E daily news Ethiopia

E daily news Ethiopia breaking news , sport ,news ,

የሲራራ አዋርድ የስራ ፈጠራ ውድድር ላይ በመሳተፍ ወደ ቀጣዩ ዙር የተሸጋገሩ 20 ተወዳዳሪዎች ይፋ ሆነዋል። በሂጅራ ባንክ የቀረበው እና በሸሪዓ መርህ ላይ የተመሰረቱ ጥቃቅን፣ አንስተኛ እና...
30/01/2025

የሲራራ አዋርድ የስራ ፈጠራ ውድድር ላይ በመሳተፍ ወደ ቀጣዩ ዙር የተሸጋገሩ 20 ተወዳዳሪዎች ይፋ ሆነዋል።

በሂጅራ ባንክ የቀረበው እና በሸሪዓ መርህ ላይ የተመሰረቱ ጥቃቅን፣ አንስተኛ እና መካከለኛ የስራ ዘርፎችን ለማጎልበት የተዘጋጀው ሲራራ አዋርድ የስራ ፈጠራ ውድድር ላይ በርካታ ቁጥር ያላቸው ተወዳዳሪዎች የተሳተፉበት ሲሆን ችግር ፈቺ የሆኑ በርካታ የስራ ፈጠራ ሃሳቦች ቀርበዋል። የቀረቡትን ሰፊ ቁጥር ያላቸውን የስራ ፈጠራ ሃሳቦችን የውድድሩ ዳኞች ጥልቅ የሆነ ግምገማ በማካሄድ እና በተለያዩ የውድድር መስፈርቶች በመመዘን ወደ ቀጣዩ ዙር የተሸጋገሩ 20 ተወዳዳሪዎችን ይፋ አድርገዋል።

የተመረጡት ተወዳዳሪዎች በቀጣዩ ዙር ዳኞች ፊት በአካል በመቅረብ የስራ ንድፍ ሃሳባቸው (Business Proposal) የሚያቀርቡ ይሆናል። በመሆኑም፣ የተመረጡት ምርጥ 20 ተወዳዳሪዎች ስም እንደሚከተለው ቀርቧል።

ስማችሁ የተጠቀሰ ተወዳዳሪዎች ይህ መልእክት በፌስቡክ ገጻችን በይፋ ከተላለፈበት ቀን ጀምሮ ባሉት 3 ተከታታይ የስራ ቀናት ውስጥ በውድድሩ ላይ ለመሳተፍ በባንካችን ኢሜይል አድራሻ [email protected] አልያም በስልክ ቁጥር 0115622601 ላይ በመደወል ኢንዲያረጋግጡልን እናሳስባለን።

መልካም ዕድል ለተወዳዳሪዎች
ሲራራ አዋርድ፣ ሃሳብ ያሸልማል!

Badhaasa Siraaraa Awwaard irratti hirmaachun wal-dorgomtoonni 20 gara marsaa itti aanutti dabran ifa ta'anii jiru.

Qopheessummaa Baankii Hijraatin kan dhihaate fi ulaagaa Shari'aa bu'uureffachuun hojiilee xixinnaa, fi giddu galeessa humneesuf kan kaayyeffate Badhaasa Siraaraa Awwaard irratti hirmaattonni lakkoofsa guddaa qaban kan irratti hirmaatan yommuu ta'u, yaadonni kalaqa hojii rakkoo furuu irratti xiyyeeffatan hedduun dhihaataniiru. Yaadotni hojii dhihaatan hunda isaanii gadi fageenyaan abbootii murtii Badhaasichaatin ulaagaa gara garaatin erga madaalamanii booda wal-dorgomtoota 20 gara marsaa itti aanutti dabran ifa taasifamaniiru.

Wal-dorgomtoonni filataman marsaa itti aanu irratti qaamaan abbootii murtii biratti dhihaachun yaada kalaqa hojii isaanii dhiheessun kan wal dorgoman ta'u. haaluma kanaan wal-dorgomtoonni 20 filataman maqaan isaanii haala armaan gadiitin eeramee jira.

Wal-dorgomtoonni maqaan keessan eerame, ergaan kun fuula Feesbuuka Baankii keenyaa irratti guyyaa maxxanfame irraa jalqabee guyyoottan hojii 3 keessatti wal-dorgomticha irratti hirmaachuu keessan karaa Imeelii Baankichaa [email protected] yookin lakk. bilbilaa 0115622601 fayyadamuun akka mirkaneessitan isin hubachiifna.

Wal dorgomtootaaf Carraa Gaarii!
Siraaraa Awwaard, Yaadni ni badhaasisa!

Isihaq Galii
Mubarek Tilahun Imam
Aman Gemeda
Ibrahim Ali Abdala
Yasim Siraj
Mohammedjuhar Musa
Milki Ahmed
Benyamen Jemal
Doctors Temkin
LEMAR ልማር
Yusuf Ali
Guyo Gaya Wario
Mohammed Genemo
Ali(username: fish.boss.3367)
Osman Yimer
GuTu Kan D
Gemechu T Rafera
Jemal Abdulkerim
Yameto Gameda Kisu
Esma Ye Set Lij

13/12/2024

አቶ ባይሳ ዋቅዎያ በደፈናው ወደ ሰላም የሚያመራ የትኛውም ስምምነት በጥሩ ጎኑ የሚነሳ ነው ይላሉ፡፡ ባለሙያው «እንደዚህ አይነት ስምምነቶችን የማየው ፣ድርድር ነበረ፤ በድርድሩ ውስጥ...

13/12/2024

Address

Addis Ababa Street
Jimma

Telephone

+251928348206

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when E daily news Ethiopia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to E daily news Ethiopia:

Share

Category