01/08/2025
Muudama
Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantiitti Hoogganaan Kilaastara Baadiyaa Naannoo Oromiyaa kan turan,kabajamoo Obbo Addisuu Araggaa Ministeera Qonnaa ta'uun Muudamaniiru!
Bara Hojii Gaarii.
Bunaaf Nagaa Hin Dhabinaa!!!!