24/07/2026
๐ Tarree Guutuu Mo'attoota Baalloon Do'or (Ballon d'Or)
(Badhaasa taphataa kubbaa miilaa addunyaa keessaa isa kabajamaa ta'e, bara 1956 irraa eegalee)
Baalloon Do'or badhaasa waggaa waggaan taphataa kubbaa miilaa addunyaa irratti ga'umsa olaanaa agarsiiseef kennamuudha. Badhaasni kun jalqaba irratti taphattoota Awurooppaa qofaaf kan kennamaa ture yoo ta'u, booda taphattoota addunyaa maraaf banaa ta'eera.
๐
Mo'attoota waggaa waggaan:
1956 โ Staanli Maathiyuus ๐ฌ๐ง
1957 โ Alfreedoo Di Istefaanoo ๐ฆ๐ท
1958 โ Reemond Kooppaa ๐ซ๐ท
1959 โ Alfreedoo Di Istefaanoo ๐ฆ๐ท
1960 โ Luis Suwaarez ๐ช๐ธ
1961 โ Omaar Siivoorii ๐ฎ๐น
1962 โ Yooseef Maasopust ๐จ๐ฟ
1963 โ Leev Yaashin ๐ท๐บ
1964 โ Denis Laaw ๐ฌ๐ง
1965 โ Euseebiyoo ๐ต๐น
1966 โ Boobii Chaartoon ๐ฌ๐ง
1967 โ Flooriyaan Albeert ๐ญ๐บ
1968 โ Joorj Best ๐ฌ๐ง
1969 โ Jiyaannii Riiveeraa ๐ฎ๐น
1970 โ Geerd Muuleer ๐ฉ๐ช
1971 โ Yoohan Kirooyif ๐ณ๐ฑ
1972 โ Firaans Beekeenbaawer ๐ฉ๐ช
1973 โ Yoohan Kirooyif ๐ณ๐ฑ
1974 โ Yoohan Kirooyif ๐ณ๐ฑ
1975 โ Oleg Blookhiin ๐บ๐ฆ
1976 โ Firaans Beekeenbaawer ๐ฉ๐ช
1977 โ Allan Siimonsen ๐ฉ๐ฐ
1978 โ Keviin Kiigaan ๐ฌ๐ง
1979 โ Keviin Kiigaan ๐ฌ๐ง
1980 โ Karl-Heinz Rummenigge ๐ฉ๐ช
1981 โ Karl-Heinz Rummenigge ๐ฉ๐ช
1982 โ Paawuloo Roosii ๐ฎ๐น
1983 โ Miisheel Pilaatiinii ๐ซ๐ท
1984 โ Miisheel Pilaatiinii ๐ซ๐ท
1985 โ Miisheel Pilaatiinii ๐ซ๐ท
1986 โ Igor Beelaanov ๐บ๐ฆ
1987 โ Ruud Guulit ๐ณ๐ฑ
1988 โ Maarikoo Van Baasteen ๐ณ๐ฑ
1989 โ Maarikoo Van Baasteen ๐ณ๐ฑ
1990 โ Loothaar Maataawus ๐ฉ๐ช
1991 โ Jiin Piyeer Paappiin ๐ซ๐ท
1992 โ Maarikoo Van Baasteen ๐ณ๐ฑ
1993 โ Roobertoo Baajiyoo ๐ฎ๐น
1994 โ Kiristoo Stooyichikov ๐ง๐ฌ
1995 โ Joorj Wehaa ๐ฑ๐ท
1996 โ Maatiyaas Zaammer ๐ฉ๐ช
1997 โ Roonaaldo Naazaariyoo ๐ง๐ท
1998 โ Ziinediin Ziidaan ๐ซ๐ท
1999 โ Riivaaldoo ๐ง๐ท
2000 โ Luuis Fiigoo ๐ต๐น
2001 โ Maayikeel Owween ๐ฌ๐ง
2002 โ Roonaaldo Naazaariyoo ๐ง๐ท
2003 โ Paaveel Neved ๐จ๐ฟ
2004 โ Andiriy Sheevchenkoo ๐บ๐ฆ
2005 โ Roonaaldinyoo ๐ง๐ท
2006 โ Faabiyoo Kannaavaaroo ๐ฎ๐น
2007 โ Kaakaa ๐ง๐ท
2008 โ Ki