Haayilee Geetaachoo Jimaa

Haayilee Geetaachoo Jimaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Haayilee Geetaachoo Jimaa, Digital creator, Harerge.
(21)

Baga Naaf Dhalatee Yoonaas Hayilee  Happy Birthday Yonas Haile
16/11/2025

Baga Naaf Dhalatee Yoonaas Hayilee Happy Birthday Yonas Haile

04/11/2025

!
Misoomaa fi Nageenya barbaadna!

04/11/2025

“Randa gamaa moxobiin
Bajjii baqaqsuu kooti
Shira gantuun dadhabe
Qe’ee godaanuu kooti…
Shirri yoom dhugaa mootee
Yoo waaroo marte malee
Yoo xiqqoo turte malee….
Koo 😭💔

04/11/2025

Paarlaamaa keessaas Caffee keessaas nama hin qabu moo ‼️

04/11/2025

Magaalaa Sulultaa illee
ijuma Salaaletiin ilalaanii Koriidarii dhorkatan.

salaaleen Misoomaaf Nageenyaa Barbaadaa???
04/11/2025

salaaleen Misoomaaf Nageenyaa Barbaadaa???

KuyyuuJiddaaFiicheeWarra JaarsooHidhabuu Abootee 😔
31/10/2025

Kuyyuu
Jiddaa
Fiichee
Warra Jaarsoo
Hidhabuu Abootee 😔

 ...✍️Godina Shawaa Kaabaa Aanaa   Siidaan gooticha Jeneraal Taaddasaa Birruu dhaabbachuuf qophiin hundi xumuramee hawaa...
30/10/2025

...✍️

Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Siidaan gooticha Jeneraal Taaddasaa Birruu dhaabbachuuf qophiin hundi xumuramee hawaasni Aanichaa irratti mar'atee walii galuu dhageenyee jirra.

Kuni Oduu gammachiisaa fi baay'ee bareeda ta'eedha.duras goota jabaa Leenjisaa fi Abbaa oolma Oromootaa ta'e kanaaf iddoo dhaloota isaatti Siidaa dhaabuun ni mala ture.Hoggansii fi Hawaasni Aanichaa Hojii boonsaa fi seenaa bareedaa kana raawwachuuf qophooftan hundi Galatoomaa 🙏

Siidaan Goota kanaa hanga xumuramee Riivaaniin citutti qaamni hundi cimee hojicha milkeessuu qaba.darbees namni oolmaan goota kanaa galeef hundi deeggarsa akka taasisu abdiin qaba!isin faana jirra jabaadhaadha ??

!

Goda Oromoo, Goda Buticha... konyaa Carcar gama Bahaa Ona Gursum...Godni kunis magaalaa Finfinnee irraa km 600 fii magaa...
11/10/2025

Goda Oromoo, Goda Buticha... konyaa Carcar gama Bahaa Ona Gursum...
Godni kunis magaalaa Finfinnee irraa km 600 fii magaalaa Harar irraa km 78 fagaatee kan argamu yammuu tahu, uumamni keessa goda kanaa akka biyya keenyaatti bareedinaan isa duraa yammuu tahu Afrikaa keessaa immoo sadeen filatamoo keessa isa tokko jedhame dubbatama. Goda kanaas kan argatan garee qorattoota biyya Xaaliyaanii kan Gian paolo Rivolta jedhamun duurfamaniidha. Gonni kun haalli uumama keessa isaa kana fakkaata...

OES beads from middle stone age layers in goda buticha cave...

11/10/2025

Address

Harerge

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Haayilee Geetaachoo Jimaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share