Chala Abrahim

Chala Abrahim Haala yeroo biyya keessatti mulaata jiru kan

S.A.W.♥️♥️🤍🩵Jechoota Mimmiidhagoo💚🤍🤎  .Ten Unknown Facts About  1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke A...
27/09/2025

S.A.W.♥️♥️
🤍
🩵

Jechoota Mimmiidhagoo💚🤍🤎 .
Ten Unknown Facts About
1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke AG, was founded in 1916 in Munich, Germany, initially producing aircraft engines. The company transitioned to motorcycle production in the 1920s and eventually to automobiles in the 1930s.
2. Iconic Logo: The BMW logo, often referred to as the "roundel," consists of a black ring intersecting with four quadrants of blue and white. It represents the company's origins in aviation, with the blue and white symbolizing a spinning propeller against a clear blue sky.
3. Innovation in Technology: BMW is renowned for its innovations in automotive technology. It introduced the world's first electric car, the BMW i3, in 2013, and has been a leader in developing advanced driving assistance systems (ADAS) and hybrid powertrains.
4. Performance and Motorsport Heritage: BMW has a strong heritage in motorsport, particularly in touring car and Formula 1 racing. The brand's M division produces high-performance variants of their regular models, known for their precision engineering and exhilarating driving dynamics.
5. Global Presence: BMW is a global automotive Company
6. Luxury and Design: BMW is synonymous with luxury and distinctive design, crafting vehicles that blend elegance with cutting-edge technology and comfort.
7. Sustainable Practices: BMW has committed to sustainability, incorporating eco-friendly materials and manufacturing processes into its vehicles, as well as advancing electric vehicle technology with models like the BMW i4 and iX.
8. Global Manufacturing: BMW operates numerous production facilities worldwide, including in Germany, the United States, China, and other countries, ensuring a global reach and localized production.
9. Brand Portfolio: In addition to its renowned BMW brand, the company also owns MINI and Rolls-Royce, catering to a diverse range of automotive tastes and luxury segments.
10. Cultural Impact: BMW's veh

27/09/2025

Waan Sadeen Tana Hanga Lubbuun Jirtu Hin hin,daggattin wan bu,aa sifi qabu👇🫂🤌
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Rasuulli SAW Sahaabticha Isaa Abu Dardaa RA, hanga Lubbuun jirtuu wantoota sadeen kana hin dhiisin jechuun dhaamaniifi.

Wantoonni sadeen hanga Lubbuun jirru akka hin dhiisne Rasuulli SAW Nuuf dhaaman sun mee maali.

1️⃣: Ji’a Hunda Keessaa Guyyaa Sadii Soomanuu

2️⃣: Salaata Duhaa Salaatuu
3️⃣: Osoo Hin Rafne Dura Witrii Salaatuu

▶️• Soomana Guyyaa 3 Ji’a Keessaa: Soomanni Kun Ayyaamal Biid ja’ama. Ayyaamal Biid jechuun Ji’a hijraa Hunda Guyyaa 13ffaa, 14ffaa fi Guyyaa 15ffaa ti. Ji’a Hunda keessaa guyyaa sadeen kana soomanuun Akkaan jaalatamaadha, Namni Ji’a Hunda guyyaa sadeen kana soomane akka nama amata guutuu soomaneeti ja’an Rasuulli SAW.

▶️• Salaata Duhaa : Salaatni Duhaa salaata sunnaa eega aduun baate booda osoo Zuhriin hin gahin salaatama, Rasuulli SAW Raka’aa 4 kan salaatu ture, salaata kana salaatuun akka qaama ofiirraa zakaa baasuuti.

▶️• Witrii Jechuun Qarii jechuudha. Salaatni Kun Ishaa’ii boodarraa eegalee hanga Subhii duraatti salaatama. Rasuuulli SAW Salaanni dhumaa kan osoo hin bariine salaattan witrii isiniif haa tahu ja’an. Witriin Raka’aa 1,3,5,7,9,11 ….. kanneen keessaa hanguma dandeessan salaatuudha.

Dalagaallee Tana Hunda Rabbii Nuufi Haa laaffisu.
Obbolleyyan Akkiira Amiiiiiiiiiiiiiiiìiiiiiiiiiinjedha

Baabaa Umrii Dheertuu Haa kennuuf isaan Haa tiiysu

Team she Amiin ibroo sa'id

08/07/2025

Rabbiin Zalaalamitti hulaa hiyyummaa isinirra cufee hulaa risqii isinif haa banu 🤲

Adawwii Diin Islaam  rabbi Haa Dhabamsiisu  rabbii umrii dhuufu haa dheereessuu
12/10/2024

Adawwii Diin Islaam rabbi Haa Dhabamsiisu
rabbii umrii dhuufu haa dheereessuu

Address

Marsu
Mechara
ALHAMDULIL12

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chala Abrahim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Chala Abrahim:

Share