كنوز المسلم

كنوز المسلم فذكر فإن الذكرى تنفع المؤمنين ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️✅✅✅✅✅✅

10/04/2025

Namni Sobaa Yeroo Hunda
Of Shakkaa jiraata 👌
Afaan Oromoo ti ✅
Adeeroo KKadir Martuu jedhe

10/04/2025

I’m always with Palestine 🇧🇩🤝🇵🇸. And you?

07/04/2025
01/04/2025

Barreeffama kana uztaaz Badruu huseentu natti erge assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Iyyaafannoo..
Ashamaa akkam jirtu, hawaasa magaalaa finfinneef naannoo ishii keessaayyuu magaalaa shaggar kutaa magaalaa Buraayyuu jiraattan. Ergaa hatattamaa amma nu dhaqqabeen Daa'imni suuraa gadii kanarratti argitan Maatii jala badee waan jiruuf namni agartan akka nu cinaa dhaabbattan jedhu abbaa fi haati daa'ima kanaa. Daa'imni kun rakkoo arrabaan dubbachuu dadhabuu waan qabuuf akkana ta'e jadhe himachuu hin danda'u.
Maqaan isaa
Mus’ab Ahamaddin Muhammed jedhama
Umrin isaa waggaa 11
Ganda Burrayuu Dirre sololiyaa
Kan manaa bahe guyyaa sanbata jechuun sambata xiqqaa guyyaa 20/7/2017 akka mana baheen hin deebine kanaafuu namni agartan lakkoofsa kanaan nu qunnama galatooma
0912859812
0932285817
0932405857

30/03/2025

Addunyaa keessaa biyya kamitti Ayyaaneffataa jirta !?
Ani Biyya Sa’uud Arabiyaa Magaalaa MAKKAA tti.

With Culeti Intala Boraana – I'm on a streak! I've been a top fan for 3 months in a row. 🎉
27/03/2025

With Culeti Intala Boraana – I'm on a streak! I've been a top fan for 3 months in a row. 🎉

17/03/2025
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN Ramadaana 17 galgala kana addunyaan kun Aalima guddaa addunyaa kanaa dhabdee ji...
17/03/2025

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN

Ramadaana 17 galgala kana addunyaan kun Aalima guddaa addunyaa kanaa dhabdee jirti.

Sheikh Abuu Is-haaq Al-Huweynii akka ilmi isaanii karaa Feesbuukii isaatiin maxxansetti,Aalimni guddaan kuusaa beekumsaa ta’an,dhibee yeroo dheeraa booda galgala kana gama Aakiraa godaananii jiru.

Address

Jimma City
Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when كنوز المسلم posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to كنوز المسلم:

Share