17/05/2026
Onneen tokko tokko,
akka dhagaati;
dhagaa lagaati
Bakkaa hinka'u
Baqaa hinta'u
Garuu...
humni addaa
akka ibiddaa
akka tasaa gaafa tuqu
Tokko jettee barta,
waa'ee baquu!
:ยจยท.ยทยจ: ๐
`ยท. Abdeta Adem HD