Abdii mucaa yesuus

Abdii mucaa yesuus Karaan
Dhugaan
Jireenyi
Iyyesusidha
Ameen

Kottaa hirmattu Eebbiicha taha
29/07/2025

Kottaa hirmattu Eebbiicha taha

Bor Sagantaa Fayyina Irraa Hin Hafamu.

Dirree itti wangeelli dhugaan itti lallabamuDirree itti hafuuraf foonitti fayyaan Ebbifaama hojjeetottaa waaqayyooWarri ...
26/07/2025

Dirree itti wangeelli dhugaan itti lallabamu
Dirree itti hafuuraf foonitti fayyaan
Ebbifaama hojjeetottaa waaqayyoo

Warri hirmaachu barbaddan
Teessoon Nekemte 07
Nannoo mana barumsa talila ogummaa noc darbitan jiituu utuu hin gahin argattu
Kottaa ebbifaama

 Eessa jirtu? warraa  Qophiin akkami? Kunoo dhufen geesse Akkamitti nu simaachuf qophooftan
22/07/2025


Eessa jirtu? warraa
Qophiin akkami?
Kunoo dhufen geesse
Akkamitti nu simaachuf qophooftan

Gammachu malee gaddi akka tasa manakee hin seeninamen
04/05/2025

Gammachu malee gaddi akka tasa manakee hin seenin
amen

28/12/2024

Isa 22-22 Kan Inni Banu Namni Takko Illee Hin Cufu; Kan Inni Cufus Namni Tokko Illee In Banu | VIDEO haaraa gadhiisnu hiriyyootaafi maatii keessan bira akka ga'uuf, Share gochu hin dagatina

25/12/2024

Addaa bafadhu

Bayyeen gaddee dhugaa Album guutuu hojjetan gaafa waan ittin ebbisan dhabanAyii nama keenya wal arrabsuufi malee wal gar...
25/12/2024

Bayyeen gaddee dhugaa
Album guutuu hojjetan gaafa waan ittin ebbisan dhaban
Ayii nama keenya wal arrabsuufi malee wal gargaruuf Yeroo hin qabnu garuu inni Yeroo hunduma nama gargaruu waaqayyo jira yooma akka yaadde ta'u didere akka waaqayyo yaade ta'eera in dhiphitin
Waan hundumaf waaqayyo jira
Yoo lafarratti ebbifamu dides waaqayyon biratti eebbifamera
Duraatti malee duubatti hin tahin muraannonkee
Jabaadhu devako
Ati nama jabaadha

13/12/2024
11/12/2024

Yes

11/12/2024

Walaloo ajaayibaati

Address

Nek'emte

Telephone

+251925801251

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii mucaa yesuus posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdii mucaa yesuus:

Share