3B Media

3B Media Oduuf odeeffannoo bakka tokkotti

29/10/2025

Bokana fayyaa bultee? Ni badnee mini?
Abshir baajataa kana wajjumaan jirraa.

24/10/2025

sarara diimaa

21/10/2025

Jooniyyaa jechuun Keeshaa jechuudha ni bratti

19/10/2025

Team bokonaas walitti qabnee abaxxarruu?

Bokanaan garaa malee mataa hin qabu.  Haatisaa mana araqeetti godhatan fakkaata achii gadi hin ba'u hoo. Namni Dil'uun a...
19/10/2025

Bokanaan garaa malee mataa hin qabu. Haatisaa mana araqeetti godhatan fakkaata achii gadi hin ba'u hoo.

Namni Dil'uun akkanaa akkamiin biyya bulchi jedhamee biyyi itti kennamaa silaa? Amma warra isa muudettindeebi'uun keenya oolaa hin jiru. Intinii immammaa keetittiyyuu osoo deebitee na harkaa hin baatu garaa muradhu. Madaa ciqileeti miidhaan kee yoomuu na duraa hin dhokatu. Sakkaaraamii immammaakee arga kee haa dhabani.

18/10/2025

Namni dhugaatii baayyisu qaamni isaa baayyee xira*a. kanaaf ammoo Bokonaan ragaadha.

16/10/2025

Bokonas garaa okkotee
Afaan kee maaliif akkas bal'atee?

Followersiin yookan Hordoftoonni keessan akka dabalu ni barbaadduu?Furmaanni rakkoo kanaa fi kan biroo illee of keessatt...
15/10/2025

Followersiin yookan Hordoftoonni keessan akka dabalu ni barbaadduu?

Furmaanni rakkoo kanaa fi kan biroo illee of keessatti qabate tokko isinitti himuuf qabadhee dhufeera. Innis Facebook keessan verify godhachuu qofaadha. Fuula Facebook keessan Verify godhachuun waan hedduuf isin fayyaduu danda’aa. Isaan keessaa muraasni kan armaan gadii kanaadha. 👇

Facebook account ykn fuula (Page) verified taasisuun faayidaa hedduu qaba:

1. Amantaan fi dhugoomina argachuu – mallattoo “blue check mark” argachuun namoota biraa fi hordoftootaaf akka ati nama/hojii dhugaa fi amanamaa taate agarsiisa. Fakkeenyaaf, namoota maqaa wal-fakkaataa qaban keessaa si adda baasa.

2. Hordoftoota dabalataa hedduu argachuu – namoonni hedduun fuula verified irratti amantii qabaatu, hordofuufis fedhii godhatu.

3. Sobduu fi fake account irraa of eegu – namoota maqaa keetiin account sobaa banuu danda’an irraa si tiksu. Namni barbaadu tokkoyyuu mallattoo “verified” ilaalee kan dhugaa si ta’e adda baafata.

4. Sadarkaa olaanaa argachuu (algorithms keessatti) – fuullee fi account verified ta’e yeroo hedduu search keessatti dursinee mul’ata, postiin isaas bal’inaan namoota bira ga’a.

5. Carraa daldalaa fi hojii guddisuu – yoo ati artist, influencer, hojjetaa dhaabbataa ykn dhuunfaa, verified ta’uun carraa hojii fi wal-qunnamtii daldalaa siif bal’isa.

6. Tajaajila deeggartoota irraa ariifachiisaa argachuu – account verified yeroo rakkoon uumamu, deeggarsa Facebook irraa saffisaan argata.

👉 Wanti hubatamuu qabu: Facebook irratti verified ta’uuf,kaffaltii dhaabbanni Facebook kutatu kaffaluun dirqama. Kanaan alas odeeffannoo dhugaa (dokumantii eenyummaa, ID card, passport ykn business document) keessaa yoo xiqqaate tokko dhiyeessuun dirqama.

Namoonni Facebook keessan verify godhachuu barbaaddan ammuma karaa keessaatiin naaf barreessaa. Turtii daqiiqaa muraasaa gidduutti Account keessan verify isiniif gochuu dandeenya.

'Send message ' bakka jedhu kana tuqxanii nu quunnamuu dandeessu

Erga Biiftuun lixxee Gaabbiin kee maal baasaa?Bokonaan akkuma godaa dhufetti jira. Hin qaroomne haasaan isaas uffannaan ...
14/10/2025

Erga Biiftuun lixxee Gaabbiin kee maal baasaa?

Bokonaan akkuma godaa dhufetti jira. Hin qaroomne haasaan isaas uffannaan isaas namatti hin tolu. Akkaataa itti namaa wajjin jiraatanu hin beeku. Yeroo hunda gatii miirri gandaantummaa itti dhagahamuuf miira olaantummaa agarsiisuu yaala. Isammoo maaltu isa dhagaha faaraa kana.

Waltajjii irratti nan haasa'a jedhee munaagaa oola. "Yonnaa ta'ee" jechi jedhu afaan isaa keessaa hin ba'u. Waltajjii fedhe haa ta u koree pirojektii ammoo afuuruma fuudha. Isaan namoota isa caalan waan ta'aniif baayyee amalasaa danda'u. Inni garuu mataa qabee duudaa Rabbi itti kennee isaa wajjin nama rakkisa.

Ijoollee ImX Coble fi Teeraazoo hojjetan kan inni hin arrabsine hin jiru. Ijoolleen buddeen barbaachaaf gadi jedhanii hojjetaa turan malee akka sagaxeen akkanaa afaan itti bantuuf miti.

Utuu dubbannuu bokonaan akkuma garaa haadhasaa keessaa gad agametti jira yoon jedhu suuraan armaan gadii eagaa kooti. Akkaatama uffannaasaa ilaaltanii Bokonaa baruu dandeessu.

Isa biiroo keessatti intinaa wajiin biiroo keessatti wajiin intinaa godhan ammoo intinaaf jechan dhiise garuu hafee hin hafu.

13/10/2025

Osoo waan na bira jiru baree hin tannana Bokonaan.

13/10/2025

Gandaaf amantaan gargar qoodee tajaajila kennamu badhaadhinni hin deeggaru. Ati eessaa fiddee?

Address

Metu

Telephone

+251917112233

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 3B Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to 3B Media:

Share