Gada Special

Gada Special Gada Special is the modern media and aim is transmit news,events,music,history,wild life and others.

Gamtaadhaan Milkeessineerra!  💪Baga Gammaddan , Baga Gammanee🇪🇹Hidha keenya gamtaan milkeessinee misooma birootti fuula ...
17/09/2025

Gamtaadhaan Milkeessineerra! 💪

Baga Gammaddan , Baga Gammanee🇪🇹

Hidha keenya gamtaan milkeessinee misooma birootti fuula keenya naanneeffanneerra

በእርግጥም የአማራ ክልል ከተሞች ከዳር እስከ ዳር በታላቅ የህዳሴ መንፈስ እየተንቀሳቀሱ፣ በጠቅላይ ሚኒስትር ዶክተር አብይ አህመድ አስተዋይና ብቁ አመራር የተጀመረውን የብልጽግና ጉዞ በፅናት...
17/09/2025

በእርግጥም የአማራ ክልል ከተሞች ከዳር እስከ ዳር በታላቅ የህዳሴ መንፈስ እየተንቀሳቀሱ፣ በጠቅላይ ሚኒስትር ዶክተር አብይ አህመድ አስተዋይና ብቁ አመራር የተጀመረውን የብልጽግና ጉዞ በፅናት እንደሚደግፉ በተግባር እያስመሰከሩ ይገኛሉ። የከተሞቹ ነዋሪዎች በተሰሩት የልማት ስራዎችና በተፈጠረው አዲስ የተስፋ ስሜት በመነሳሳት፣ ለመሪው ያላቸውን ፍቅርና የማይናወጥ ድጋፍ በታላቅ ስሜት እየገለጹ ነው፤ ይህንን ያየ ጠላት እና የመንደር ሽፍታ ባር ባር እያለው ነው!

ፋኖ ውሀ በላህ🤣

03/09/2025

ቀይባህር እና አባይ ኢትዮጵያን የሚበይኑ መሰረቶች ናቸው!

*"ይህ ምስኪን ህዝብ ይሔኔ ግድቡን ያስጀመርኩት እኔ እመስላቸዋለሁ። እድሜ ለ  !"*የህዳሴው ግድብ መጀመር የታሪክ ሂደት ውጤት እንጂ የአንድ ሰው /መለስ/ ድንገተኛ ፍላጎት ብቻ አልነበረም...
02/09/2025

*"ይህ ምስኪን ህዝብ ይሔኔ ግድቡን ያስጀመርኩት እኔ እመስላቸዋለሁ። እድሜ ለ !"*

የህዳሴው ግድብ መጀመር የታሪክ ሂደት ውጤት እንጂ የአንድ ሰው /መለስ/ ድንገተኛ ፍላጎት ብቻ አልነበረም። ግብፅ ለዘመናት በናይል ወንዝ ላይ "የታሪክ መብቴ ነው" የምትለውን ጫና በማሳደር የኢትዮጵያን ማንኛውንም የውሃ አጠቃቀም ስትቃወም ነበር።

ነገር ግን፣ በ2011 በግብፅ የነበረው አብዮት የሀገሪቱን መንግስት ሙሉ ለሙሉ አናጋው። ፕሬዝዳንት ሆስኒ ሙባረክ ከስልጣን ወረዱ። ይህ የፖለቲካ ትርምስ ግብፅ ለጊዜውም ቢሆን ከውጭ ጉዳዮች ላይ ትኩረቷን እንድታነሳ አስገደዳት።

መለስ ዜናዊ ይህንን ወሳኝ አጋጣሚ ተጠቅመው የህዝቡን ገንዘብ በመሰብሰብ የግድቡን ግንባታ ጀመሩ። አብዮቱ ባይኖር ኖሮ፣ ምናልባትም የግብፅ ተቃውሞ የፕሮጀክቱን መጀመር ሊያዘገየው ወይም ሊያስቆመው ይችል ነበር። መለስ ዜናዊ የውሃ ዲፕሎማሲውን ያሸነፉት በግል ጥንካሬያቸው ሳይሆን፣ ከውጭ የተገኘን ምቹ የፖለቲካ ሁኔታ በመጠቀም ነው።

የብዙኃን ዘንድ ያለው አመለካከት ግን ሌላ ነው። ህዝቡ የህዳሴውን ግድብ የጀመረው መሪውን በጀግንነት ያሞግሳል።

JECHOOTA_SAFUU_OROMOO KANA BEEKTUU?******************************👉 Oromoon manni yoo gubate, manni gubate hin jedhu. "ga...
29/08/2025

JECHOOTA_SAFUU_OROMOO KANA BEEKTUU?
******************************
👉 Oromoon manni yoo gubate, manni gubate hin jedhu. "gabbate" yookiin "bishaan keessa taane" jedha malee.
👉 Oromoon dubartiin takka yoo ulfoofte, dubartiin ulfoofte hin jedhu. "Garaatti hafe" jedha malee.
👉 Oromoon Manguddoo/Jaarsa dogoggoreen, doggore /dogoggorte hin jedhuun. "Ni mucucaatan" jedhaan.
👉 Oromoon Daa’immni takka yoo duute, duute hin jedhu. "Ni deebite/bushootte" jedha.
👉 Oromoon saree maraatte takkaan maraatte hin jedhu. "waan saree kaastee" jedhaan.
👉 Oromoon nama gurraan hin dhageenyeen, duudaa hin jedhuun. "Ni dabarfata" jedhaan.
👉 Oromoon dubartiin yoo ulfi irraa jige garaa bu'e hin jedhu. " irraa bahe" ykn " Ofiin hiikamte " jedhaan.
👉 Oromoon Namni yoo deege, deege hin jedhuun. "ulee darbe" jedhaan.
👉 Oromoon nama qaroo dhabeeyyii ta’e tokkoon ballaa hin jedhuun. "Ija qara" jedhaan.
👉 Oromoon Daa’ima tokko yoo ibiddi gube ni gubate hin jedhuun. "daaraatu dhaye/daaraa dhawe " jedhaan.
👉 Oromoon Nama tokko yoo budaan nyaatte, budaan nyaatte hin jedhuun. "ijatu arge/ija fuudhe" jedhaan.
👉 Oromoon yoo manni gubate, Manatu gubate hin jedhu. " bishaantu keessa yaa’e/bishaan bobeesse" jedhaan.
👉 Oromoon yoo namni du'e, ebalu du'e hin jedhu. "Afaan bishaan dide/boqate" jedhaan.
👉 Oromoon Shamarran dubrummaa hin qabneen, durbummaa hin qabdu hin jedhuun . “uumaa dhabde/bantii hin qabdu” jedhaan!!.
Egaa maarree ergaa kanarraa waan baayyee hubattu jedheen yaada!

Galatoomaa 🙏
Sôresâ Jârâ -The Billionairê ✅️follow godhaa

Address

Jimma

Telephone

+251935736136

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gada Special posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gada Special:

Share