Abu nawfal

Abu nawfal Kesssaa Toli

Caarraa Gaarii isiiniif haa ta’u  fi
08/04/2026

Caarraa Gaarii isiiniif haa ta’u

fi

04/04/2026

Miidhaa cinaacha bitaa irratti ciisuun qabdu.
****************************************
Cinaacha bitaarratti hoggaa ciifnu onneen keenya gara oliitti waan ol dhiibamtuuf hojii elektiriikaa fi karrantii isii waan jeeqamuuf fayyaa onnee keenyaa irratti dhiibbaa qaba.

Kana malees nama dhibee onnee qabuuf cinaacha bitaa irratti ciisuun hin gorfamu.
Karaa biraatiin cinaacha bitaa irratti ciisani dubbisuuf onneef gaarii miti.

Qorannoon biraa akka agarsiisutti namoota cinaacha bitaa irratti ciisaan maashiina onneetiin( ECG) hoggaa qorataman jijjiirama akka agarsiisu godha. Namoonni kun fayyaa odoo qabaatanii akkasitti jijjiirama onneerratti agarsiisa. Garuu cinaacha mirgaa irratti ciisuun maashiinaa onnee (ECG) irratti akka rakkoo tokko hin qabne mul'isa jechuudha. Kanaaf cinaacha mirgaa irratti ciisuun filatamaadha.
Waggaa 1400 dura nabi muhammad nagayaa fi rahmanni rabbii irratti haa jiratuu akka cinaacha mirgaa irratti ciifnu nu ajajan!!

04/04/2026

Biqila Islaamaa Firee Kennuuf Dhihaate

Ilma Daa'ii Beekamoo Sheikh Naasir Abdurrahmaan, Biyya Keenya Ethiopia Bakka Bu'uudhaan Dorgommii Hifzii Qur'aanaa Idil Addunyaa Irrattii Hirmaataa Jira.

Milkiin Nuuf deebihi.
rabbiin siih milkkessuu

18/02/2026
Innaa lillaahi wo innaa liyhi raaji'uun Gadda onnee namaa cabsu, Balaa konkolaataa Godina Jimmaa Aanaa Maannaa Ganda Ken...
02/02/2026

Innaa lillaahi wo innaa liyhi raaji'uun
Gadda onnee namaa cabsu, Balaa konkolaataa Godina Jimmaa Aanaa Maannaa Ganda Kenteeriitti mudateen lubbuun nama lamaa darbeera rabbiin jaraaf haa dhiisu maatii fi hiriyyoottan jaraatiif rabbiin sabrii haa kennuuf😭
Yaa lubbuu

14/12/2025
11/12/2025

Durba surreen demmatuu hin dhisiin

Address

Abbu Nawfal
Jimma

Telephone

+251932472273

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abu nawfal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abu nawfal:

Share