Gospel Singer Ararsa Daba

Gospel Singer Ararsa Daba https://youtube.com/ Subscribe Naaf Godhaa YouTube Channeli koo

28/08/2025

Waaqayyo Ni Dubbate
Naaf Raawwate
Hammas Waan Dubbate qabaa
Innis Naaf Raawwatama. Inni Amanamaadha.

“Dargaggummaa argeera, dulluma biras ga'eera; garuu namni qajeelaan utuu gatamuu, ijoolleen isaas waan nyaatan dhabanii ...
28/08/2025

“Dargaggummaa argeera, dulluma biras ga'eera; garuu namni qajeelaan utuu gatamuu, ijoolleen isaas waan nyaatan dhabanii utuu kadhatanii ani takkaa argee hin beeku.”
— Far. 37:25

28/08/2025

“Nagaa isin biratti nan hambisa, nagaa koo isiniif nan kenna; ani akka biyyi lafaa kennuttan isiniif kenna miti, garaan keessan hin raafamin, hin sodaatinis!”
— Yoh. 14:27

28/08/2025

“Inni isiniif dubbatu hafuurri qulqulluun, inni abbaan maqaa kootiin ergu garuu, waan hundumaa isin in barsiisa, waanan isinitti hime hundumaas isin in yaadachiisa.”
Yoh. 14:26

28/08/2025

“Waaqayyo fuula isaa gara keessanitti haa deebisu, nagaas isiniif haa kennu! jedhaan!' jedhi!”
— Lak. 6:26

28/08/2025

Lafa Nagaa Isin Haa Oolchu Waaqayyo

27/08/2025

“Waaqayyoo wajjin nuyi humna in godhanna, warra nu cunqursan gad kan dhidhiitu isa.”
— Far. 60:12

26/08/2025

Jaalala Ati Jaalala Dhugaa
Akka kan Namaa miti hin Qabu Daangaa
👉. YESUUS🙏🙏🥰

“Ergichi, "Ani hojii kee beeka; ati humna xinnoo qabda, garuu dubbii koo eegdeetta, maqaa koos hin ganne. Kunoo, ani bal...
25/08/2025

“Ergichi, "Ani hojii kee beeka; ati humna xinnoo qabda, garuu dubbii koo eegdeetta, maqaa koos hin ganne. Kunoo, ani balbala banamaa fuula kee dura jiru, isa namni tokko illee cufuu hin dandeenye siif kenneera.”
— Mul. 3:8

Address

Jimma

Telephone

+251919285219

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gospel Singer Ararsa Daba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share