Qoraasuma Tube

Qoraasuma Tube Qoraasumni aartii urgooftuuwwan hedduu kan gurraan isin geessuu fi dhama aartii kan isin Unachiiftu..

Qe'een Oromoo akka kabaja argatuuf jalqaba  Oromoon akka sabaatti wal kabajuutu Mala!Haqa jiru dagattaniis dhiistaniis n...
19/04/2026

Qe'een Oromoo akka kabaja argatuuf jalqaba Oromoon akka sabaatti wal kabajuutu Mala!

Haqa jiru dagattaniis dhiistaniis natti hin fakkaatu. isin akka aartitti waan hunda dura dhaabachuun sirriidha. waan amma oromoon itti jirus aartin yoo fuldura dhaabattan gaafa sana irra kabaja isiniif malu argattu jedheen amana. Harreen harree ta'uu beekna taanan harree waliin haasan hin barbaachisu! Ofiin wal tumsuu osoo faarsinee!

112 likes. "Gelana Garomsa ft Yosan Getahun - Galmee Seenaa - new Ethiopian (music 2026 )"

Address

Hoo-lataa
Holeta
0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qoraasuma Tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category