Baba Jidha Page

Baba Jidha Page God is love

02/09/2026
02/09/2026

Gantuuwwan diina Uummataa Oromoo wajjiin michoomte ummata keenya ficisiisa jirtu ABO shaneedha

02/09/2026

ፅምዶ የሰላም ፅር ፤ የህዝብ ጠላት ፤ የጠላት ፈረስ የባንዳ ስብስብ ነው ።

02/09/2026

Gantuuwwan diina Uummataa Oromoo wajjiin michoomte ummata keenya ficisiisa jirtu ABO shaneedha

Quumaarri siyaasa lixa Oromiyaa keessa deema jiru Baanda fi gantuu Uummata Oromoofan qabsa'aa jettu Taayitaa qawweedhan Dhadhabnaan Diina uummata Oromoo wajjiin taatee uummata darara jirti!

Badii Shanee fi FaannooGareewwan hidhaman Shaneefi Faannoo jedhaman kunneen maqaa 'ፅምዶ' jedhuun ykn walqabachuudhaan sab...
02/09/2026

Badii Shanee fi Faannoo

Gareewwan hidhaman Shaneefi Faannoo jedhaman kunneen maqaa 'ፅምዶ' jedhuun ykn walqabachuudhaan saba qabatanii socho'uun naannoo Wallaggaatti uummata nagaa kan akka Amaaraafi Oromoo walitti buusuun dhiiga dhangalaasaa jiru. Gochi shororkeessummaa isaan raawwatan kunis hawaasa nagaa keessatti sodaa fi jeequmsa guddaa uumuun jiruu fi jireenya guyyaa guyyaa guutummaatti dhaabsiseera.

Ajjeechaafi miidhaan gareewwan kana lamaaniin akka 'ፅምዶ' tokkummaa fakkeessuutti raawwatamuun lammiileen nagaa kumaatamni manaa qe’ee isaanii irraa akka buqqa’an taasiseera. Buqqaatiin kunis ummata nagaa beelaafi hiyyummaaf saaxiluun rakkoo ulfaataa irra geessiseera.

17/06/2026

Abdii Dhaabuu!
ተስፋን መትከል!

Address

Moyale

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baba Jidha Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share