Abdii Boruu

Abdii Boruu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdii Boruu, Digital creator, Hirna.

Irreecha Gaarii
04/10/2023

Irreecha Gaarii

02/10/2023
02/10/2023
"Lubbuu daa'immaa oolchee,  miidhamu kooti hin gabbuu" yaada dargaggoo Abdii Tufaa kenneTaate guyyoota darbe sababa roob...
02/10/2023

"Lubbuu daa'immaa oolchee, miidhamu kooti hin gabbuu" yaada dargaggoo Abdii Tufaa kenne

Taate guyyoota darbe sababa rooba cimaa naannoo magaalaa Hirnaatti roobeen lagni Bishaan Poostaa lolaan guuttamuun daa'imni Waggaa 10 Nasruu jedhamu lolaan bishaan keessaa ba'ee yommuu fudhatamu konkolaataa uummata deddeebisu Harar irraa gara Finfinnee deemun ayyaanaf kan imalaa ture dhalataa kan tahe nami jedhamu, konkolaataa ittiin imalaa ture saffisaan dhaabsisuun daa'ima lolaan fudhatee deemaa ture baraarudhaaf lagatti utaalee daa'ima kana lubbuu isaa baraaruu dandaheera.

Ittigaafatama Buusaa Gonofaa Bulchiinsa Magaalaa Hirna Obbo Naasir Ibroosh waamicha Lammii dhiheessaniin Abdiin gootaa jaaraa kanaati Kanaaf hawaasi biyyaa keessafi alaa hundii tumsa akka gochuun qaban Waamicha goochuun ,Namootaa hangaa ammaatti garggarssa godhan galaatomaa jedhaniiru .

Goota lubbuu isaa kennee lubbuu daa'imaa baraare kana karaa Herreega Baankii

Maqaa Abdii Tufaa Arsaase
Lakkoofsi herrega Baankii Daldalaa Itoophiyaa: 1000574798454
Lakkoofsi herrega Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa: 1048400163282 .
Warri deeggarsa gootan galatoomaa.
Hussen irra

Address

Hirna

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii Boruu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share