Magarsa Taha

Magarsa Taha Allhamdullii for everything Mhttps://www.facebook.com/profile.php?id=61579035413977y God❤️

30/09/2025

! Kuta 12
Barattoota Qabxii Qormaataa Avreejii 49.50% hanga 49.99% Galmeessisan Hundaaf
-----------------------
BBO- Fulbaana 20/2018 Barattoota Bara 2017 Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa fudhachuun Qabxiin Qormaataa keessan avreejin 49.50% hanga 49.99% galmeessisan hunduu qabxiin keessan avreejiin isaa gara 50% tti kan ol siqe waan ta'eef Yunivarsiitii barachuuf dabartaniirtu!
Kanaafuu, Qabxii Yunivarsiitii isin galchu galmeessistanii jirtu.

!

"  haala mijataa kan eeggatu osoo hin taane haala mijeessuuf kan hojjetu ta'uu qaba"  umurii dhala namaa keessaa yeroo b...
21/09/2025

" haala mijataa
kan eeggatu osoo hin taane haala
mijeessuuf kan hojjetu ta'uu qaba"

umurii dhala namaa keessaa yeroo baay'ee hawwamaadha. Bara humni jiru, bifa tolan, bara hojjechuuf yeroo qaban, bu'anii ba'uun namaaf salphatuudha. Filannoon jireenyaa kan heddummatu umurii kanatti. Boca jireenya keenya gara duraa kan murteessus sadarkaa kana!

kaan har'a keessa taa'anii borii isaanii ibsatu, warreen biroon immoo borii isaanii har'a keessatti dukkaneessaa jiraatu. "Youth is the best time to be rich, and best time to be poor" jedhu warri adii!

ati yeroo dulluma kee teessu gocha bara dargaggummaa keetu murteessa. Dadhabbii kee har'aattu walitti idaa'amee bor siif kennama.

! kana dura osoo hinbeekin umurii kee qaalii kana akkasumaan dabarsaa turte ta'a. Amma garuu nama kaayyoof jiraatu ta'uu qabda.

Galatoomaa
TikTok koo follow godhaa nuu jabeessa
http://tiktok.com/
h

Watch, follow, and discover more trending content.

19/09/2025

Address

Bale Robe
Karamile

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Magarsa Taha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share