Riyad 5g

Riyad 5g tiktok.com/

Sagaleen Koo Ijaarsa Biyyaaf Gatii Qaba! 🇪🇹✨​Guddinni, tasgabbii fi egereen biyya keenyaa harka keenya jira. Sagaleen la...
01/06/2026

Sagaleen Koo Ijaarsa Biyyaaf Gatii Qaba! 🇪🇹✨
​Guddinni, tasgabbii fi egereen biyya keenyaa harka keenya jira. Sagaleen lammii tokkoo dhiibbaa guddaa uumuu danda'a. Biyya boru ijoollee keenyaaf dabarsinu ijaaruu keessatti hirmaannaan kee fi koo murteessaadha.
​Hirmaadhu, sagalee kee kenni, egeree keenya mijeessi! 🤝💚💛❤️
​

  uffannaa isheeti malee, taateen akkasii kun silaa akka shari'aattis ta'ee akka amantii keenyaatti haaraa miti. 🤓​Mucaa...
18/05/2026

uffannaa isheeti malee, taateen akkasii kun silaa akka shari'aattis ta'ee akka amantii keenyaatti haaraa miti. 🤓
​Mucaan kun nama amantii sirriitti beeku fi haqqii obboleettii isaa eeguu irratti ejjennoo jabaa qabudha. Haqa eeguu fi wal deeggaruun hundee jireenya keenyaati.
​Garuu dhimma kana irratti yaadni keessan maali? Gadi fageenyaan irratti mari'achuun gaariidha. 👇
​

🔵 Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti! 🇪🇹​Godina Jimmaatti sagantaan duula "Na Filadhaa" Paartii Badhaadhinaa hoggant...
13/05/2026

🔵 Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti! 🇪🇹
​Godina Jimmaatti sagantaan duula "Na Filadhaa" Paartii Badhaadhinaa hoggantootaafi miseensota Gurmuu Dargaggootaa hirmaachise haala ho'aan gaggeeffameera! 🦅✨
​Qabxiilee gurguddoo sagantichaa:
​✅ Dargaggoo Yaasin Mahammad: "Waggoota shanan darban keessatti fayyadamummaa dargaggootaa mirkaneessuuf hojiiwwan fakkeenyummaa qaban hedduun hojjetamaniiru. Hojiiwwan kun akka itti fufaniif Paartii Badhaadhinaa filachuun murteessaadha."
​✅ Obbo Kumarraa Diggaa: "Paartiin Badhaadhinaa waadaa gale raawwachuudhaan, Itoophiyaa roga maraan biyya fakkeenyummaa qabdu gochuuf filannoo marsaa 7ffaaf dhiyaateera."
​✅ Dargaggoo Mutasim Haji Rashiid: "Dargaggoonni kanaan dura moggaatti dhiibamaa turan, amma madda hoggansaa fi siyaasaa ta'aniiru. Imala daandii sirrii kana hundi keenya itti fufsiisuu qabna."
​Badhaadhinni hirmaannaa fi fayyadamummaa dargaggootaa mirkaneessuuf cichee hojjeta! 🗳️💪
​

12/05/2026
Goota keenya Amiin Sharoo! 🎊​Baga followers 80K seente. Ati dargaggoo hojiin isaa mul'atu, kan nuti akka maannaatti kaba...
12/05/2026

Goota keenya Amiin Sharoo! 🎊
​Baga followers 80K seente. Ati dargaggoo hojiin isaa mul'atu, kan nuti akka maannaatti kabajnudha.
Kayyoo kee guddaaf jabaadhu, miliyoonas akka geessu abdiin qaba.
​Sii waliin jirra! Jabaadhu! 💪✨
​

Sagantaa Duula Na Filadhaa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Jimmaa​Magaalaa keenya Jimmaatti duulli nafiladhaa marsaa 7ffaa...
05/05/2026

Sagantaa Duula Na Filadhaa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Jimmaa
​Magaalaa keenya Jimmaatti duulli nafiladhaa marsaa 7ffaa Gurmuu Dargaggootaatiin haala miira ho'aa qabuun gaggeeffameera. Hogganoonni garaagaraa yaada kennaniin:
​Dargaggoo Mutasim Hajirashiid: "Filannoon dargaggootaa Badhaadhina."
​Obbo Xahaa Qamar: "Dargaggummaan abdii har'aafi egeree biyyaati."
​Obbo Waasee Girmaa: "Dargaggoonni utubaa biyyaafi sirnaati."
​Aadde Mastaawut Fayyisaa: "Dargaggeessi hubataan furtuu nageenyaati."
​Dargaggoonni keenyas filannoon isaanii Paartii Badhaadhinaa ta'uu mirkaneessuun, filannicha karaa nagaa, haqa qabeessaafi dimokraatawaa ta'een xumursiisuuf qophii ta'uu ibsaniiru.
​Itoophiyaan ni Badhaadhatti! 🇪🇹🌾
​

