Adinan Abdi Page

Adinan Abdi Page Alhamdulillaha for everything
๐Ÿคฒ๐Ÿผ๐Ÿคฒ๐Ÿผ
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ

06/06/2026

Incradiable road view ๏ฟฝ ?? . ๏ฟฝ๏ฟฝ๏ฟฝ

Follow me for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.                                                   โค๏ธ โœ๏ธโ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆโ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญ...
01/06/2026

Follow me for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.








โค๏ธ
โœ๏ธ
โ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆ
โ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–
โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎ
โ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ

Waan qilleensa tasgabbeessitaniif galatoomaa. congratulations
30/05/2026

Waan qilleensa tasgabbeessitaniif galatoomaa.

congratulations

Xalayaa banaa Bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa fi Federaalaaf โ€ฆ๐Ÿ™‹โ€โ™‚๏ธ๐ŸŒ๐ŸซกKabajamoo mootummaan keenya,akkam jirtu,nagaa ...
30/05/2026

Xalayaa banaa Bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa fi Federaalaaf โ€ฆ๐Ÿ™‹โ€โ™‚๏ธ๐ŸŒ๐Ÿซก
Kabajamoo mootummaan keenya,akkam jirtu,nagaa keessanii? baga jiraattan. yeroon tan filannootillee dhimma hedduun busy jirtu nuuf gala. garuu dhimma jabaa tokkootu harkaa nu qaba hawaasni keenya rakkoo hamtuu keessa jira.

Akkuma beekkamu Ummanni keenya Oromoonni Harargee ummata nagaa,jaalalaa fi wal dandahuun beekkamu akkasuma ummata nagaan bobbahee dalagatee galuu malee homaa tokko keessa hin jirreedha. Akka Itophiyaa fi Oromoyattis godina baayโ€™ina namaa qabuufi mootummaa kana deeggaruufi cinaa dhaabbachuu keessattillee tokko fakkii hin qabneedha..

Kanaaf ammatti ummanni kun rakkoo hangana hin jaโ€™amne keessa jira. Diinagdee isaa kan hawaasni Harki 90% ittiin jiraatu gaagaโ€™ama keessa buโ€™ee jira. Ummanni Qabeenya isaa kana kutaa Oromiyaa godinuma itti aantu Adaamaaf Finfinnee Tana ol baasee gurgurachuun rakkoo itti tahee jira.
Qabeenya isaa kana gabaa baasee gurgurachuuf yeroo jedhutti Mataaharaa hanga Adaamaa jiddutti shiftaan saamamaa,butamaa fi ajj**famaatis jira.

Keesumattuu yeroo filannoo kanatti qaamoonni gara garaa filannoo booroysuuf,mootummaa maqaa balleessuuf,tarii qaamuma mootummaa keessa taaโ€™ee caasaa badii akkanaa diriirsee gocha akkannarratti kan bobbahes jiraachuu shakkina.who knows?๐Ÿคทโ€โ™‚๏ธ
Hin beekkamu hundumafuu kun hundi maqaa keessaniifis gaarii miti.ummanni guddaan kun akka Abdii isinirraa qabuu fi isin jaaatuun guyyuma guyyaan abdiin isaa hirโ€™ataa dhufaa jira. mee isinittis hin ulfaatuu qaamuma kana likkii isaanii galchaa nu boqochiisaa,imimmaan ummata kanaa qoorsaa,duโ€™aatii guyya guyyaanii hambisaa

Ammoo mootummaan keenya shiftoota halkaniif guyyaa nama keenya ajjeessaa jiran kana nurraa dhoorkuu yoo dadhabe,nuti Oromoonni Hararghee tokko taane, akka itti ifirraa dhoorkinu ni beeyna. Hanga tokko ifirraa dhoorkaati kan asgeenyes!

Thanks for your attention to this matter/Galatoomaa! ๐Ÿ˜๐Ÿ™ Muaz Mohamed ..โœ๏ธ

30/05/2026

Osoo Mootummaan jiruu Hawaasni keenya dhumuu hin qabu biyya Mootummaan bultu takka keessatti kun hundi tahuun maaliif barbaachise

Joolleen harargee tanneen social media kanarratti dhibbaa uumuu danadahan dhimma lubbuu namaa shiftaadhaan bilaash*tti d...
30/05/2026

Joolleen harargee tanneen social media kanarratti dhibbaa uumuu danadahan dhimma lubbuu namaa shiftaadhaan bilaash*tti darbaa jirtu tana maaf callistan

30/05/2026

๐Ÿ˜„๐Ÿ˜ณ๐ŸคฃOsoo beekin duraa baate

ใ‚š ใ‚š

Address

Bole
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adinan Abdi Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share