Milkii Hacaaluu Hundeessaa

Milkii Hacaaluu Hundeessaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Milkii Hacaaluu Hundeessaa, Digital creator, Jimma.

01/05/2025

Gooftaan Doofummaa Eenyu?

Dubbiin Dr Gammachuu Magarsaa guddoo garaa nama nyaata. Hayyuu guddaan kun umurii ofii guutuu biyya tajaajiluun gamatti waan seenaan hin daganne sabaaf gumaatuu namuutu yaadata. Walaloon sirba Dr Alii Birraa kan “Asaabala hoo… Guraamalahoo… Karaan Mana Abbaa Gadaa Eessaa…Dhaqeen galma isaa jajjabeessaa…” jedhu dhugaa san dubbata. Finfinnee dallaalli fi faarse-bulaan gamoo shanii shantama keessaa qabutti, hayyuu guddaan kun kutaa ciisichaa tokko dhabee baadiyyaatti baqata. Sanuu gaafa warri dhugaa sabaa awwaaluun nagadu rakkoo hayyuu kanaatti qoosu agarta!

Dhiyoo tana waan “Gooftolii Doofummaa” jedhutu dubbatame. Garuu yakka farra dhalootaa saniin qaama biraatu himatame. Yoo dhugaa dubbanne, Amma gooftaan doofummaa eenyuree? Sirna dallaala fi kijibaa goobsuun hayyoota hiyyoomsee hamilee cabsu kana mitii? Namuu haa ilaallatu!

Qaaliiwwan oromoo
24/04/2025

Qaaliiwwan oromoo

Hunda dandeessuu❤️❤️❤️
24/04/2025

Hunda dandeessuu❤️❤️❤️

Boonaa sabboonaa❤️❤️❤️
17/02/2025

Boonaa sabboonaa❤️❤️❤️

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Milkii Hacaaluu Hundeessaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share