Nasir A Amin

Nasir A Amin Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nasir A Amin, Digital creator, Hirna.

🥲
24/12/2025

🥲

Humni bittaa Birrii Itiyoophiyaa addunyaarraa dadhabaa ta’uun Sadarkaa Sadaffaa irratti galmaa’e – Bluumbargi

Finfinnee, Mudde, 23, 2025: Birriin Itoophiyaa gulantaa humna bittaatiin addunyaarraa sadarkaa sadaffaarra akka jiru Biluumbargi gabaase. Kunis sababa jijjiirraa imaammata sharafaafi carraaqqii fooyya’ina kaffaltii liqaa kan biyyattiirra jiruun kan wal qabatu ta’uu gabaasichi eereera.

Akka gabaasichaatti, Birriin Itiyoophiyaa bara kana doolaara Ameerikaa waliin wal bira qabamee yoo ilaalamu humni bittaa isaa dhibbeentaa 15 ‘ol gadi bu’eera. Kanaanis birriin bara 2025 kana qarshiiwwan addunyaarraa akkaan humna bittaa dadhabaa qaban keessaa tokko ta’ee jira.

Odeessa guutuu saanduqa yaadaa keessaa dubbisaa

Miidhagina hidha laga Abbaay!
28/08/2025

Miidhagina hidha laga Abbaay!

29/07/2025

Ijji gaara kana duubatti waa firraa hin agarre tan mutaan if keeysaa guurani!

15/04/2025

Baadiyyaa biyya koo!

15/04/2025

Eebla 15

Baga Guyyaa Gootoota Oromoo geeysan!

Address

Hirna

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nasir A Amin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share