Olbaañaa Funṣ̌

Olbaañaa Funṣ̌ JESUS is LORD
The Way
The Truth and
The Life..🚶‍♀️🫶🥰

11/08/2025

‎✅Sura Al_Ahqaf 46:9 fi sura Al_jinn 72:21_22:_Muhaammad iyyuu Islaama ta'uu isaatti utuu gaabbuu du'eem utuu Fayyina isaa shakkuu;atoo maal gootaree achi keessaa?🙄

11/08/2025

Lammii koo akkam ooltan🤝

23/07/2025

Amantus amanuu baattus Yesuus waaqa barabaraati.💪✊️

اهْدِنَا الصِّرَاطَ الْمُسْتَقِيمَ Daandii sirrii nu qajeelchi.صِرَاطَ الَّذِينَ أَنْعَمْتَ عَلَيْهِمْ غَيْرِ الْمَغْضُو...
07/07/2025

اهْدِنَا الصِّرَاطَ الْمُسْتَقِيمَ

Daandii sirrii nu qajeelchi.

صِرَاطَ الَّذِينَ أَنْعَمْتَ عَلَيْهِمْ غَيْرِ الْمَغْضُوبِ عَلَيْهِمْ وَلَا الضَّالِّينَ

Karaa warra isaan irratti tola ooltee; kan isaan irratti hin dallanaminiifi hin jallatinii (nu qajeelchi)

إِنَّا أَنزَلْنَا التَّوْرَاةَ فِيهَا هُدًى وَنُورٌ ۚ يَحْكُمُ بِهَا النَّبِيُّونَ الَّذِينَ أَسْلَمُوا لِلَّذِينَ هَادُوا وَالرَّبَّانِيُّونَ وَالْأَحْبَارُ بِمَا اسْتُحْفِظُوا مِن كِتَابِ اللَّهِ وَكَانُوا عَلَيْهِ شُهَدَاءَ ۚ فَلَا تَخْشَوُا النَّاسَ وَاخْشَوْنِ وَلَا تَشْتَرُوا بِآيَاتِي ثَمَنًا قَلِيلًا ۚ وَمَن لَّمْ يَحْكُم بِمَا أَنزَلَ اللَّهُ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْكَافِرُونَ

Dhugumatti, Nuti Tawraatiin kan ishee keessa qajeelfamaafi ifaan jiru taasifnee buufnee jirraNabiyyoonni warri fedha Rabbiitiif bulan warra yahuudomaniif isheedhaan murteessuQeesonniifi beektonnis waan kitaaba Rabbii irraa eegsifamaniniifi ishee irratti ragaa ta'aniin (murteessu)Namoota hin sodaatinaa; Ana sodaadhaaKeeyyattoota kiyyas gatii xiqqaan hin gurguratinaaNamni waan Rabbiin buuseen hin murteessin, isaan sun kaafiroota.

وَكَتَبْنَا عَلَيْهِمْ فِيهَا أَنَّ النَّفْسَ بِالنَّفْسِ وَالْعَيْنَ بِالْعَيْنِ وَالْأَنفَ بِالْأَنفِ وَالْأُذُنَ بِالْأُذُنِ وَالسِّنَّ بِالسِّنِّ وَالْجُرُوحَ قِصَاصٌ ۚ فَمَن تَصَدَّقَ بِهِ فَهُوَ كَفَّارَةٌ لَّهُ ۚ وَمَن لَّمْ يَحْكُم بِمَا أَنزَلَ اللَّهُ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الظَّالِمُونَ

Ishee keessatti "Lubbuun lubbuudhaan, ijji ijaan, funyaan funyaaniin, gurri gurraan, ilkaan ilkaaniin, madaanis gumaadha" jechuun isaan irratti barreessinee jirraNamni isa sadaqate (gumaa dhiise) inni isaaf (badii) harcaasaadhaNamni waan Rabbiin buuseen hin murteessin, isaan sun miidhaa raawwattoota.

وَلْيَحْكُمْ أَهْلُ الْإِنجِيلِ بِمَا أَنزَلَ اللَّهُ فِيهِ ۚ وَمَن لَّمْ يَحْكُم بِمَا أَنزَلَ اللَّهُ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْفَاسِقُونَ

Warri Injiil waan Rabbiin isa keessatti buuseen haa murteessanu; Namni waan Rabbiin buuseen hin murteessin, isaan sun finciltoota

Kanuma beqqaa quraanatu akkas jecha jira💊🥰

06/07/2025

Artist Kadir Martuus ayyaanni gooftaa Yesuus ofiit harkisaa jira.🥰
Nagaan kottu Kado🙌❣️

Address

Kyiv

Opening Hours

09:00 - 17:00

Telephone

+251961818126

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Olbaañaa Funṣ̌ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Olbaañaa Funṣ̌:

Share