Shanan gibee

Shanan gibee
Oromummaan bar midhagummรฃa Isilaamumman yg ko oromuumman dhigaa ko please Add godha

 ๐Ÿ™๐Ÿ’™๐Ÿ’™๐Ÿ’™โค๏ธโค๏ธโค๏ธThe Evolution of  : A Legacy of Engineering ExcellenceIntroductionBayerische Motoren Werke AG, commonly known...
05/07/2025

๐Ÿ™
๐Ÿ’™
๐Ÿ’™
๐Ÿ’™
โค๏ธโค๏ธโค๏ธ
The Evolution of : A Legacy of Engineering Excellence
Introduction
Bayerische Motoren Werke AG, commonly known as BMW, is a renowned German automobile and motorcycle manufacturer celebrated for its performance-oriented vehicles and cutting-edge technology. Founded in 1916, BMW has become synonymous with luxury, innovation, and driving pleasure. This article explores the history, evolution, and impact of BMW on the automotive landscape.
History and Foundation
BMW was established in Munich, Germany, originally as a manufacturer of aircraft engines during World War I. The company's first product was the BMW IIIa aircraft engine, which gained acclaim for its performance and reliability. However, the end of the war in 1918 led to a ban on aircraft engine production in Germany, prompting BMW to diversify its offerings.โ€” bersama Tasty Besty Food 1M.
In 1923, BMW shifted its focus to motorcycles, launching the R32, which featured a revolutionary flat-twin engine and shaft drive. This motorcycle laid the foundation for BMW's reputation in the two-wheeled segment, eventually leading to several racing successes in the years that followed.
The Automotive Era
BMW entered the automotive market in 1928 with the acquisition of the Fahrzeugfabrik Eisenach. The first BMW car was the BMW 3/15, based on the Austin Seven. The introduction of the BMW 328 in the 1930s marked a turning point for the company, establishing it as a manufacturer of high-performance sports cars. The 328 gained recognition in motorsports, winning the Mille Miglia in 1940.
However, World War II led to significant challenges for BMW. The company was forced to redirect its production to support the German war effort, resulting in severe damage to its factories and infrastructure. After the war, BMW faced the daunting task of rebuilding and redefining its identity.
Post-War Recovery and Growth
In the post-war years, BMW focused on producing small, affordable cars. The BMW 5

Nagaan bulaa โฃ๏ธ
03/07/2025

Nagaan bulaa โฃ๏ธ

Gaddaan onneen na cabeera! ๐Ÿ’”"Kun dhugaa ta'uu hin qabu ture. kaleessa maaliyaa garee biyyoolessaa keenyaa uffannee walii...
03/07/2025

Gaddaan onneen na cabeera! ๐Ÿ’”

"Kun dhugaa ta'uu hin qabu ture. kaleessa maaliyaa garee biyyoolessaa keenyaa uffannee waliin turre. reefuma bultii ijaarrattee jireenya gammachuu eegalte ture.

Kun akkamiin taโ€™e?
Onneenkoo gaddaan cabeera!

Jaallatamtoota maatiiwwan keetiif;
Haadha manaakee fi ilmaan keetiif jajjabinan hawwa! yeroo hamaafi qormaataa kanatti jabina isaan barbaachisu akka kennuufis nan kadhadha!

Lubbuunkee isaan woliin yeroo maraa akka jiraattu nan beeka.
Hundi keenyayyuu baayyee isin yaadna! Diogo fi Andre โ€

Cristiano Ronaldo gadda obboleessa isaa D. Jota irratti kan barreessedha!

Rest in peace Diogo Jota ๐Ÿ’”๐Ÿ˜ข
03/07/2025

Rest in peace Diogo Jota ๐Ÿ’”๐Ÿ˜ข

  WALIIN HIN FALMIN!Qeerrensaa fi harreetu utuu waliin haasa'anii, harreen miira keessa galtee akkas jette.HARREE: margi...
02/07/2025

