Madda Oduu Media

Madda Oduu Media Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Madda Oduu Media, Broadcasting & media production company, Addis Ababa, Jemo.

YouTube:- http://www.youtube.com/

Madda Oduu Media
"Oduu fi Odeeffannoo Dhugaa Madda Oduu Miidiyaa!"

Odeeffannoo Dhimmoota hawaasummaa Madda Oduu media filannoo keessan isa jalqabaati.

14/08/2026

Finfinneen akkas nama gootee barana.
Yaa Finfinnee

05/08/2026

Namni kun Gameessa Namaatii.
Maalummaa fi Kabaja qabeessa Amantichaa jechaa fi Amala Nama kanaa irraa hubachuu ni dandaeenya.

Kanaafu Hordoftootni Amantii Naannoo Oromiyaa keessa jiru Carra qabeessa dha.

Kanaafuu hiree rabbii keessan isiniif kenneetti fayyadamuun hogganaa jabaa fi Qalbii qabeessa akkasumas Gara laafeessa namaa kan 'ta'anii dha.

Akka Aadaa oromoottis Nama Sabboonummaan irraa mul'atu fi Abbaan dabeessa oromoo fi naamusa oromoo keessatti nama guddatee 'ta'an fakkaata.

Akka namaatti nama kana baay'ee kabajna ni jaallannas Amantoota kanneen birootis kabaja guddaa nama qabuu dha.

02/08/2026

Mr Dajanee Guutamaa Wal falmii 4 1n yeroo falman dhaggeeffadhaa. Yaa Oromoo Akkuma Leencaa Qophaa Falmuu malee waliin akka yeeyyii Falmuu hin jirtuu.

02/08/2026
31/07/2026

Ijollee Diyaaspooraa kun Waan yaadaan hin beekanuu

Aadde Fedila Biya Waajjira paartii badhaadhina muummetti Deetaa ministeera Qunnamtii Ummataatii fi Hariiroo Idila_Adunya...
31/07/2026

Aadde Fedila Biya Waajjira paartii badhaadhina muummetti Deetaa ministeera Qunnamtii Ummataatii fi Hariiroo Idila_Adunyaa kan taate Baalee,kaameeraan ,Sirbi,walalooni fi barreessaan kamiyyuu akka siif maluutti si jajuu hin dandeenye.Baalee, si ibsuuf jechoonni ni hanqatu. Jechuun baalee ibsite.

28/07/2026

With Meta – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

28/07/2026

Waan Akkasii Qoosuu maaltu fidee namni keenya kun garamgaram

28/07/2026

Gorsa Dr Abiy Ahimad Ali hubachuu dadhabuun keenya Aarsaa Guddaa nu kaffalchiisuuf deemaa Namni dilli tun attamiin wal hubatuu hin dandeenneef.

21/07/2026

Hayyuun Islaamaa Ahimaddin Jabal Sagantaa Marii biyyoolessaa irratti yaada isaanii yeroo Kennan

Address

Addis Ababa
Jemo
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Madda Oduu Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share