Ilupost

Ilupost Kan siif hin taane duukaa yeroo kee hin fixini!

06/12/2025

Celebrating my 3rd year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

08/09/2025
Immimaan jaalala biyyaa Immimmaan goottummaaImmimmaan xiiqii!!
08/09/2025

Immimaan jaalala biyyaa
Immimmaan goottummaa
Immimmaan xiiqii!!

Some drone shows that speak volumes! Congratulations   🇪🇹
08/09/2025

Some drone shows that speak volumes! Congratulations 🇪🇹

Moyika TilahunMezgabu Tekalign KiyyaaQarshii 100 qofaan deeggarsa namoomaa taasisaa.Ijoollee kana lamaan namni hin beekn...
05/09/2025

Moyika TilahunMezgabu Tekalign KiyyaaQarshii 100 qofaan deeggarsa namoomaa taasisaa.
Ijoollee kana lamaan namni hin beekne hin jiru .
Moyika Tilahun fii Mezgabu Tekalign Kiyyaa yaadaa qajeelaa qabatanii dhufanii jiru.
Innis Chaaleenjii qarshii 100 ti,Garuummoo abbaan fedha qabdanu isaa olis deeggaru nii dandeessu.
Maallaqni kunis walitti qabamee namoota sababa maallaqa dhabaniif ciisanii du'a eeggataa jiran akkasumallee kanneen sababa hiyyuummaa uffata dhabanii daaran kanneen sababa hiyyummaa osoo barnoota barachuu barbadanuu waan dafataraa fii uffata ittiin bitatan dhabaniif walumaa galatti namoota rakkoo keessa jiran kan ittiin deeggaramaniidha.
Hojii jeraa qajeelaa kanaanis haga ammaatti harmee rakkatanii jiran qaqqabanii deeggaranii jiru.
Maalree guyyaatti waantota xixxiqqootti bashannanaafii kkkf nitti qarshii hedduu baasaa oolaa jirra.
Isuma irraa challenge qarshii 100 kana raawwadhaatii kan rakkateef qaqqabaa.
Namootni maxxansi kun sin qaqqabe yaada qajeelaa kana share gochuudhaan akka nama hedduu qaqqabuuf deeggrsa taasisaa.
Kanneen deeggarsa kana taasistan keessaan nuu erga innis akka namootni arganii wal ilaalaniimallee garaa laafanii deeggaranuuf nu gargaara.
Horaa bulaaa.
Miretu Tilahun an or Mesgebu Tekaliny 1000715075467

Namootaa challenge qarshi 100 irraatti hirmaataanin galatoomaa jenneera.
05/09/2025

Namootaa challenge qarshi 100 irraatti hirmaataanin galatoomaa jenneera.

05/09/2025

Never give up!

Address

Mettu Town Ilu Abba Bor Zone, Oromia

Telephone

+251917116873

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ilupost posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share