WALIIN HIN FALMIN!
Qeerrensaa fi harreetu utuu waliin haasa'anii, harreen miira keessa galtee akkas jette.
HARREE: margi cuquliisa!
QEERRENSA: lakki margi magariisa!
HARREE: lakki margi cuquliisa dha.
Utuma waliin falmanii falmii guddaan gidduu isaanitti ka'e. Dubbii ho'aas taanaan dhimma kana mootii bineensotaa LEENCA bira dhaqneetu gaafannee adda baafanna jedhanii murteessan.
Yemmuu achi ga'anis mootiin bineensotaa Leenci teessoo isaa irra taa'ee "dhimmi sa'atii kana gara koo isin fide maali!?" jedhee gaafate. Ariitiidhaan harreen..
HARREE: Qeerrensatu margi cuquliisa miti naan jedhe, naaf adabamuu qaba jette.
LEENCA: Qeerrensoo! ati maal jette?
QEERRENSA: margi magariisa
LEENCA: margi cuquliisa! Kanaaf Qeerrensi adabamuu qaba. Ati waggaa 5 (shan)'niif hin dubbatin cal jedhi.
Qeerrensi gadi jedhee adaba isaa fudhate. Kanumaan Harreen asiif achi of daddarbachaa, u'utaalaa, halaakaa, "ilaakaa silayyuu anoo jedheera" jechaa sokkite.
Qeerrensi garuu aaree suuta jedhee Leencaan "maalifan adabamee!? Margi magariisa miti moo? jedhee gaafate. Leenci deebiseefii " eeyyee margi magariisa. Ati kan adabamteef sababa 'margi magariisa' jetteef osoo hin taanee sababa HARREE wajjin haasofteefi.
Ammas sittan hima, warra dhugaa jallisan, warra dubbii micciiran, warra mudaa kee lakkaa'an biratti yeroo kee akka hin fixne. Isaan biratti cal jedhi. Warra si dhaggeeffatan, warra ulfina qaban, warra dhugaa beekan, safuu waaqaaa fi lafaa qaban wajjin haasa'i, isaan wajjin ooli, isaan wajjin mari'adhu. Malee HARREE wajjin hin falmin," jedheen jedhama.

lntala sanyii mootii ๐Ÿ˜˜
02/07/2025

lntala sanyii mootii ๐Ÿ˜˜

  Baacaa Gaazixeessituu OBN dafqisiisuu kana Anuwar irraa waan fudhatte fakkaata. Cimaa jirti๐Ÿฅฐ๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช
01/07/2025

Baacaa Gaazixeessituu OBN dafqisiisuu kana Anuwar irraa waan fudhatte fakkaata. Cimaa jirti๐Ÿฅฐ๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช

MICHII HIDHII GUBBAA************************Madaa afan hedduu nama qabuudha.HIdhii gubbaa fi jalaa madeessuun beekkama.D...
30/06/2025

MICHII HIDHII GUBBAA
************************
Madaa afan hedduu nama qabuudha.
HIdhii gubbaa fi jalaa madeessuun beekkama.
Dhangala'oo kuusun madaan hidhii nyaata maaraqi qabu osoo hin dhiqatin adutti yoo baanu michii hidhii nama qaba
Jarmii vayirasii"herpes simplex'' jedhamuun dhufaa dhufa.
Haallii ittiin daddarbuun-woltuquu
-Gogaa hidhii fi afaan
-Qaama wolhormata
-Ijaa
-Dhiigaa keessa faca'u
Sababni nama saaxilu
-Salqunnamtii hin dangeffamne
-Taphaa ispoorti woltuttuqqii
-Haadholi garaa daa'ima
Vaayirasichi narvii gogaa keessatti riphuun haala mijataa yoo argatu dhibee fidaa.
Vayirasiin kan dammaquu
-Humni ittisa dhibe gadii bu'uu
-Rukkuttamu
-Balaqqe ifa aduu
-Ho'aa
Mallatto dhukkubicha
-Iitaa dhangala'oo
-Dhohuun----->quuncaha
-Ho'aa
-Mudaamuddii iitessu
Wol'aansa
-Qoricha 'acyclovir'
-Qophaatti yaalu

Like fi share waan gootanif galatooma!
Dr.Abdureshid Kedir (Ispeeshalist)

Uffanni aadaa, mallattoo ulfina fi kabajaati!
30/06/2025

Uffanni aadaa, mallattoo ulfina fi kabajaati!

