Sosi best

Sosi best Hope faith &love

  dhaf✍️✍️
01/09/2026

dhaf✍️✍️

Baarseeloonaan Gabreel Jeesuusiin Arseenaal irraa mallatteessise Finfinnee, Hagayya 26, 2018( FMC)- Kilabni Ispeen Baars...
01/09/2026

Baarseeloonaan Gabreel Jeesuusiin Arseenaal irraa mallatteessise

Finfinnee, Hagayya 26, 2018( FMC)- Kilabni Ispeen Baarseeloonaan taphataa sarara fuulduraa Biraaziil Gabreel Jeesuusiin Arseenaal irraa mallatteessisuu ifoomseera.

Baarseeloonaan jijjiirraa taphatichaaf Paawundii miiliyoona 8 fi kuma 600 baaseera.

Gabreel Jeesuus waliigaltee hanga bara faranjootaa 2029’tti Baarseeloonaa isa tursiisu mallatteesseera.

Gabreel Jeesuus Arseenaaliif taphoota 123 taphachuun galchiiwwan 32 lakkoofsiseera.

Taphatichi Arseenaal dabalataan Maanchistar Siitiif taphatee akka tures ni yaadatama.

"Karoora of-danda'uu bara kanaa milkeessuuf kutannoon hoggansaa murteessaa dha."Obbo Fadiluu Zaakir.‎****‎Manni marii bu...
01/09/2026

"Karoora of-danda'uu bara kanaa milkeessuuf kutannoon hoggansaa murteessaa dha."Obbo Fadiluu Zaakir.
‎****
‎Manni marii bulchiinsa anaa Dedoo raawwii hojii baatiiwwan lamaan darbanii gamaggamuun kallattii hojii ittaanuu kaa'uun goolabe.

‎Waltajjii kanaan manneen hojii mootummaa gabaasa damee garaa garaatiin dhiyeessuun,mariin taasifamuun kallattiin hojii fuul-duraa kaa'ameera.

‎Ittigaafatamaan Waajjira paartii badhaadhinaa aanaa Dedoo Obbo Abdurazzaq Mahaamud,hojiiwwan damee garaa garaa milkeessuuf kutannoon hogganamuun murteessaa ta'uu dubbatanii, hoj-maataafi qajeelfamaan osoo addaan hin ciccitin hojiirra oolchuun barbaachisaadha jedhan.

‎Bulchaan aanichaa obbo Fadiluu Zaakir, baatiiwwan lamaan darban keessatti hojiiwwan damee adda addaatiin hojjatamaa turan fooyyee qaba, gama biraatiin hojiin kenna tajaajila lammummaa dhimma yeroon itti kennamuu hin qabne akka ta'es himaniiru.

‎Gama biraatiin hojiiwwan ijaarsaafi siyaasaa cimaadhaan hojiiwwan misoomaa,hojii nageenyaa,hojii barnootaafi kenna tajaajila lammummaa hogganuu, hojii hunda qindoomina cimaadhaan raawwachuu,rakkoolee bulchiinsa gaarii adda baasuun hawaasa mariisisuudhaan hiikaa adeemuun murteessaa dha.

‎Gama biraatiin nageenya waliigalaaf dursa kennuun hogganuu,hojiiwwan misoomaa keessatti galiiwwan mootummaa cichoominaan raawwachuu, carraa hojii dargaggootaaf uumuu, qusannaa hawaasaa jajjabeessuun murteessaa akka ta'e kallattiin kaa'ameera.

Africa’s Largest Ongoing National Housing Programmes (2026)1)- Ethiopia 🇪🇹 - 1.5 million homes2)- Kenya 🇰🇪 - 1 million h...
30/08/2026

Africa’s Largest Ongoing National Housing Programmes (2026)

1)- Ethiopia 🇪🇹 - 1.5 million homes

2)- Kenya 🇰🇪 - 1 million homes

3)- Algeria 🇩🇿 - 179,168 homes

4)- Rwanda 🇷🇼 - 150,000 homes

5)- Botswana 🇧🇼- 100,000 homes

6)- South Africa 🇿🇦 – 39,058 homes

7)- Nigeria 🇳🇬- 10,112 homes

29/08/2026

TOP EASTERN AFRICAN COUNTRIES WITH THE LARGEST MILITARY AIRCRAFT FLEETS — 2026

According to the latest Global Firepower data, these are the countries with the largest military aircraft inventories in Eastern Africa. The figures include fixed-wing aircraft and helicopters, while UAVs/drones are excluded.

1)- Sudan 🇸🇩 — 183 aircraft
2)- Kenya 🇰🇪— 154 aircraft
3)- Ethiopia 🇪🇹 — 104 aircraft
4)- Uganda 🇺🇬 — 51 aircraft
5)- Tanzania 🇹🇿 — 38 aircraft
6)- Eritrea 🇪🇷— 20 aircraft
7)- South Sudan 🇸🇸— 19 aircraft

Note: Aircraft inventories are estimates and can vary by source. “Total aircraft” includes military fixed-wing aircraft and helicopters; UAVs are not included.

29/08/2026
Aanaa   Gamaggamni Raawwii Hojii Inisheetiivii Barnootaa hanga ammaatti jiruufi Qophii Galmee Barattoota Bara 2019 Gagge...
27/08/2026

Aanaa Gamaggamni Raawwii Hojii Inisheetiivii Barnootaa hanga ammaatti jiruufi Qophii Galmee Barattoota Bara 2019 Gaggeeffamaa jira.
‎ (WBAD)
‎Godina Jimmaa Aanaa Dedootti Bakka Bulchaan Aanaa Dedoo Obbo Fadiluu Zaakiriif itti gaafatamaan Paartii Badhaadhina Aanaa Dedoo Obbo Abdurazzaaq Mahamud
fi I/G Waajjira Barnootaa Aanaa Obbo Mahamadawol Suleman bakka argamanitti Hoggansa Manneen Barnootaa fi Koree Gamtaa Maatii Barattootaa Waliin Gamaggamni raawwii Hojii Inisheetiivii Barnootaa hanga ammaatti jiruufi Qophii Galmee Barattootaa Bara 2019 Gaggeeffamuuf Kallattiin Hojii fuula duraa ka'ameera.

Address

Dedo
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sosi best posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share