01/09/2025
Carraan Masriin qabdu yaadama oftuullummaa fi ana malee keessaa bahuun Ashaaraa magariisa Itoophiyaa keessatti hirmaachuu qofa!
🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬🇪🇬
Faayidaa Masriin Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa Keessatti Hirmaachuu Irraa Argachuu Dandeessu
🇪🇬Sodaan masrii guddaan bishaantu na jalaa hir'ataa yoo ta'e; akkuma beekamu bishaan naayil keessaa 86% kan gumaachitu Itoophiyaadha.
Bishaan immoo gaarreen bosonaan uwwifaman keessaa burqa waan ta'eef Ashaaraa magariisa Itoophiyaa keessatti hirmaachuun madda bishaanii gabbisuun bishaan gahaan itti fufiinsaan akka gara jaraa yaa'u gochuu dandeessi
🇪🇹🇪🇬Masriin Ashaaraa magariisa Itoophiyaa keessatti hirmaattee madda burqaa bishaanii Itoophiyaa gabbisuun yaa'a bishaanii amansiisaa mirkaneessuun dhiqama biyyoo hir'isuun cinaatti yaadama waloon fayyadamuu hojiirra oolchuun miira obbolummaa uumuu dandeessi.
🇪🇬🇪🇬Faayidaawwan masriin Ashaaraa Itoophiyaa keessatti hirmaachuun argachuu dandeessu akka armaan gadiitti ha tarreessinu
🇪🇬 Faayidaa naannoo fi haala qilleensaa:-
âž²Dandeettii haala qilleensaa naannoo guddisuu
➲ Kaarboonii qabachuu fi faayinaansii haala qilleensaa argachuu danda’u
âž² Qulqullina qilleensaa fi biyyee fooyyessuu
🇪🇬Faayidaa Bishaan Naayilii fi haayidirooloojii:-
➲Dhiiqama biyyee hir'isuun fi kuufama biyyee hidhoota isheerraa hir’isa
➲ Bishaan fayya qabeessaa fi yaa'a bishaanii tasgabbaa’aa ta’e argachuu dandeessi
➲Faayidaan haayidirooloojii bulchiinsa Naayilii bal’aa irratti hundaa’a
🇪🇬Faayidaaa dinagdee fi misoomaa:-
âž²Faayinaansii haala qilleensaa fi dabarsa teeknooloojii argachuu dandeessi
âž²Qorannoo, kalaqa, fi carraa hojii uumuu waloo uumuu dandeessi
âž²Dippilomaasii ummataa fi tumsa naannoo maqaa gaarii uumuu dandeessi
🇪🇬Faayidaa dippilomaasii fi nageenya naannoo:-
âž²Amantaa uumuu fi marii biyyoota lamaanii/garaa hedduu fooyyessuu dandeessi
➲Bu’uura walta’iinsa naannoo haala qilleensaa fi bulchiinsa lafaa uumuu dandeess