Oduu Hatattamaa: UAE Haleellaa Iraan Irratti Raawwattte Himatte!​Yunaayitid Arab Emireetis (UAE) misaa'elotaafi diroonii...
04/05/2026

Oduu Hatattamaa: UAE Haleellaa Iraan Irratti Raawwattte Himatte!
​Yunaayitid Arab Emireetis (UAE) misaa'elotaafi dirooniiwwan Iraan irraa itti dhukaafaman qolachuu ishee beeksiste.
​Qabxiiwwan Ijoo:
​Ministeerri Ittisaa UAE akka ibsetti, Iraan misaa'elota sadiifi dirooniiwwan adda addaa gargaaramuun haleellaa raawwattteetti.
​Misaa'elota dhukaafaman keessaa lama qolatamanii yoo dhowwan, tokko ammoo galaana keessatti kufuun isaa ibsameera.
​Mootummaan UAE haleellaan kun gaggayyuun dura lammilee biyyattii karaa bilbilaa (SMS) akeekkachiisaa tureera.
​Hamma yoonaatti gama Iraaniin dhimma kana irratti deebiin kenname hin jiru.
​Haalli naannoo baha giddu-galeessaa (Middle East) maal deemaa jira jettan? Yaada keessan nuuf qooda! 👇
​

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdusamed Mohammed, Mahmoud Turki Shanku, Gadisa Badhaso,...
04/05/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdusamed Mohammed, Mahmoud Turki Shanku, Gadisa Badhaso, Atinkut Belay, Obsaa Addunyaa Addunyaa, Abdi Aba Dama, Kamil Naim, Admsu Wndmu, Merkurii Koo, Muluken Taye Bekele, Izaddiin Jamaal, Yerosan Tahir, Akmel Shukre, Om Parkash, Jirbil Amaan, Sena Sifaan, Muhammad Sheek Usmaa Ilii, Taju Abdulle, Chala Husen Adem, Guddataa Abuunaa Fonee, Eskandar Ahmad Ahmad, Alii Jabbaal Jabbaal, Ejersa Godena, Hirphoo SheJamaal, Ťűffaa Ÿè Lijjì Dabbal, Tofiq Mahamad, Burka Caala Bashiri, Abraahim Abdii, Fuad Muhammad, Beyan Mohammed, Leensaa Lammaa Raggasa, Sulxaan Abadura, Jamaluudin Abziinab, Dhugaan Yaa Dubbatuu, Olinnuhaa Aamadnuur, Urjii Man Iluu, Nura Mohammed, Obsadee Tofiqa, Sulee Aliyyi Jarra, Sulta Ye Nada Lij, Gammachuu Asfawu Firrisa, Shukri Hussen, Mammed Abdurafi, Shamsoo Mammaa Dharoo, Abdoo Awwal, Lami Gameda, Kamil Nagash Nuradin, Kadir Asaffa Beddele, Ali Umar Muse, Zewila Jemal

Milkaa'ina Filannoo Marsaa 7ffaatiif Leenjiin Taajjabdootaa Kenname!​Milkaa'ina filannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa keess...
04/05/2026

Milkaa'ina Filannoo Marsaa 7ffaatiif Leenjiin Taajjabdootaa Kenname!
​Milkaa'ina filannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa keessatti gaheen taajjabdootaa murteessaa dha. Haaluma kanaan, Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti taajjabdoota Paartii Badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaatiif leenjiin naamuusa filannoo irratti xiyyeeffate kennameera.
​Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Jimmaa Obbo Waasee Girmaa ergaa dabarsaniin:
​"Taajjabdoonni Paartii Badhaadhinaa filannoon marsaa 7ffaan karaa naamuusaafi qajeelfama Boordiin Filannoo kaa'een akka gaggeeffamuuf gahee isaanii bahachuu qabu."
​Geggeeffamni filannoo iftoomina, haqummaa fi naamuusa irratti hirkate ijaarsa sirna dimookiraasii biyya keenyaatiif bu'uura dha. ✍️🗳️
​

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Riyad 5g posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share