Riyad Taju

Riyad Taju https://www.tiktok.com/? Jiraachuuf jirra💞

16/02/2025

Akka Ebeluun ta'aan qolee nama jallisa Kadir Adam💞 Asiin kottu!

Hospitaala jimmaa erga ciisani woggaa 6 🥺kutaa kana keessaa utuun hin bahin waggaa 6 gaheera jedhu. Abbaa tamaam jedhamu...
04/02/2025

Hospitaala jimmaa erga ciisani woggaa 6 🥺
kutaa kana keessaa utuun hin bahin waggaa 6 gaheera jedhu.

Abbaa tamaam jedhamu erga hospitaala jimmaa ciisani waggaa 6 guutaniiru. Qeheen isaanis badeera.

Biyya koo ollaa koo wajjin wal argun yaade masjiiduma guyyaa juma'aa tokko utuun dhaqe salaate du'e jedhuum 🥺
Qarshii 100k duwwaa isaan barbaachisa

Qarshiin hangi kun immoo salphaadha yoo qalbii namaaf rifatu qabaanne
Namoonni gargaaruuf fedhii qabdanu akkaawontii isaanii kanaan gargaaraa!
CBE 1000676048867 Abbaa Tamam Nuru.
Miseeraa Nuuraa
Kunfa Yakun

24/01/2025

Si ta'ee-n jiraadhu
of ta'ii jiraadhu!
Na ta'uukee-n barbaadu
Si ta'uus hin yaadu
Of ta'een jiraadha
Of ta'aan jiraadha√

Namni ofiin of taanaan
Akka ofiin jiraata
Fakkaachuummo yaadnaan
Of nyaataa jiraata√

Akka ebeluuttan sirbaan
Qolee nama jallisa
Akka ofiitti didnaan...
Qilee nama hambisa!
Kanaafuu of taanaan
Ofiike si boonsaa!
Gufuu sitti taanaan
Wantumti sikeessa
Utuu-n jedhin namaan
Natu similkeessaa
Gufuchuma sana...
Buqqisi of keessa√

Milkessaan rabbuma®!
Eeganaammoo si'i
Murteessaan jabooma
Ofiikeemmoo of ta'i!
Qajeelchaan bar-suma
Sababaafimmoo du'i
Namni kamuu nama
Nama namaaf ta'i
Ati bar si'umaa
Kanaafuu of ta'i
Anis bar anuma
Dhiisi ana ta'i i √

Dursa mee xiinxali
maali of ta'uuni...?
Of wajjin walii gali
Yaali hiikuudhaani!
Jechichuma hiiki
Maali me bu'aani?
Of ta'uuf of ta'ii...!
Maaliif naa fedhani?

Dubbisuma kanaa
Ofiike of taatu xumurta
Of hin taatu taanaan
Quba dhaaboo-n gufatta

Fakkaachuuf hin yaalin
Gonkumaa namatti
Of irra-n tarkaanfatin
Gamanaa gamatti!
Riyad Taju tiin✍️

23/01/2025

"Namoonni baay'een akka ebeluutii-n jiraadha jechuutti
Har'a ofiirra tarkaanftanii borii ofii jiraatu,
Borii ofii ammoo har'a isaaniitii gadi yemmuu tiaasisanu natti mul'atu"! Egereef yeroon jedhuun😁
Har'a javeeffadhu dhiiroo!

22/01/2025

Eeyyen Akkuma ati jette sana Rabbiin siif haa taasisu!

21/01/2025

Inbox
"Iyyaafannoo'
Oduu iyyaafannoo 'motor saayiklii' 100 c c lakkoofsi gaanii 13181 kan ta'e yoo argitan eeruu yoo nuuf kennitan gatii dadhabbii keessanii gatiin gaariin kan isiniif kaffalamu ta'a" Odeeffannoo dabalataaf Shabuu Ahiimad Limmuu qunnamaa. lakkoofsa bilbilaa 0914486980 irratti nuuf bilbilaa.

With Iskuu Jafar hordotoota fb kiyya duraaniiRiyaad Taajuu irratti gaaffii hiriyummaa na gaafataa jirtan inni waan guute...
20/01/2025

With Iskuu Jafar hordotoota fb kiyya duraaniiRiyaad Taajuu irratti gaaffii hiriyummaa na gaafataa jirtan inni waan guutee jiruuf page kiyya haaraa Riyad Taju follow gochuun wa haa hordofnu😁💞🙏

Jireenyi biyya ambaa gaarummaa qabaateef miti silas Rabbiin sifaana haata'u bakkuma jirutti ose ko Singitan Yoomuu
11/01/2025

Jireenyi biyya ambaa gaarummaa qabaateef miti silas Rabbiin sifaana haata'u bakkuma jirutti ose ko Singitan Yoomuu

Address

Jimma
Jimma

Telephone

+251952773739

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Riyad Taju posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share