Nuredin jemal

Nuredin jemal Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nuredin jemal, Digital creator, Baroda, Hirna.

09/02/2026

Waliin Ramadaan Abdi Alii – Reefu akka leellistoota olaanoo isaanii keessaa tokko ta'etti beekamtii argadhe!

18/01/2026

Waliin Makii Oromia – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 4f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

12/01/2026

Jaartii Gaarii
Rabbi Siif Haa Kennu

28/09/2025

Namni keenya yeroo ati rakkattu caalaa yeroo ati dhuufuu dhuuftu gara galee si ilaalaa😁😁

27/09/2025

Dhibeen hamaan dhibee kaansariidha. Rabbiin Maatii fi aalii tee hundaan haa didu!💔

09/09/2025

👉Nama dhabuun murtii hin tanee irran nama ga'aa garuu namotanis marfamte osoo jirtuu namaa sii hubatuu dhabuun nii ulfataa 😥😥

✨Nama kaayyoo qabuuf gufuun dhugumatti rakkoo osoo hin taane daandii jabinaa ti.✅ Yoo kufte, ka’i deemi.✅ Yoo danqaatti,...
28/08/2025

✨Nama kaayyoo qabuuf gufuun dhugumatti rakkoo osoo hin taane daandii jabinaa ti.
✅ Yoo kufte, ka’i deemi.
✅ Yoo danqaatti, hin sodaatiin – inni si jabeessa.
✅ Gufuuleen har’aa galma kee irraa si gufachiisu miti, akka geessituu fi injifattee ga’eessuu si taasisa.

💡Kaayyoon kee caalaa guddaa waan hunda injifata!

20/08/2025

Baajii deeggaraa 3 Badho Abl, Caaltuu Amaan fi Ash*tty Abbile irraa fudhadheera.

18/08/2025

Lubbuu fi qabeenya ofii
caalaa Rasuula jaalachuun
dirqama ۝ﷺ

18/08/2025

Daqiqaa tokkof dhaabu
#𝐒𝐚̄𝐥𝐥𝐮̄𝐮̄_________𝐀𝐥𝐥𝐚̄________𝐍𝐚̄𝐛𝐢𝐢_______ﷺ
irratti Salawaata buusi ❣️

Address

Baroda
Hirna

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nuredin jemal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share