Jirra kaa jirra jirra  Utuu hin cabiin hokkollus  Kunoo har'a geenyeerra  Seenaa afaan saaqneerra..  Kara deemtuun ni wa...
29/06/2025

Jirra kaa jirra jirra
Utuu hin cabiin hokkollus
Kunoo har'a geenyeerra
Seenaa afaan saaqneerra..
Kara deemtuun ni wacci
Waa'ee gootaa haasofna
Waa'ee Gabayyoo haasofna
Gabayyoo Gurmuu haasofna
Waa'ee Balaay haasofna
Balaay Zallaqaa haasofna
Waa'ee Garasuu haasofna
Garasuu Dhukii haasofna
Waa'ee Abdiisaa haasofna
Abdiisaa Aagaa haaaofna...

Ijoolleen Baalchaa jirtuu?
"Jirra" jedhaa......!

Riqicha ragaan waamaa
Riqicha Adwaa guddaa isa Finfinnee jiru
Namni yoo seenaa dabses
Lafti seenaa hin jijjiiru...
Eenyu akka isarra ce'ee
Xaaliyaanii hunkure
Eenyu paastaan gowwoomee
Akka saba gurgure..
Eenyutu isarra ce'ee
Akka Adwaa dhaqe
Eenyu akka baandaa ta'ee
Dhiiga dhiiraa gad naqe...
Har'an falmee sirreessa
Seenaa karaarraa maqee...

Baalchaa gaafa Adwaa
Baalchaa gaafa Maayicoo...
Gabayyoo gaafa Adwaa
Garasuu qoricha Xaaliyaanii!

Baddaa loomiin hurrumaa
Gaangeen hin dhaltuu dhalte jedhanii
Kan jiruuf barri darbee
Kan du'etti aduun dhiite jedhanii...
Seenaa ofii himannu malee
Ormi nuu hin himu ni du'a malee
Maaloo...maaloo...maaloo!

Biyya dhiigaan suphine
Biyya lafeen ijaarre
Kanaaf cichinee lolla
Akka diinni nu hin nyaarre...
Garasuu ilma Dhukii
Ilma Walee Walisoo
Eenyuttan ba'e bada
Sittan ba'ee anisoo...
Dhiira roorroo hin sarmine
Balaay Zallaqaan kaasaa
Alagaa garaa gubeen
Lammii koo garaa raasa...

Ijoolleen Abdiisaa jirtuu?
Abdiisaa Aagaa jirtuu?

Ka'een Baalchaa koo faarsaa
Goota biyyasaaf duule
Isa Tuulamaa ka'ee isa Finfinnee ka'ee
Reeffa Faranjii tuule
Ka'een Abdiisaa faarsa
Isa Maccarraa ka'e isa Wallagaa ka'e
Diina biyya weerarte
Haleelee bakkaan ga'e
Gaafa Faranjiin qabdes
Tooftaadhaan jalaa ba'e...

Baddaa loomiin hurrumaa
Gaangeen hin dhaltuu dhalte jedhanii
Kan jiruuf barri darbee
Kan du'etti aduun dhiite jedhanii...
Oromoo,
Seenaa ofii himannu malee
Ormi nuu hin himu ni du'a malee
Maaloo...maa

๐€๐ฅ ๐ฆ๐ž๐ž๐ช๐š๐ง ๐ฌ๐ข๐ข๐Ÿ ๐๐ฎ'๐š๐š ๐Ÿ’”Hacuu ko ๐Ÿฅบ๐Ÿ’Hacee๐Ÿ‘‚__Yaalle hamma dandeenyu Kana caala maal goonuuf   Xinnaas gabbarre guddaaAkka wa...
29/06/2025

๐€๐ฅ ๐ฆ๐ž๐ž๐ช๐š๐ง ๐ฌ๐ข๐ข๐Ÿ ๐๐ฎ'๐š๐š ๐Ÿ’”
Hacuu ko ๐Ÿฅบ๐Ÿ’

Hacee๐Ÿ‘‚
__Yaalle hamma dandeenyu
Kana caala maal goonuuf
Xinnaas gabbarre guddaa
Akka wajjin bubbulluuf
Obsuun waanuma jiru
Obsine hamma obsaa
Erga sodaa fakkaate
Ka'een ishiitti cabsa
Yaa ijoollee biyya kootii
Hundumtuu haadhoo kootii๐Ÿ’”๐Ÿซถ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ’Ž

Address

Jimma

Telephone

+251917383887

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shanan gibee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Shanan gibee:

Share