Mana maree bul/mag/ca/roobit የጨፋ ሮቢት ከተማ አስተዳደር ም/ቤት

  • Home
  • Ethiopia
  • Kemise
  • Mana maree bul/mag/ca/roobit የጨፋ ሮቢት ከተማ አስተዳደር ም/ቤት

Mana maree bul/mag/ca/roobit የጨፋ ሮቢት ከተማ አስተዳደር ም/ቤት Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana maree bul/mag/ca/roobit የጨፋ ሮቢት ከተማ አስተዳደር ም/ቤት, Magazine, 0984646611, Kemise.

🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹Sadaasa 27/03/2018  M/M/Ganda hula tukuyyee yaa'idilee isaani gaggessaa olaniru, Ajandawwan mari.     1,yaa'ii...
06/12/2025

🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Sadaasa 27/03/2018 M/M/Ganda hula tukuyyee yaa'idilee isaani gaggessaa olaniru, Ajandawwan mari.
1,yaa'ii ji'a darbee mirkanessu
2,dhimma nagenyaa irratti mari'ataniru

Kabaja guyyaa Ayyaana saboota sab-lammoota fi uummatoota itiyophiyaa marsaa 20ffaa walii gatee dimookratawaa tokkummaa s...
05/12/2025

Kabaja guyyaa Ayyaana saboota sab-lammoota fi uummatoota itiyophiyaa marsaa 20ffaa walii gatee dimookratawaa tokkummaa sab-daneessaaf!! dhadannoo jedhuun Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Cheefaa Roobit bul/magaalaa C/Roobit haala kanaan kabajame jiraa.

Sadaasa 26/03/2018 M/M/Ganda caffaa robit 01 fi  02 yaa'idilee isaani gaggessaa olaniru, Ajandawwan mari    ‎1,yaa'ii ji...
05/12/2025

Sadaasa 26/03/2018 M/M/Ganda caffaa robit 01 fi 02 yaa'idilee isaani gaggessaa olaniru, Ajandawwan mari
‎1,yaa'ii ji'a darbee mirkanessu
‎2Muuda kennu Ganda 01
‎3,dhimma nagenyaa irratti mari'ataniru

Sadaasa 24/03/2018‎Gandoonnii Mana Maree Bul/Mag/C/Roobit   koreen dhabbataa  Gabaasa hojii ji'a sadaasa  qorata oolanir...
03/12/2025

Sadaasa 24/03/2018
‎Gandoonnii Mana Maree Bul/Mag/C/Roobit koreen dhabbataa Gabaasa hojii ji'a sadaasa qorata oolaniru .

Kabaja guyyaa Ayyaana saboota sab-lammoota fi uummatoota itiyophiyaa marsaa 20ffaa walii gatee dimookratawaa tokkummaa s...
28/11/2025

Kabaja guyyaa Ayyaana saboota sab-lammoota fi uummatoota itiyophiyaa marsaa 20ffaa walii gatee dimookratawaa tokkummaa sab-daneessaaf!! dhadannoo jedhuun Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Didoo bul/magaalaa C/Roobit haala kanaan kabajame jiraa.

Foramin afayaa'ota gandota bul/mag/c/roobit  gaggefamaa oleera.
22/11/2025

Foramin afayaa'ota gandota bul/mag/c/roobit gaggefamaa oleera.

🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹Waltajjii Marii Ayyanaa Sabaaf Sabalammootaa Marsaa 20ffaa  Dhergegotaa Aanaa Ar/Fursii fi Bul/Mag...
20/11/2025

🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Waltajjii Marii Ayyanaa Sabaaf
Sabalammootaa Marsaa 20ffaa Dhergegotaa Aanaa Ar/Fursii fi Bul/Mag/C/Roobit Waliin geggeeffamu.
‎Sadaasa 11/2018 – C/Roobit
🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹

‎Dhaadannoo "Waliigaltee Dimokraatawaa Tokkummmaa Sab daneessummaadhaaf" Jedhuun guyyaa Ayyaana Sabaa fi Sab-lammootaa Ummattoota Itiyoophiyaa Marsaa 20ffaa kabajamu sababeefachuun Waltajjiin Marii Hubannoo uumuu Mata-duree "Dimokraasii fi Sirna Federaalaa Itiyoophiyaatti" jedhuun Sadarkaa Gandaatti hawaasa Gandoota armaan gadii waliin mariin Adeemsifamee jira.
🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 🇪🇹🇪🇹🇪🇹

‎Sadaasa 11/ 2018() Mana Maree Aanaa Ar/Fursii fi Bul/Mag/C/Roobit Waliin geggeeffamaa .

Waltajjii Marii Ayyanaa Sabaaf Sabalammootaa Marsaa 20ffaa  Uummataa Aanaa Ar/Fursii fi Bul/Mag/C/Roobit Waliin geggeeff...
17/11/2025

Waltajjii Marii Ayyanaa Sabaaf Sabalammootaa Marsaa 20ffaa Uummataa Aanaa Ar/Fursii fi Bul/Mag/C/Roobit Waliin geggeeffamu.
‎Sadaasa 8/2018 – C/Roobit

‎Dhaadannoo "Waliigaltee Dimokraatawaa Tokkummmaa Sab daneessummaadhaaf" Jedhuun guyyaa Ayyaana Sabaa fi Sab-lammootaa Ummattoota Itiyoophiyaa Marsaa 20ffaa kabajamu sababeefachuun Waltajjiin Marii Hubannoo uumuu Mata-duree "Dimokraasii fi Sirna Federaalaa Itiyoophiyaatti" jedhuun Sadarkaa Gandaatti hawaasa Gandoota armaan gadii waliin mariin Adeemsifamee jira.

