Sabaif ilu

Sabaif ilu 👋Oroomon Saba ko👋

😜😜😜😜😜😜
31/03/2026

😜😜😜😜😜😜

WOW max dowuman 👑
15/03/2026

WOW max dowuman 👑

Gabriel Magalhães: "Nuti akkaataa taphaa barbaanne ni beekna, garuu as dhufanii tapha gaariin taphachuun iddoo baay'ee c...
05/03/2026

Gabriel Magalhães:

"Nuti akkaataa taphaa barbaanne ni beekna, garuu as dhufanii tapha gaariin taphachuun iddoo baay'ee cimaa dha. Namaaf waan barbaachisaan akkaataa dorgommee fi qabsoo goonee, qabsoo qulqulluu baasnee fi qabxii sadii argachuudha. Amma boqonnaa barbaachisa, sababiin isaas amma deebinee dorgomuu qabna!"

Big gabi❤️❤️😍

01/03/2026
Yaadaf Muradaan nuu ga'i
01/03/2026

Yaadaf Muradaan nuu ga'i

Lubbuun kee haa jenatuu 😭
01/03/2026

Lubbuun kee haa jenatuu 😭

Kilabni keenya Arsenal bara kana kubbaa rogaa irraa gooliiwwan 16 kan lakkoofsise yoo ta'u kanaanis seenaa Pirimiyer Lii...
01/03/2026

Kilabni keenya Arsenal bara kana kubbaa rogaa irraa gooliiwwan 16 kan lakkoofsise yoo ta'u kanaanis seenaa Pirimiyer Liigii Ingilaand keessatti bara tokko (season) keessatti kilaba kana gochuu danda'e 3ffaa ta'ee jira!

◎ 16 - Oldham (1992/93)
◎ 16 - West Brom (2016/17)
◎ 16 - Arsenal (2023/24)
◉ 16 - Arsenal (2025/26) 🆕

17/02/2026

Alhamdulillah
Soomni Ramadaana guyyaa borii akka ta’e murtaa’ee jira,baga baatii barakaa geessan,Ramadaana milkii kan gammachuu,kan ibaadaadhaan keessa milkoofnu Rabbiin nuuf haa taasisu!!

07/02/2026

Masaa Masaa Masaaa… Glory Glory Gunners (GGG)

wow arsenal ⛹️
07/02/2026

wow arsenal ⛹️

21/04/2023

Eid Mubarak all Muslim

Address

Becho
Gore

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sabaif ilu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share