Mahamad love

Mahamad love Sallu alanabi

Google pixel 4xlLMC 8.4+XML 🌈🌄🌴Édit : Lr🖌️🎨
10/07/2025

Google pixel 4xl
LMC 8.4+XML 🌈🌄🌴
Édit : Lr🖌️🎨

Afaan faaya 🥰
10/07/2025

Afaan faaya 🥰

Portugal 🆚 Spain 🗓️ Sunday, 08 June, 2025⏰ GMT - 19:00 PM🏆 UEFA Nations League A Championship - Final🏟️ Allianz Arena, M...
08/06/2025

Portugal 🆚 Spain

🗓️ Sunday, 08 June, 2025
⏰ GMT - 19:00 PM
🏆 UEFA Nations League A Championship - Final
🏟️ Allianz Arena, München, Germany

| | | | | | | | | | | |

  hin darbbinMaqaan isaanii suufiyyaa Jamaal jedhamu godina jimmaatti dhalatani iluu abbaa boora anaa yaayyoo gandda Lee...
19/05/2025

hin darbbinMaqaan isaanii suufiyyaa Jamaal jedhamu godina jimmaatti dhalatani iluu abbaa boora anaa yaayyoo gandda Leeqaa jedhamtutti jiraachaa Turan Akkuma nama kamiiyyuu harmee isaaniif ofii isaanii jiraachisuuf asiif achi jechaa Turan baatii darbbe kana (ofccoo)baabura ) midhaan daakuuf yoo deeman baaburri sun ibsaan waan gandda sana hin jirreef baaburichi boba'aan isa daakudha yeroo mana baabura sana midhaan daakuuf jedhan shengaan baabura Sanaa qabee miila tokko irraan miidhaa hamaa gahee ture sana booda abbàan baabura Sanaa yaalchisaa Ta**us Amma humnasaan ol tahee jira yeroo ammaa fira dhabuun ilmma takkitti qaban waliin hospitaalatti rakkachaa jiru waan ittiin yaalaman hin dhaban firas hin qaban kan nama dhibu harmeen Kun arrabni isaanii hin dubbatu gurri isaanillee hin dhagahu umamumaan kanaaf gurbbaan ollaa isaanii tokko qarshiin yoo argame deemeen isaan cinaa tahuun yaalchisa jedhe ture hayye jedhee anis warra duraan hojiiwwan akkasii hojjetan hundumaaf barreessen ture hinuma baayyeen isaanii txt hin illaalle
Abdi Getachew
Mubarik Musama
Mubarik Musama
Alex Taye
Faadhaaf barreessaan ture keessaa Abdaches Abera tiifi
Makiy Pido qofatu argge waan kana
abbàan gargaarssa rabbiin biraa nan argadha jettan karaa lakkoofssa account kanaa gargaaraa1000685471087 maqaan isaa kaliifa tasfaayee jedhama 🙏

Barri Kun bara akkasiiti Bara yoo safuu cabsites beekamttii arggattu Bara yoo nama miites beekamttii arggattu Bara yoo a...
19/05/2025

Barri Kun bara akkasiiti
Bara yoo safuu cabsites beekamttii arggattu
Bara yoo nama miites beekamttii arggattu
Bara yoo amanttii namaa xiqqeessites beekamtii arggattu
Bara beekaa dhiistee wallaalaa Beekamaa hordoftu mucattiin Kun gorffamuu qabdi yoo didde ammo hidhamuu qabdi ammaaf garuu warri itti dhihoon gorssa isheen dubara waan taateef !🙏

   Godina Iluu Abbaa Booraa, Aanaa Bachoo, Ganda Tubbiitti kan argamu Finca'aa Laga Soor guddicha. Finca'aan Laga Soor h...
17/05/2025


Godina Iluu Abbaa Booraa, Aanaa Bachoo, Ganda Tubbiitti kan argamu Finca'aa Laga Soor guddicha. Finca'aan Laga Soor handhuura Oromiyaa Magaalaa finfinnee irraa fageenya 650KM irratti argama, Magaalaa gudditti Godina Iluu Abbaa Booraa kan taate Magaalaa Mattuu irraa immoo fageenya 30km irratti argama. Finca'aan Laga Soor Olka'iinsa meetira 20M irraa asii gadi fincaa'a. Finca'aan Laga Soor akka biyyaatti olka'iinsa irraa gadi fincaa'u irratti hundaa'uun Finca'aa Laga Abbayyaatti aanee sadarkaa lammaffaa irratti argama

📷

Nama arssa
24/12/2023

Nama arssa

Adaan teenya faaya amanuu baattus ilaali❤️🌼
16/08/2023

Adaan teenya faaya amanuu baattus ilaali❤️🌼

Address

Iowa Posted
Jimma
EVERYTHING

Telephone

+251987819170

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mahamad love posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share