Nezif Dega Seid

Nezif Dega Seid You learn nothing from life if you think you are right all the time.
(2)

          !!!!!!!!!Jiraatoota Aanaa  Saxxammaa fi Aanaa Sigimootti argamttan hundaaf.Namootnii rakkoo moora ijaa  qabdan...
22/06/2025

!!!!!!!!!
Jiraatoota Aanaa Saxxammaa fi Aanaa Sigimootti argamttan hundaaf.

Namootnii rakkoo moora ijaa qabdanuu, hospitaala Setema ttii 23/10/2017 -1/11/2017 argamuun baqaqsanii yaaluu Moora ijaa tolaan, dooktaroota beekamoo Yunivarsiitii Jimmaa irraa dhufaniin nii gaggeefama waan ta’eef, namootnii dhibee moora ijaa qabdan akka fayadamaa taatanu kabajaan isiin beeksiifna. Carraan qaroo keessan ittii deebifattanu akka isiin hin darbine.
Sagantaan kun kan isiiniif dhiyaate Wajjira fayyaa Godina Jimmaa, Hospitaala Jimmaa kutaa Ijaa fi Dhaabata Idil adunyaa Fireed Holoows Faawundeeshiinii Itoopiiyaa waliin ta’udhaanii.

13/06/2025

EID MUBARAK: Warra Baranaa kan barabaraa!   nu haa godhu. ኢድ ሙባረክ!
06/06/2025

EID MUBARAK:
Warra Baranaa kan barabaraa! nu haa godhu.
ኢድ ሙባረክ!

  yoo  'n kuffise, qullaa kiyyan fiiga jedhee ture. Qabaa fiigsisaa amma.
17/04/2025

yoo 'n kuffise, qullaa kiyyan fiiga jedhee ture. Qabaa fiigsisaa amma.

May your lìfe be sweet as this honey❤️❤️❤️❤️❤️🙏
14/04/2025

May your lìfe be sweet as this honey❤️❤️❤️❤️❤️🙏

03/04/2025
01/04/2025

In life, we have a lot to lose
and very little 2 choose.
whenever u get a chance 2
choose,do it with wisely and
see that u never lose what u
choose.

🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂🍃🍂

Oduu Gammachiisaa👇👇👇👇Tajaajiloota armaan armaan gadii argachuu Yoo barbaaddan Karaa salphaa ta'een isin tajaajiluuf qoph...
01/04/2025

Oduu Gammachiisaa👇👇👇👇
Tajaajiloota armaan armaan gadii argachuu Yoo barbaaddan Karaa salphaa ta'een isin tajaajiluuf qophiidha.

Our Services
• Facebook Verification ✅
• Instagram Verification🌐
• Telegram Premium ✈️
• Mastercard Services 💳
• Graphic Design
• Logo Design
• Online Classes
• And much more!
For more information
💬
💬
What's App: +251917968048

 !  !
30/03/2025

!
!

29/03/2025

Baga jala bultii ayyaana Iid-alfaxir'n nagaan isin gahe.

Address

Jimma University
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nezif Dega Seid posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share