Gooroo Doolaa Times-GDT

Gooroo Doolaa Times-GDT Gujii: The origin and land of Gadaa system!
[Gooroo Doolaa, Godina Gujii, Oromiyaa]

Baga jal-bultii Ayyaana Irreechaatiin Isin gahe!Irreechi tokkummaa Oromootiif...!
03/10/2025

Baga jal-bultii Ayyaana Irreechaatiin Isin gahe!
Irreechi tokkummaa Oromootiif...!

Dubartoota Miss Tourism Oromia ni moo'atu jedhee tilmaama Isin eennu jettu?
02/10/2025

Dubartoota Miss Tourism Oromia ni moo'atu jedhee tilmaama Isin eennu jettu?

Torbaan Irreechaa fi GujoomaMention godha Daa'ima💚
01/10/2025

Torbaan Irreechaa fi Gujooma
Mention godha Daa'ima💚

 " Arraffaa"Aadaan mallattoo ibsituu eenyummaa Saba tokkooti.Seenaan,Safuu fi duudhaan Saba tokkoo kan ittin ibsamu aada...
30/09/2025


" Arraffaa"
Aadaan mallattoo ibsituu eenyummaa Saba tokkooti.
Seenaan,Safuu fi duudhaan Saba tokkoo kan ittin ibsamu aadaadha.
Ummanni Oromoo aadaa bareeda fi jaalatamaa qaba.

Oromoon Gujii Aanaa Wondoos akkuma sabaa fi sablamoota birootti Aadaa,Amantaa,Sonaa fi seenaa mataa ofii qaba.

Aadaawwan ummata Oromoo keessaa beekamoo kanneen ta'an
Aadaa Fuudhaa fi heerumaa
Aadaa Guddiffachaa
Aadaa ittiin bulmaata Sirna Gadaa
Nyaata aadaa gosa gara garaa
Aadaa uffannaa gosa gara garaa fi kanneen biroo baay'eetu jiru.

Ayyaanni Arraffaa Oromoo Gujii Wondoo biratti Ayyaana beekama fi jaalatamaa kan ta'ee fi Woggaa keessatti yeroo tokko haala hoo'aa ta'een hawasni Annichaa hundi Mangudoonni,Abootiin Gadaa,Haadholiin Siinqee,Qeerroo fi Qarreen Uffata Aadaatiin faayamanii Sirboota Aadaa sirbaa dhiichisaa,Agarsiisa Aadaa gara garaa agarsiisa bifa bareedaa fi midhaagaa ta'een kan kabajamuudha.

Ayyaana Arraffaa irratti Oromoo kaabaa-kibbaa fi bahaa dhihaa walitti bahuun akkasumas sabaa fi sablammoonni itti hirmaatu.Ayyaanna Arraffaa Aanaa Wondoo Ganda Buusaa Galmaa aadaa guddaa Olkaa jedhamutti haala hoo'aan ta'een kabajama.

Ayyaanni Arraffaa
√ Guyyaan kabaja Ayyaana Arraffaa Kun guyyaa araaramaati.
√ Guyyaa kan wol dhabe itti araaramu.
√ Guyyaa dubartiin dhala dhabde Waaqa ishee kadhattee milkooftu.
√ Guyyaa dhiifamati.
√ Guyyaa Waaqa galata guddaa galchan

Guyyaa kana yoo eebbisan
Namaan daraari
Horii Buli
Sa'aan daraari
Gosaan badhaadhi
Horii injifadhu jechuun eebbisu

Guyyaan Kun guyyaa jaalalaatti,guyyaa araaraati,guyyaa gammachuuti,guyyaa tokkummaati. Guyyaa kana kan woldhabe itti araarama, kan dhala dhabe waaqa kadhatee kan itti argatuudha.

Torbee Irreechaa 2018:)
29/09/2025

Torbee Irreechaa 2018:)

WBO'n Wallagatti karaa nageyaan galan jechuu dhageennee guddoo gammanne maaliif jennaan nageenni bu'uura waan hundaa waa...
28/09/2025

WBO'n Wallagatti karaa nageyaan galan jechuu dhageennee guddoo gammanne maaliif jennaan nageenni bu'uura waan hundaa waan ta'eef.
Nageenni Oromiyaaf!

Irreechaa 2018 E.C is Coming!
28/09/2025

Irreechaa 2018 E.C is Coming!

28/09/2025

Hardha geyuun keenna Araara keetiin gooftaa!
Ulfaadhu❗

Professor Guyyoon maali ta'ee waan akkanaa maxxansa🙈
27/09/2025

Professor Guyyoon maali ta'ee waan akkanaa maxxansa🙈

26/09/2025

Masqalli an beekuu fi itti amanu kan qaraaniyoo gubbaa qofa.
Ka guban kana an hin beeku!

Aadaa Gujii fi Dubartoota Gujii💚
26/09/2025

Aadaa Gujii fi Dubartoota Gujii💚

Address

Kokosa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gooroo Doolaa Times-GDT posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share