‎Sadaasa 8/ 2018() Mana Maree Aanaa Ar/Fursii fi Bul/Mag/C/Roobit Waliin geggeeffamaa ooleera.



Bulchiinsa Magaalaa Caffaa Roobitiifi Aanaa Arxummaa Furseetti Ayyaanni Sabaafi Sab-lammootaa Marsaa 20ffaaf Hojjettoota...
14/11/2025

Bulchiinsa Magaalaa Caffaa Roobitiifi Aanaa Arxummaa Furseetti Ayyaanni Sabaafi Sab-lammootaa Marsaa 20ffaaf Hojjettootaa Mootummaa Waliin Marii Paanaaliin Kabajame.

Bulchiinsa Magaalaa Caffaa Roobitiifi Aanaan Arxummaa Furseetti, Ayyaana Sabaafi Sab-lammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa marsaa 20ffaa ilaalchisuun, dhaadannoo "Waliigaltee Dimokraatawaa Tokkummaa Sab-daneessummaadhaaf" jedhuun hojjattoota mootummaa waliin waltajjiin marii gaggeeffamee jira.

Marii Kana irratti Kabajamoo Afa-Yaa'ii Aanaa Arxummaa Fursee Obbo Ahimad Ibraahim,Afa-Yaa'ii Mana Maree Bulchiinsa Magaalaa Caffaa Roobit Obbo Ahimad Gizaaw fi Ogeessoonni Walii galaa Bulchiinsa Magaalaa Caffaa Roobit fi Aanaa Arxummaa Fursee bakka argamanitti mariin kun dimokraasii fi sirna federaalaa Itiyoophiyaa irratti kan xiyyeeffatu yoo ta'u,Ogeessa Waajjira Haqaa Obbo Asaffaa Daamuu sanada hubannoo hirmaattootaaf dhiheessaniiru.

Godina Sab/Oromootti Fooramii Afa yaa'otaa Aanotaa fi Bulchiinsa Magaalotaa ‎Mana Maree Aanaa Ar/fursiin onkolooleessa 2...
07/11/2025

Godina Sab/Oromootti Fooramii Afa yaa'otaa Aanotaa fi Bulchiinsa Magaalotaa
‎Mana Maree Aanaa Ar/fursiin onkolooleessa 28/2018 geggeffamaa oleera

Onkololessa 14/2/2018  ogessonni M/M/Godina Sab/Oromoo Kamisee/Deggersa M/M/Bul/Mag/C/Roobitif taasisuun ragaale adda ad...
24/10/2025

Onkololessa 14/2/2018 ogessonni M/M/Godina Sab/Oromoo Kamisee/Deggersa M/M/Bul/Mag/C/Roobitif taasisuun ragaale adda addas dawwachaa oolaniru

Manni Maree Bulchiinsa Saba Oromoo manaajimentiin waajirichaa Qabachuun Deeggarsaaf Hordoffii Bulchiinsa Magaalaa Caffaa...
21/10/2025

Manni Maree Bulchiinsa Saba Oromoo manaajimentiin waajirichaa Qabachuun Deeggarsaaf Hordoffii Bulchiinsa Magaalaa Caffaa Roobitiif Taasise.

Caffaa Roobit;Onkolooleessa 11/2018
(Sab-Qunnamtii Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaaa Caffaa Roobit)

Bulchiinsa Magaalaa Caffaa Roobititti
Manni Maree Bulchiinsa Saba Oromoo bakka kabajamtuu Afa yaa'ii maree bulchiinsa saba oromoo aadde Faaxumaa Mollaa argamanitti deeggarsaaf hordoffii Bulchiinsa Magaalaa Caffaa Roobitiif Onkoloolessa 11/02/2018 Ganda 02tti hojiilee mana maree gandichaan hojjatamanii fi haala baruufi barsiisu mana barumsa bofoo fi ijaarsa gamoo mana barumsichaa daawwachuun deeggarsaaf hordoffiin taasisaniiru.

Daawwannaa kanaan boodas manaajimentiin mana maree buchiinsa saba oromoo deeggarsaa fi hordoffii taasisaniin hanqinootaa fi ciminoota akka Bulchiinsa Magaalichaatti jiran bakka Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Caffaa Roobit Obbo Sayid Muhammad,Afa Yaa'ii Mana Maree Bulchiinsa Magaalaa Caffaa Roobit Kabajamoo Obbo Ahimad Gizaaw argamanitti bal'inaan irratti mari'achuudhaan wantoota fooyya'uu qaban irratti kallattii fuulduraa kaa'uun xumuramee jira.

Address

0984646611
Kemise

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana maree bul/mag/ca/roobit የጨፋ ሮቢት ከተማ አስተዳደር ም/ቤት posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category