aa Eebbisiise.

Qabeenya isaa keessa Rabbiin barakaa haa kaayuuf, Hojii tanas Sadaqaa jaariyaa isaaf haa godhu. Kana caalaa Keyrii hojjachuu Rabbiin isaaf haa laaffisu.

Ba'aa jiruu sitti ulfaattee sirraa haa buusuNama jiruun isa moohattee mitiiNama jiruu moohatee kaayyoon isaa galma geess...
22/10/2024

Ba'aa jiruu sitti ulfaattee sirraa haa buusu
Nama jiruun isa moohattee mitii
Nama jiruu moohatee kaayyoon isaa galma geesseef sihaa taasisu

Finfinnee,Markaatootti balaan ibiddaa mudate.Ibiddicha dhaamsuuf  tattaaffiin hedduun godhamaa jiraatuus hanga ammaatti ...
21/10/2024

Finfinnee,Markaatootti balaan ibiddaa mudate.Ibiddicha dhaamsuuf tattaaffiin hedduun godhamaa jiraatuus hanga ammaatti guutummaàtti hin milkoofne.😭

21/10/2024

Imaana guutun,Rizqi bal'aan,Boqonna sammuun, Rabbi nu haa badhaasu.

05/10/2024

Akkuma warri amantaa biroo hordofu dirree iidaa nuu waliin dhufee salaatuu amantaan isaanii isaan dhoowwutti nutiis amantaan keenya dirree irraachaa dhaquus ta'e iddoo sanitti argamuu nu dhoowwa

Weyta akkana jennu isiniis amantaa keenya irraa kootta qooda furadhaa nutiis amantaa keessan irraa dhufnee qooda fudhannaa jechuu keenyaa mitii
Quba qabaadhaa

Amantii jaalalaa, walqixxummaa, kabajaa, ulfina, haqa, nagayaa fi tasgabbii
Islaamummaadhaan koottuu wal bari.

Address

Kombolcha
Harerge

Telephone

+251947190675

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Roba Abdella posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Roba Abdella:

Share