Inshuraansii Barsiisota Oromiyaa

Inshuraansii Barsiisota Oromiyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Inshuraansii Barsiisota Oromiyaa, Jimma.

•DON'T SUCCESSFUL WITH OUT SECRIFY.
•TEACHER IS LIGHT.
•BARSIISAAN DUNGOODHA.
•BARSIISAAN HAYYUUDHA.
•BARSIISAAN OGEESSA.
•BARSIISUMMAAN OGUMMAA HUNDAAF BU'UURA.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
https://t.me/Inshuraansii_Barsiisota_Oromiyaa
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~

14/08/2025

Itaamaar Beengaviir Minsitiira Nageenyaa Israa'eli; garuummoo wantoota falmisiisofi dheekkamsa kaasan gochuun beekama.
Dhiyeenya kana mooraa masjiida Al-Aqsaa Yerusaalemitti argamu seenee kadhannaa gochuunsaa Filisxeemota dabalatee hawaasa idiladdunyaa heddu dheekkamsiise.
Ministeera Nageenyaa ta'ee maalif wantoota falmisiisoo raattawa?
👉🏾👉🏾 https://bbc.in/4fBnu9X

14/08/2025

🇺🇲🗽 Yakki hammaate jechuun Tiraamp magaalaa Waashingitan DCtti humnoota "US National Guard" jedhaman bobbaasuu hordofee kantiibaan magaalattii dheekkaman.
👇🏾
https://bbc.in/4ozt94H

14/08/2025

USfi Raashiyaan faallaa walii dhaabbachuun beekamu.
Ilmi qondaala tikaa Ameerikaa ammoo Raashiyaaf hiriiree Yukireen loluun badhaasa addaa argate.
Maayikeel Raashiyaaf osoo loluu ajjeefamus, badhaasa isaaf qophaa'e Puutin qondaala Ameerikaatti kennaniif.
Namni kun haatisaa qondaala olaanaa US taatee osoo jirtuu maaf Raashifaa lole?
👉🏿👉🏿 https://bbc.in/4mhTPp3

Ergaa Koo   fi  .======================="Waan Darbuuf Jennee Madaa Hin Darbine Wal irratti hin Hojjechuu irraa Of Haa Qu...
14/08/2025

Ergaa Koo fi .
=======================
"Waan Darbuuf Jennee Madaa Hin Darbine Wal irratti hin Hojjechuu irraa Of Haa Qusannuu"!

Walii Keenya Wal Xiqqeessuun Ofii keenya Of Salphisuudha Malee Oromoo Fayyaduu hin Danda'u.
Wal Qeequu fi Wal Sirreeffachuuf Wal Gorsuun Barbaachisaadha.

Haa Ta’uu Malee Gorsii fi Qeeqni illeen Iddoo ofii Qaba.

Yaa Jarana Oromoo Durii yoo Mammaaku "Harreen Wal Dhiitti Malee Ilkaan Wal irraa hin Cabsitu" jedha.

Kanaafuu Bitaa fi Mirga keenya ilaallachaa Yeroo Wal Abaarru (Arrabsinuu) Fi Wal Qeeqnu illee Akka Nama Boru Araaramuu Danda'uutti Wal Qeequun Barbaachisaadha.

Haala Amma itti Adeemaa jirru kanaan Eenyuyyuu fayyaduu hin Dandeenyu.

"Qaawwa Sareen Banteen Waraabeessi seena!"

Mee si'a tokko Dhaabbannee Cinaa keenya haa Ilaalluu!

https://vm.tiktok.com/ZNdQgbwao/

Dr. Lemma Megersa Wako

Check out Dr. Lemma Megersa’s video.

14/08/2025

Ergaa Koo Hayyootaa fi Hoggantoota Paartilee Siyaasaa Biyya Keenyaa Maraaf.
==============================
"Waan Darbuuf Jennee Madaa Hin Darbine Wal irratti hin Hojjechuu irraa Of Haa Qusannuu"!

