07/07/2026
Garee Arjentiinaa dhugumatti cimaa akka ta'e ifa galaa dha.
ta'u malee haqni Garee Egypt shira daanyaatiin dukkanaa'e.
FIFA'n shira daanyotaa kan ittiin hordofu VAR biraa addatti qopheessuu qaba.