Feyera Mamo

Feyera Mamo Journalist

‎Hammaarradha Jennaani ‎Mulluun qufootti harca'ee‎Milladhee ilaala jennaan ‎Tulluu Dichooti na dahee‎Tulluu Dichoo dhibb...
25/07/2026

‎Hammaarradha Jennaani
‎Mulluun qufootti harca'ee
‎Milladhee ilaala jennaan
‎Tulluu Dichooti na dahee
‎Tulluu Dichoo dhibbakoo
‎lakkii hin galta jibbakoo!

Har'a Waancaa Afrikaan Biyyi keenya Itoophiyaa Qopheessituu Dorgommichaa Morookoo waliin taphatti.Waancaa Afrikaa Umurii...
16/05/2026

Har'a Waancaa Afrikaan Biyyi keenya Itoophiyaa Qopheessituu Dorgommichaa Morookoo waliin taphatti.

Waancaa Afrikaa Umurii Waggaa 17 gadiin Itiyoophiyaan tapha 2ffaa ishee Morookoo Waliin taphatti .

Waancaa Afrikaa kanaan Gareen Biyyaalessa Itoophiyaa Ramaddii A Jalatti , Morookoo , Tuniziyaa fi Ijiibti waliin yoo ramadamu, Biyyoonni Ramaddii kanaa tapha jalqabaa isaaniin; Itoophiyaan Ijiibti waliin, Tuniziyaan Morookoo waliin qixa bahuun qabxii qooddataniin tokko tokko qofaa qabu .

Tapha Marsaa 2ffaa har'a adeemsifamuun halkan har'aa sa'aa 4:00tti Itoophiyaa fi Morookoon waliin kan taphatan ta'a .
🦋🦋 # Follow_Share and Like✔️✔️🦋🦋

Injifannoon Ethiopiaf 🇪🇹
13/05/2026

Injifannoon Ethiopiaf 🇪🇹

Siidaan yaadannoo Artisti Haacaaluu Hundeessaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti ijaarame.
05/05/2026

Siidaan yaadannoo Artisti Haacaaluu Hundeessaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti ijaarame.

Painful😭
29/04/2026

Painful😭

Lubni Guddinaa namoota barnoota ammayyaafi amantaa barachuun mirga ummataa dura aantummaan gaafachaa turan keessaati.
28/04/2026

Lubni Guddinaa namoota barnoota ammayyaafi amantaa barachuun mirga ummataa dura aantummaan gaafachaa turan keessaati.

28/04/2026

Duubana roobe malee
Daabbaan fixeensa hin qabu
Fuulan godoome malee
Booranni hiyyeessa hin qabu

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Feyera Mamo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share