Mahamedrida Amin

Mahamedrida Amin ✅Bishaan gaariin halkan ya'a nama dhugutu hin jirre male dubbii gaarii hiyyeessatu dubbata nama dhaga'utu hinjirre male.

𝐐𝐚𝐛𝐬𝐨𝐨 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚..Jireenyi yeroo hunda karaa salphaa miti. Yeroo tokko tokko ba’aa ulfaataa baanna, muuxannoo nama dhukk...
19/09/2026

𝐐𝐚𝐛𝐬𝐨𝐨 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚..
Jireenyi yeroo hunda karaa salphaa miti. Yeroo tokko tokko ba’aa ulfaataa baanna, muuxannoo nama dhukkubu keessa darbina, rakkoo namni biraa hin argine of keessaa qabna.

Akkuma nama suuraa kana keessa jiru, wantoota nu miidhan baachaa jirruu illee gara fuulduraatti tarkaanfachuu dandeenya. Garuu qormaanni hundi waan tokko nu barsiisuu danda’a — jabaachuu, obsuu, ija jabina qabaachuu fi of beekuu.

Kaayyoon keenya qormaata malee jiraachuu miti. Kaayyoon keenya qormaata keessa darbinee nama caalaatti cimaa, ogeessaafi hubataa ta’uu dha.
Jireenyi si qoru danda’a; garuu deebiin ati qormaataaf kennitu eenyummaa kee ijaara.👏

23/07/2026

🌳🖊Qaamni kee yoo bare, wallaahi suusii sitti taha. Ergamaan Rabbii۞ﷺ۞ Akkana jedhan namni wan kheeyrii tokko namatti garsiisee Rabbiin karaa jannata isaa garsiisuu malee hin hafuu jedhaa 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐋𝐢𝐤𝐞♥️ 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚
•••••••••••••••••••••••••۞﷽۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊 suusii hamtuudha! Al-tokko eegallaan keessaa bayuun ulfaataadha.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Yoo hojjachuun suusii sitti tahe jiruu tee keessaa BARAKAAN guutumatti fuudhamti. Wanni harki kee xuqe kamtuu BARAKAA hin qabu.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Qalbiin tee tasgabbii hin arkattu. Yeroo hunda miira gad-aantummaatu sitti dhagayama.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Eega bultii ijaartellee hojjachuun itti fufa. Maaliif Jaarsa fi jaartiin hedduun cheating walirratti hojjatan sitti fakkaata!
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Walumaa galatti, hojjachuun duniyaa fi aakhiraa tee balleessuu dandaya.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Anaa fi ati Kan barruu tana Haga xumuraatti dubbisees irraa Rabbi nuhaa tiiysu 🤲😭
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊 follow صباح الإسلام gochuun_obbollewwaan_kessaan_Keeyriti_shaarakaa_ Gorsaa and DaعWaa hadisa Rāsūūlla ۞ﷺ۞ mimmiidhagoo jechootaa gaggaarii jechootaa Mimmi'aawoo baballisaa 💞
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Asumaan Nabiyyichaa ۞ﷺ۞ Iràti Sålawãta
busuu hin dagatinaa Yaa gabrootaan Rabbii
اللَهُمَّ صلِّ وسَلِم وبَارِك على سيدنا مُحمَّدْ ﷺ
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••

15/07/2026
09/07/2026

-maallaqa-argattu

Abjuunuu siin hawwine
Takkumaa akka rakkattu
Akka nagantus beeka
Gaafa maallaqa argattuu

Bilbilli koo caayinaa
Yoofedhes kan jibuutii
Ofiimakeef yaadda'i
Kankoo rakkoon qabuutii.

22/06/2026

Garaan kee galata namootaatiin akka gammadu hin hayyamin, balaaleffannaa isaaniitti hin gaddiin

Paartiin Badhaadhinaa filannoo baranaatiin teessoo Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa 438 argachuun injifateera!ብልጽግና ፓርቲ ...
21/06/2026

Paartiin Badhaadhinaa filannoo baranaatiin teessoo Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa 438 argachuun injifateera!

ብልጽግና ፓርቲ በዘንድሮው ምርጫ የሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት 438 መቀመጫዎችን በማግኘት አሸንፏል!

Miseensonnii fi deeggartoonni Paartii Badhaadhinaa baga gammaddan!

የብልጽግና ፓርቲ አባላትና ደጋፊዎች እንኳን ደስ አላችሁ!

03/06/2026

Burcuqqoo fi aangoon daa'immanitti hin kennamu. sumaan mala dr Abiy Ahmed Ali

Ramadan is just one week away.❤️🌙
10/02/2026

Ramadan is just one week away.❤️🌙

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mahamedrida Amin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mahamedrida Amin:

Shortcuts

Share