05/12/2025
Oromoo keessaa kan masaraa mootummaa seene osoo MM Dr. Abiy Ahmed Ali tahu baatee gaafa lola sana masaraan Oromoo harkaa baatee orma harkatti kufti. Warra siyaasaa afaanin Oromoon dhaadatu kamuu caalaa Dr. Abiyyii Ahmad Alii Dheeraatu dantaa Oromoo tiiksuu danda'a.
Ana maleefi anaan maleen Oromoo yoo miite malee hanga har'aa fayyaddee hin beektu. Gaafa namni Oromoo ifatti Oromummaa isaa labsatee biyya gaggeessutti gareen Oromoo dantaa aangoof isa buqqisuuf wixxifatu akka Oromootti hedduu nama qaanessa.