Sumayyaa bint Islam

Sumayyaa bint Islam جمعية الدعاء

Late Aksumite Era (c. 614 – 10th Century)Armah (c. 614–630) – Granted asylum to early Muslims.Degna Djan (c. 9th Century...
24/06/2026

Late Aksumite Era (c. 614 – 10th Century)
Armah (c. 614–630) – Granted asylum to early Muslims.
Degna Djan (c. 9th Century) – Expanded Christianity south into highlands.
Dil Na'od (c. 10th Century) – Last king of Aksumite dynasty.

ZAGWE DYNASTY (c. 1137 – 1270)

Mara Takla Haymanot (c. 1137–1150) – Founded the Zagwe dynasty.

Yemrehana Krestos (c. 12th Century) – Built famous Axumite-style cave church.

Kedus Harbe (c. 12th Century) – Attempted to reform church administration.
Gebre Meskel Lalibela (c. 1181–1221) – Carved the 11 rock churches.
Na'akueto La'ab (c. 13th Century) – Renowned for his monastic lifestyle.
Yetbarak (c. 13th Century) – Last Zagwe king, killed in battle.

Part 1: The Medieval Era (1270–1529)

Yekuno Amlak — (1270–1285)
Yagbe'u Seyon — (1285–1294)
Senfa Ared IV — (1294–1295)
Hezba Asgad — (1295–1296)
Qedma Asgad — (1296–1297)
Jin Asgad — (1297–1298)
Saba Asgad — (1298–1299)
Wedem Arad — (1299–1314)
Amda Seyon I — (1314–1344)
Newaya Krestos — (1344–1372)
Newaya Maryam — (1372–1382)
Dawit I — (1382–1413)
Tewodros I — (1413–1414)
Yeshaq I — (1414–1429)
Andreyas — (1429–1430)
Tekle Maryam — (1430–1433)
Sarwe Iyesus — (1433)
Amda Iyesus — (1433–1434)
Zara Yaqob — (1434–1468)
Baeda Maryam I — (1468–1478)
Eskender — (1478–1494)
Amda Seyon II — (1494)
Na'od — (1494–1508)
Dawit II / Lebna Dengel — (1508–1540)

Part 2: Post-Medieval & Gondarine Era (1540–1769)

Gelawdewos — (1540–1559)
Menas — (1559–1563)
Sarsa Dengel — (1563–1597)
Yaqob — (1597–1603)
Za Dengel — (1603–1604)
Yaqob (Second Reign) — (1604–1606)
Susenyos I — (1606–1632)
Fasilides — (1632–1667)
Yohannes I — (1667–1682)
Iyasu I — (1682–1706)
Tekle Haymanot I — (1706–1708)
Tewoflos — (1708–1711)
Yostos — (1711–1716)
Dawit III — (1716–1721)
Bakaffa — (1721–1730)
Iyasu II — (1730–1755)
Iyoas I — (1755–1769)

Part 3: Era of the Princes / Zemene Mesafint (1769–1855)

Yohannes II — (1769)
Tekle Haymanot II — (1769–1777)
Solomon II — (1777–1779)
Tekle Giyorgis I — (1779–1784)
Iyasu III — (1784–17

Dubartiin tokko akkas jettee Sheek Al-Albaanii gaafatte, "Yaa Sheek, fuudhaa fi heeruma koo dura dubartii yeroo hunda so...
20/04/2026

Dubartiin tokko akkas jettee Sheek Al-Albaanii gaafatte,

"Yaa Sheek, fuudhaa fi heeruma koo dura dubartii yeroo hunda soomanaa fi salaata salaattun ture. Qur'aana keessatti gammachuu guddaa qaban ture. Amma, mi'aa ibaadaa dhabeen jira." Sababni isaa maali jetteen

Innis, Rabbiin isaaf haa araaramu, "xiyyeeffannoon ati abbaa manaa keetiif kennite jirtu akkami jedhee gaafaten?"

Isheenis akkana jette: "Yaa Sheek waa'ee Qur'aana, sooma, salaataa, mi'aa ibaadaa si gaafachaan jira, ati immoo waa'ee abbaa manaa koo na gaafachaa jirtaa?!"jettee.

Innis akkana jedhe: "Eeyyee obboleettii koo. Dubartoonni tokko tokko mi'aa amantii, gammachuu ibaadaa keessaafi dhiibbaa ibaadaa maaliif akka hin arganne beektaa?"

Nabiyyiin nagaa fi rahmanni isaan irra haa jiraatu akkana jedhan:

"Dubartiin hanga ajaja abbaa warraa ishee guuttutti mi'aa iimaanaa hin argattu."
Jedhanin
- Saahih al-Targhib (1939)

Sumayyaa bint Islam

Jaarsi kee tokko dhukkubsatee mana yaalaa seenee dhigaa kee malee hin  fayyuu siin jedhaani akkumaa dhigaa kenufii  dhaq...
11/04/2026

Jaarsi kee tokko dhukkubsatee mana yaalaa seenee dhigaa kee malee hin fayyuu siin jedhaani akkumaa dhigaa kenufii dhaqxatti jartii bira akka qabu yoo dhageessee nii dhorkata mo nii kenitaf
Yoo atii hin keniinef nii du'aa maal gootaa😂😂😥😥

Yeroon sii argu hundaa Qalbiin koo ni gammaddiSirraa fagaannan garuuTurteen turtu ni badii !😔Dhukkuba ta'aa jedheeHimadh...
26/03/2026

Yeroon sii argu hundaa
Qalbiin koo ni gammaddi
Sirraa fagaannan garuu
Turteen turtu ni badii !😔

Dhukkuba ta'aa jedhee
Himadhuus ogeessatti
Maqaa keetu argamee
Onnee kiyyaa kessatti❤️

Obsee sii barbaadee
Waan hundaa danda'ee
Dhoksee sii jaalladhee
Dhukkuba naaf ta'ee😢

Ba'aa jaalala kee
Obsees dhoksees baadhee
Utuun sii jaalladhuun
Sitti himuu sodaadhee !😭🙈

Address

Jimma

Telephone

+251954582970

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sumayyaa bint Islam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share