Walii Keenya Wal Xiqqeessuun Ofii keenya Of Salphisuudha Malee Oromoo Fayyaduu hin Danda'u.
Wal Qeequu fi Wal Sirreeffachuuf Wal Gorsuun Barbaachisaadha.

Haa Ta’uu Malee Gorsii fi Qeeqni illeen Iddoo ofii Qaba.

Yaa Jarana Oromoo Durii yoo Mammaaku "Harreen Wal Dhiitti Malee Ilkaan Wal irraa hin Cabsitu" jedha.

Kanaafuu Bitaa fi Mirga keenya ilaallachaa Yeroo Wal Abaarru (Arrabsinuu) Fi Wal Qeeqnu illee Akka Nama Boru Araaramuu Danda'uutti Wal Qeequun Barbaachisaadha.

Haala Amma itti Adeemaa jirru kanaan Eenyuyyuu fayyaduu hin Dandeenyu.

"Qaawwa Sareen Banteen Waraabeessi seena!"

Mee si'a tokko Dhaabbannee Cinaa keenya haa Ilaalluu!

https://vm.tiktok.com/ZNdQgbwao/

Dr. Lemma Megersa Wako

14/08/2025

Alhamdulillah! Digriidhaan; Univarsiitii Islaamaa Minisootaa (Minnisota Islamic University) irraa

13/08/2025


.
Barbaacha namootaa
Namoonni baay’een osoo hin badin dura nama turan.
Kan nama gaddisiisu namonni badan baay’een baduu isaanii hin beekan.
Namoonni baay’een nama jalaa yoo badan namoonni kuun of jalaa badan.
gariin immoo of jalaa baduu isaanii hin beekan.
Irra caalan namootaa garuu of jalaa baduu isaaniis nama jalaa baduu isaaniis osuma beekanuu of argachuu hin barbaadan.
Sababni isaa dirreen of dhabuu bal’oodha, bu’aa ba’ii hin qabdu, ulaagaan namummaa hin eegamu.
Nama nama jalaa bade barbaaduuf namni dirqama waan ta’eef nama barbaaduuf namni dhabame.
Kanaaf namootatu badee namoota nuuf barbaadaa.
Garuu gara barbaachaatti osoo hin seenne ofumaafuu baduuf jiraachuu kee mirkaneeffadhu.
Tarii nama jalaa baddee namni si barbaadu jiraa? Ykn immoo of jalaa baddee of barbaadaa jirta moo baduu keetuu quba of hin qabdu?
Tarii nama jalaa baddee argamuu hin barbaaddu moo of jalaa baddee of argachuu hin barbaaddu?
Ulaagaan namummaa si harkaa buutee jirtii?

Kanaaf namootatu badee namoota nuuf barbaadaa.

Namni osoo hin badin dura nama ture!
https://www.facebook.com/profile.php?id=100078509707203
==========••===========
https://t.me/Inshuraansii_Barsiisota_Oromiyaa

 *******************************  kanaa inni guddaan  ,   immoo   ta'uuf awwaara kaasuudha.*****************************...
13/08/2025


*******************************
kanaa inni guddaan , immoo ta'uuf awwaara kaasuudha.
**********************************
Yeroo baay'ee immoo dhimmootni kun lameen bakka tokkotti waliin namaaf hin kennaman. Akka carraa ta'ee namoota beekamoo heddu keessaa beekaan nama muraasa,akkasumas beektota heddu keessaas beekamoon namoota muraasa.Beekaan hin beekamne heddu akkuma jiru, beekamaan beekumsa irraa bilisa ta'es lakkoofsa hin qabu. Kanaaf, beekaan hundi akka hin beekamne, beekamaan hundi beekaa akka hin taane beekuun beekumsa guddaadha.
*****************************
https://www.facebook.com/profile.php?id=100078509707203
==========••===========
https://t.me/Inshuraansii_Barsiisota_Oromiyaa

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Inshuraansii Barsiisota Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Inshuraansii Barsiisota Oromiyaa:

Share