Gooroo Doolaa Times-GDT

Gooroo Doolaa Times-GDT Gujii: The origin and land of Gadaa system!
[Gooroo Doolaa, Godina Gujii, Oromiyaa]

Rakkinnaa fi miidhama hundarratti kan dursee sidhaqabuu fi harka isaan siqabu Waaqayyo duwwaadha!Galata fudhadhu gooftaa...
15/08/2026

Rakkinnaa fi miidhama hundarratti kan dursee sidhaqabuu fi harka isaan siqabu Waaqayyo duwwaadha!
Galata fudhadhu gooftaa💚

15/08/2026

Finfinnee❗

Itiyoophiyaan Eegumsa RIB fi hoggansa cimaatiin birmadummaa ishee ni kabajatti!
09/08/2026

Itiyoophiyaan Eegumsa RIB fi hoggansa cimaatiin birmadummaa ishee ni kabajatti!

Gaafa Waaqi sijijiire guddoo sidhamaasu😍Hi'ichoo kichuu tiyya!
02/08/2026

Gaafa Waaqi sijijiire guddoo sidhamaasu😍
Hi'ichoo kichuu tiyya!

Itiyoophiyaan ammayyoofte tami isii?Hordaa Goobana faa😂
31/07/2026

Itiyoophiyaan ammayyoofte tami isii?
Hordaa Goobana faa😂

Dhimma Finfinnee fi Dirree Dhawaa irratti namoota ijjannoo partiin ala yaada ibsatan akeekachiis kennameeraaf🙄
29/07/2026

Dhimma Finfinnee fi Dirree Dhawaa irratti namoota ijjannoo partiin ala yaada ibsatan akeekachiis kennameeraaf🙄

21/07/2026
Dheeraa Gooroo Doolaa fi Kolbaa isaa😍
06/07/2026

Dheeraa Gooroo Doolaa fi Kolbaa isaa😍

Oromoon Tuulamaa baga ittin Isin gahe!
14/06/2026

Oromoon Tuulamaa baga ittin Isin gahe!

Abba Gadaa Tuulamaa haareyi waggaa saddeettan dhufaniif Gadaa Tuulamaa hoogganan Abbaa Gadaa Geetuu Taliilaa har'a Alangee fudhachuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa ibseera.
Goro Dola Guji Zone Oromia 'n Bara gadaa gaarii isiniif ta'u jedhaan!

Address

Gooroo Doolaa
Negele

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gooroo Doolaa Times-GDT posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share