Jafar ifaa

Jafar ifaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jafar ifaa, Digital creator, Haramaya, K'ersa.

21/08/2025
"Ce'umsa Diinagdee Dhugoomsuuf Hoggansi Sadarkaan Jiru Miira Itti Gaafatamummaa Ol'aanaadhaan Socho'uu fi Bu'aa Caalmaaf...
21/08/2025

"Ce'umsa Diinagdee Dhugoomsuuf Hoggansi Sadarkaan Jiru Miira Itti Gaafatamummaa Ol'aanaadhaan Socho'uu fi Bu'aa Caalmaaf Hojjachuu Qaba" Obbo Kefyalew Tefera HPBDO ‼️

" Injifannoowwan argaman akka laayyootti kan galmaa’an osoo hin taane, qormaatilee dam-daneessa keessa taa’amee, cichoom...
21/08/2025

" Injifannoowwan argaman akka laayyootti kan
galmaa’an osoo hin taane, qormaatilee dam-
daneessa keessa taa’amee, cichoomina
kaayyoo, jaalala biyyaa fi aantummaa
ummataa ol’aanaadhaani." Jedhan Obbo Kafyaaloo Tafarraa

Utubaa Ijaarsa Biyyaa Kan ta’e Dargaggoon Imala Jijjiiramaa Kaleessaa Hanga har’aa Keessatti Gumaacha Ol’aanaa Bahachaa ...
16/08/2025

Utubaa Ijaarsa Biyyaa Kan ta’e Dargaggoon Imala Jijjiiramaa Kaleessaa Hanga har’aa Keessatti Gumaacha Ol’aanaa Bahachaa Turee jira.

Hararghee Bahaatti Konfaransiin Sosochii Nageenya fi Misooma Qindeessummaa Gurmuu Dargaggoo Godinichaatiin Gaggeeffamaa olee Golabameeti jira. Golabbii Konfaransiicharratti argamuun Yaadoota fi Gaaffii Ka'aaniif,Yaada kennaniiru.Dargaggeessi ijaarsa biyya waloo dhugoomsuu keessatti gahee ol’aanaa qaama taphatudha.Humna murteessaa kana gama hundaan hirmaataa fi fayyadamaa gochuun guddina biyyaa dhugoomsuun murteessaadha. Dargaggeessi utubaa,abdii har'aafi egeree biyyaati.Hirmaannaan dargaggootaa guddina siyaasa dinagdee fi Hawaasummaa keessatti shoora olaanaa qaba.Dargaggoon humna oomishaati.Kanaaf biyyi dargaggoota qabdu waan hunda qabdi jedhama.Daraggaggoota waliin mariyachuun,haala Biyyaafi Addunyaa hubatee gahee isaa daran cimsuun akka bahatu gochuun guddina biyyaa saffisiisa.Duubatti hafummaas hambisee karoora imala badhaadhina milkeessa.

Milkaahinoota gama siyaasaatiin argaman diinagdeedhaanis dabaluudhaan mul’ata badhaadhina badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf dargaggeessa barnootaaf teknooloojiidhaan gahoome,carraalee misoomaa naannoo isaatti argamu qixaan fayyadamee humna,beekumsaa fi dandeettii qabu misoomaaf oolchu sadarkaa hundatti horachuun barbaachisaaf murteessaaddha.

Dargaggoo; Anniisa jijjiiramaa, Utubaa biyyaa fi Abdii egeree.

11/08/2025
Eessatti Beekti Gadheen......Baga Itiyoophiyaa taate! Baga Afrikaa taate! Baga kan hunda keenyaa taate!🇪🇹 💪Abiy Ahmed Al...
23/07/2025

Eessatti Beekti Gadheen......

Baga Itiyoophiyaa taate! Baga Afrikaa taate!
Baga kan hunda keenyaa taate!🇪🇹 💪

Abiy Ahmed Ali 🥰✊️

Address

Haramaya
K'ersa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jafar ifaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share