Ifaa Dhugaa page

Ifaa Dhugaa page Waanan gammachuu qabu sitti fakkaataa ?

Trump Noobeelii Mangistii keennallee fudhatee dabalachuu barbaada natti fakkaata🤷‍♂️ Osoo Noobeelii sanillee taatu kenni...
23/01/2026

Trump Noobeelii Mangistii keennallee fudhatee dabalachuu barbaada natti fakkaata🤷‍♂️ Osoo Noobeelii sanillee taatu kennineefii Port argannee nu awwaaxxa’a✋

Baqqaa Noobeelii fi Birrii barbaada Jaarsi😊 yookiinimmoo Warqii Gujii fi Gaambeellaa haa qotatuu lafa kennaafii.

Free Munir Abdulkadir   😭Free Leenca Gaara Galbii  😭‎Ijoolleen tun Ilmaan Hiyyeessaati!‎Dargaggoota Baalee Bahaa keessat...
22/11/2025

Free Munir Abdulkadir 😭
Free Leenca Gaara Galbii 😭
‎Ijoolleen tun Ilmaan Hiyyeessaati!

‎Dargaggoota Baalee Bahaa keessatti Hojii Tola Ooltummaa irratti adda Durummaan beekkamtuudha. Dargaggoonni tun Hiyyummaa Isaaniitiin Osoo Ofiifi Biyyarrattis ba'aa hin tahin, Dargaggoota Kumaatamoota Baalee Bahaa keessaa Ofirraa Eegalanii Rakkataafi Dhibamaaf adda durummaan Sagalee tahanii Haajaa Baasaa turan.

‎Dargaggoonni tun yeroo Ummanni Rakkatu Rakkoo Ummataatiif Nama hunda Dura isaantu Hiriira,Bakka Namni Dhuunfaa tokko miidhamettis Ofiif gargaaranii Ummannis akka Cinaa dhaabbatuuf kaka'uumsa godhanii Rakkataa rakkoo baasanii Dhibamaa wal'aansisuun Ijoollee beekkamtuudha!

‎Dargaggoota Badhaadhinaati, Ijoollee Kaleessa Sirna hamaa san Diina harkaa baastee Mootummaa Jijjiiramaa Dr Abiy Harkaan geettee akka Gaafa San Mootummaa Jabaa Abbaa Tarsiimoo Haqaa argatanii haga hardhaatti Sirna kana Tikfachaa Jirtuu dha!

‎Har'a Garuu Eessa Jiru?😭
‎Kaleessa Diinaan Dhaanamtee har'a Obboleessaan Dararamuu hin qabdu!
‎Qaamni Dhimmi Ilaalu Dargaggoota tana Nuuf hiikaa?

Sagalee beeltuu kurkurruu jaala kiyya jabaakabineefi jalee Haga Kominikeeshinii gahutti iyyisiisa Jira gurbaan
13/11/2025

Sagalee beeltuu kurkurruu jaala kiyya jabaa
kabineefi jalee Haga Kominikeeshinii gahutti iyyisiisa Jira gurbaan

Haga ammaatti faarsee bultootaafi kaabinoota maalee hawaasa si faarsuu hin garree ijjii gaara duubaatti waa hin garree i...
13/11/2025

Haga ammaatti faarsee bultootaafi kaabinoota maalee hawaasa si faarsuu hin garree ijjii gaara duubaatti waa hin garree isiinu ijaa mitii jedhan kanaafu bulchaa kabajamoo jabaa keenya Yoo sin jechaa oolanis jabeenya kee isaa dhugaa Yoo baruu barbaade Gaafa hawaasa keetif gaaffii misooma deebiste uummannii si faarseedha Ka jara Amma si faarsaa jiruu kun sitti hin oo'in Aab Jarso boru raro

Uleen PP kan ittiin ABO reebdu inni guddaan,mufattoota,gantoota fi sobdoota; isa keessaa ba'an fi isa keessa akka Jawwee...
12/11/2025

Uleen PP kan ittiin ABO reebdu inni guddaan,mufattoota,gantoota fi sobdoota; isa keessaa ba'an fi isa keessa akka Jawwee maramanii ciisaniinidha!!!

ABOn gitni fi gulantaan isaa kana miti. dhaaba biyya gaggeessu malee,kan kara deemtuun itti qoostu hin turre. dhaaba agartuu (qaroo) Oromooti. dhaaba safartuu Oromummaati.

Nurraa Kaasaa ?
12/11/2025

Nurraa Kaasaa ?

Address

Harer
Harerge

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ifaa Dhugaa page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share